Ka kaartaa keennuu fi diigus mangistiidha
#Haqoo_Haq
Adamaa
Jibbiinsa daangaa darbetu jira
"""" BILILLEE(MAHBUUBAA)""
""""""""""""""""""""""""""""""""""""""""""""""""""""""
billilleeMaqaan warri ishee moggaasaniif Bilillee dha. Kan dhalatte Oromiyaa kibba dhihaa, godina jimma Aanaa gumayitti yoo tahu barri dhaloota ishee 1820 keessa ture. Dhalattee waggaa 10 -12 yoo guuttu, bara 1835/36 biyya isiin itti dhalattetti lolli gale. Abbaa fi obboleeyyan ishee jaha lola saniin ajjeefaman. Ishee fi obboleettiin ishee ammo boojiβamanii gabroomanii gara Goondaritti geeffaman. Achitti gargar bahan san booda wal hin agarre.
Bililleen Goondar irraa dura gara Kaartum (Sudan), itti aanee gara Gibxii (Kaayiroo) bara 1837 keessa gurgura daldala gabraatiif geeffamte. Yeroo kana biyyoota bahaa daawwachuuf bara 1835 eegalee karaarra kan ture ilmi mootii Jarman, Harmaan Paklar Kaayiroo gahe. Guyyuma kana Bilillee gurguraaf gabaa baasani waan tureef, innis akkuma naatoo Bililleen qabdu argeen bituuf itti gaggabe. Bitees maqaa isii Mahbuubaa jedhee moggaase. Hiikkaaniis Afaan Arabaatiin βjaalallee kooβ jachuu dha. Yeroo kaan umriin isii waggaa 10-12 hin caalu ture. Umriin isii xiqqaa tahullee, yaadaa fi hojiin isii akka nama guddaa ture. Naatoo fi amalli isii akka Paklar baayyisee jaalatu taasise.
Akkuma bitateen dooβannaa isaa itti fufe, Misra irraa gara biyyoota biraa Bilillee qabatee waliin deeman. Paklar haadha mana isaa Jarman jirtuuf waaβee gabroota Misraa bitee xalayaa barreessseefi ture. Waaβee Bililleetiis jaalala isii qabu fi isiinis isaan gargar baatee jiraachuu akka hin dandeenye deddeebisee barreessaaf ture. Mahbuubaan dubaarti iftoominaa fi haqummaan guutamtee dha. Paklar haqummaa fi iftoomina Mahbuubaa irraa kaβe, βNama dhugaan wajjiin jirtu wajjiin ooleen yeroo baayyee booda nama dhugaa tahe.β Jaβa ture. Bililleen dandeettii mataatti waa qabachuuf collumaa addaa qabaachuu ishee paklar ergga mirkaneeffatee booda dandeettiin ishee barumssan deggaramu qaba jechuun mana barumsaa viena keessa jiru tokkotti seensise.bililleenis jioota xiqoo kee
Manchester United mo Arsenal
Adama
Hiyyeessa boochisuun akkuma itti fufetti
Viidiyoo kana ni jaallattu. Dhaamsa isaa #Share godhaa!!
Tuuristiin wantoota daawwachuu barbaadan keessaa tokko kana. Jiruu fi jireenya hawaasaa sirritti barachuuf #Itillee ykn #Madabii irra buluu, midhaan haala kanaan daakuu, horii elmuu, bishaan lagaa waraabuu, nyaata hojjachuu fi kkf gochuuf mana namaa bultii muraasa jiraatu. Daawwchiiftonni naannoo gabaa tuurizimiitiin walitti hidhuu qabdu.
ππ@Al Jaziiraa Oromo