Shaggee Oromoo

Shaggee Oromoo Tokkummaa sabaaf

27/05/2024
24/05/2024
23/05/2024

FA Cup Final!
TILMAAMAA BADHAAFAMAA!
Tapha vs meeqa meeqaan Xumurama?
Ulaagaan Share profile kee jalatti 2 fi 4x(group gara garaa keessatti) fi Like Odaa Electronics followers on Share

Nama 4f, 1ffaa 1,000 2ffaa 750 3ffaa 500 4ffaa 300

irratti LIVE seennee Mo'attoota Adda Baafna!

Odaa Electronics Meeshaalee Akka:
👉 Bilbiloota Samsung iPhone Tecno...
👉Laptooppota .. Hp, Dell, Lenovo...
👉 Destop... Dell, Hp, Asus, Lenovo...
👉Printer... Canon, Epson, Hp...
👉Camera... Canon, Nikon...
Qulqullinaa fi Amanamummaa keenya isinuu Nu Beektu!

29/10/2023

Jaartii baayisaa malee takkaan hin ta'inaa oromoo

Waan agarre hunda hin dubbanne jette boolli qayyaa!
11/06/2023

Waan agarre hunda hin dubbanne jette boolli qayyaa!

13/10/2022

.

ABBAA WARRAA FI
HOJJATTUU MANAA
☆☆☆☆☆☆☆☆☆☆☆

Guyyaan isaa sanbata ture abbaan warraa ganamaan diidan deema guyyaa nan eeginaa jedhee haadha warraa isaatti himee kan manaa ba'e. Akkas jedhee manaa ba'us galgalumayyuu turee kan hin beekne har'a galuu dide. Haati warraa isaa hojjattuu manaa waliin eegaa turtus dadhabdee waan turteef dhiistee kutaa ciisichaatti galte. Galtus hirribni maal qabaa mitii garanaa garasitti sireerra waallalti. Hojjattuun manaas takka eegdetuma bakkuma teessee jirtu sofarratti gadi of dhiiftee rafte.

Halkan walakkaa ture kan abbaan warraa humnaa ol akkuma machaa'ee jirutti kan ol gale. Yeroo inni balbala saaqqatee seenu kan isa dhaga'e hin turre. Seenes hin fagaanne balbaluma irra dhaabbatee mana keessa mimil'achaa ture. Omaa arguu baatus intala soofarra diriirte jirtu takka ijaan irra bu'e. Humnas dhabu garuu tirachaatuma bira ga'e. Addunyaa kanarra ishii soofarra jirtuun ala haadha warraa isaas ta'ee kan biraa waan jiru itti hin fakkaanne. Bira ga'ee qaama ishii hunda mimil'ate. Edaa intalli kun kanuma hunda bareeddi turtee jedhe garaatti. Harka isaa ija ishiirra hafarse, omaa ijaanis hin agartu. ♨️

Pijaaman ishii irraa ol sassaabamee sarbaan ishii muuzii qolli irraa quncifame fakkaata. Urgaan ishiirraa yaa'u qofti bira darbi nama hin godhu. Harka isaa qaama ishiirra wali gadi oofe. Sarbaa ishii isa burtukaana fakkaatu kana qorri rukuchaa jirurra harka isaa kaa'e. Suuta dhungoo morma ishiitti lakkise. Uffata gaduma siqsaaa dhungachaa harma bira ga'e. Intalli waan akkanaa agartees raawwattees waan hin beeknef abjuu akkamii akka ta'e walii wallaalte. Ni aaddi, hargansuun ishii addaan ciccita; Garuu ammas dammaqxee taatee ta'aa jiru kana hubachuuf humna hin arganne. Haati warraas wanti gola keessatti deemaa jiru kun foolin isaa waan ishii bira ga'e hin fakkaatu.

