Duroomaniif kolfa hin argatani, hiyyoomaniif kolfa hin dhaban.
Kolfi kaffaltii tokkollee nama hin gaafatu. Garuu bu'aa guddaa qaba. Kolfi faayidaa malee miidhaa hin qabu. Kolfi:_
π Miira jeeqame tasgabeessa
πmiira badaa qajeelcha,
πmiiraa gaddaa mancaasa.
πYaaddoo fageessa;
πGammachuu maddisiisa.
πBoqonnaa namaaf kenna
πKaka'umsa hojii dabala.
πHiriyummaa jabeessa.
πMaatii keessa gammachuun akka jiraatuu godha.
πKolfi warra dadhabaniif jabina.
πWarra abdii kutataniif ifa.
πWarra gaddaniif carallaa biiftuuti.
πKolfi muddama miiraatiif daawwaa uumamaati
πKolfi waangaarii yaaduu irraa madda.(usually?)
πKolfi keenya miira namoota biroo jijjiiruuf humna guddaa qaba.
Fuulli ifaan afata gaarii caala.
Kolfi yeroo muraasaaf kolfama. Garuu sammuu namaa keessa yeroo dheeraaf tura. Qaamni keenya wayita kolfinu caalaa wayita nyaara guurru anniisaa baay'ee fayyadama.
Kolfa kadhannee, bitannee, liqeeffannee yookiin hannee argachuu hin dandeenyu. Duroomaniif kolfa hin argatan, hiyyoomaniif kolfa hin dhabani. Kanaafuu garaakee irraa kolfi. Kolfi bu'aa qabeessa kan ta'u yoo garaa keenya irraa kolfinedha.
Kolfi daawwaa bilisaati
Kolfaa,baay'isaa kolfaa!
Fayyaa hin dhabinaa!
Barataan kun Haadha isaa qoraan guurtee isa barsiifte kana yaadachuuf uffata eebbaa isaa of irraa baasee ishetti uwwisee, ofii isaaf ammoo saalfii tokko malee Qoraan dugdatti baatee balbala universitii dhaabatee haadhasaa waliin suuraa kahaa ooleβ€
Waaqayyo Eebbavisaa Ha baayyisuuf
waan mucaan kun jedhee video irra ilalaa.
yoo isinitti tole shere godha
https://www.facebook.com/OromiaTimes/
#Harmee
/Deessee/Haadha/π
Oolmaan kee dachaadhaa
Yoom baafamee dhumaa
Harmee atinaaf addadhaa
Naa Jiraadhuu umrii kumaa
Γ
Ofii Oliif gadii kaattee
Anaan na nyaachiistee
Dugdattii na baattee
Tabbaa na baasiistee
*
Waaqaaf firatti himaattaa
Dhalakoot naan jettee
Eebbumaan na simaattaa
Bahaa galakoo eegdee
,,,,,,
page kenyaa follow fi like gochuun guttumma isaa dubbisaa
https://www.facebook.com/OromiaTimes/
https://www.facebook.com/OromiaTimes/
https://www.facebook.com/OromiaTimes/