Eng. Habib Wayiso

Eng. Habib Wayiso Qabaatan mucaa ta'u hunda nama dhungata,
Yoo dhaban budaa ta'u hunda nama
tuffata.

09/12/2024

To be clear !..Namni ana bakka bu'ee mirga kiyyaaf falmu hin jiru. Namni ani bakka buufadhee naaf falmi jedhee erges hin jiru. Gara lachuu jechuu kooti.
Kanaafuu dhimma keessan achumatti xumuradhaa.

RIQICHA 🇵🇹PORTUGAL
25/08/2024

RIQICHA 🇵🇹PORTUGAL

31/07/2024

Shout out to my newest followers! Excited to have you onboard! Maraattu Dhugaan Maraache, Xahaa Fayisaa, Fanta Edao, Kadijaa Furii

My home....Langano lake ❤❤
11/05/2024

My home....
Langano lake ❤❤

22/04/2024

Akka koo beekiin abaarsa jedha Oromoon.
Mee hundaafuu tana follow godhaa.

Langano lakemy   my  ❤ i miss you
07/04/2024

Langano lake
my my
❤ i miss you

HATTUU SAAXILUUN DIRQAMA ! Please   fi   osoo hin taane   gochuun namoota hubachiisaa.Mucaan intalaa asii gaditti suuraa...
30/03/2024

HATTUU SAAXILUUN DIRQAMA !
Please fi osoo hin taane gochuun namoota hubachiisaa.
Mucaan intalaa asii gaditti suuraa ishee argitan kun maqaan facebook ishee jedhama. Maqaan ishee inni sirriin jedhama. Inni dhiiraa immoo jedhama. Bilbilli isaa immoo
+251933366696 fi
+52123376108 yoo ta'u lamaan isaanii waliin ta'anii miidiyaa hawaasaa gubbatti nama gowwoomsuun qarshii saamaa kan jiran yoo ta'u, ishiin intalaa kun akka waan biyya arabaa jirtuu fi maatiin ishee wallagga keessatti sababa network bilbilaatiin arguu akka hin dandeenyee fi sooma kanaan sababanii worri bira dalagu bilbila na dhoorkan jechuun maaloo maatii kootti naaf bilbilaa jettee bilbila mucaa kanaa obboleessa kooti jettee namaaf kenniti. Innis akka waan isheen baatii sadii oliif baddeetti odeessa, itti aansee abbaan isaa akka dhukkubsatu dubbata. Isheen immoo maaloo qarshii muraasa obboleessa kootiif naaf ergi guyyaa lamaaf sadi keessatti siif ergaa jettee nama goyyoomsiti. Erga namni qarshii account mucaatti galchee booda bilbila cufatu. Isheenis nama goyyoomsite sana block gooti.
Haala kanaan namni saamamaa jiru hedduudha. Of eeggadhaa adaraa keessan.
Account. No. Mucaa
1000517501108 CBE dha. Maqaan abbaa keetii fi kan obboleessa keetii maaliif gargar ta'e yeroo jedhamtu abbaa keenyatuu obbolaadha jetti.
Hattuu akkanaa kana irraa of eegaan dhaamsa kooti.

Your Engineer @ workLoading...
28/03/2024

Your Engineer @ work
Loading...

Suuraan haa dubbattu
22/03/2024

Suuraan haa dubbattu

17/03/2024

Do you want to know where your boss always wants to see you ?
at 💼 work
Or be home.

4 Ever ArsenalGunners ❤❤
15/03/2024

4 Ever Arsenal
Gunners ❤❤

Me'ee BokkooLafa cittee seenatti hafte.Gadaan kee gadaa quufaa gabbinnaa nuuf haa ta'u.Kan Arsii silaa mataa fi maqaan i...
22/02/2024

Me'ee Bokkoo
Lafa cittee seenatti hafte.
Gadaan kee gadaa quufaa gabbinnaa nuuf haa ta'u.
Kan Arsii silaa mataa fi maqaan isaatuu wollaalamee jira.

The Engineeryeroo tokko tokko akkana.jabaan WAAQA !!!!!
04/02/2024

The Engineer
yeroo tokko tokko akkana.
jabaan WAAQA !!!!!

107 likes, 5 comments. “ ”

The EngineerJabaan WAAQA !!!!!
03/02/2024

The Engineer
Jabaan WAAQA !!!!!

Misoomatti jirra.The EngineerJabaan WAAQA !!!!!
28/01/2024

Misoomatti jirra.
The Engineer
Jabaan WAAQA !!!!!

Family ❤❤❤❤❤
21/01/2024

Family ❤❤❤❤❤

The Engineerjabaan WAAQA !!!!!
18/01/2024

The Engineer
jabaan WAAQA !!!!!

21/12/2023

Address

Arsi Negele

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Eng. Habib Wayiso posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share