Harma reefuma biqilee nama waraanu, akkuma misaayilii kooriyaa dhuka'uuf guyyaa eeggatu kan omtuu tuqee hin beekne har'a harka isaa keessa

09/10/2022

Barattoota kutaa 12ffaa qormaata fudhataniif qormaata dura, yeroo qormaata fi qormaata booda waan gochuu qabaniif hin qabne

1. Qormaata dura
🌱 isin qormaata qoramuuf haaraa miti. Qorumsa baay'ee fudhattanii as geessan Kanaaf qorumsi isin fudhachuufi deemtanis waan addaa waan hin taaneef hin na'inaa
🌱Sammuu keessan free godha. Kana dubbiseera, kana hin dubbisne jechuun of hin dhiphisinaa. Wanti isin dubbistan sammuu keessan keessatti kuufamee jira. Kan amma waan tokko hin beeknu jettan yeroo qormaataa yaadachuu dandeessu.
🌱wantoota free isin godhan kanneen akka muuziqaa dhagheeffachuu fi qilleensa qulqulluu Sirriitti baafachuuf galchuu(breathing exercise) shaakalaa.
🌱nyaata sukkaarrii fi soogiddi itti baay'ate hin fayyadaminaa.
🌱bishaan Sirriitti dhugaa
🌱nyaata humnaa oli hin nyaatinaa/nyaata utuu hin nyaatinis hin deeminaa.
🌱anniisaa argachuuf dhugaatiwwan nama si'eessan hin fayyadaminaa
🌱kobbee, sa'aa fi waan qormaataaf isin barbaachisu qopheeffachuu keessan mirkaneeffadhaa

2. Yeroo qormaataa maal gochuu qabdu
🌱gaafa gara mana barumsaa deemtaan suuta deemaa. Akkasumaa free of godhaa
🌱qormaanni namoonni baheera jedhanii yoo isin burjaajjeesanis waa'eesaaf hin dhipatinaa
🌱gaaffii isinitti cime irratti yeroo keessan hin balleessinaa. Kan isiniif salphaa tahe hojjechuun booda itti deebi'aa.
🌱dambiiwwaan/instruction qormaataa seeraan hordofaa

3. Qormaata akka qoramtanii baataniin
🌱gaaffii qoramtan irra deebitanii hin ilaalinaa.
🌱gaaffiin natti cime jettaniis kan boriif hin dhiphatinaa.
Kanaaf bifa kanaan of-qopheessaa
Carraa gaarii isiniif hawwa
Dr Nafyad Getu.

❇️ BAGA GARA SAAFARIKOOM NAGAAN DHUFTAN❇️Bootii saafarikoom fayyadamuudhan yemmuu miseensa taatan qarshii 1000 badhaafam...
31/08/2022

❇️ BAGA GARA SAAFARIKOOM NAGAAN DHUFTAN❇️

Bootii saafarikoom fayyadamuudhan yemmuu miseensa taatan qarshii 1000 badhaafamtu.

🎁 Dabalataan nama tokko yemmuu affeertan kafaltii qarshii 100 argattu!

Namoonni affeertaan 25 yeroo gahan, qarshii 3500 baasii gochuu dandeessu.

Liinkin affeerraa kesssani ⬇️
https://t.me/Safaricom_Afan_Oromo_bot?start=r06099725514

Join | SAFARICOM - AFAAN OROMO

❇️ BAGA GARA SAAFARIKOOM NAGAAN DHUFTAN❇️Bootii saafarikoom fayyadamuudhan yemmuu miseensa taatan qarshii 1000 badhaafam...
31/08/2022

❇️ BAGA GARA SAAFARIKOOM NAGAAN DHUFTAN❇️

Bootii saafarikoom fayyadamuudhan yemmuu miseensa taatan qarshii 1000 badhaafamtu.

🎁 Dabalataan nama tokko yemmuu affeertan kafaltii qarshii 100 argattu!

Namoonni affeertaan 25 yeroo gahan, qarshii 3500 baasii gochuu dandeessu.

Liinkin affeerraa kesssani ⬇️
https://t.me/Safaricom_Afan_Oromo_bot?start=r06099725514

Join | SAFARICOM - AFAAN OROMO

You can contact right away.

11/06/2022

Good morning and thanks for your email

Address

Asallaa
Arsi Negele
888555

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Shaggee Oromoo posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Shaggee Oromoo:

Videos

Share


Other Digital creator in Arsi Negele

Show All

You may also like