Gammadaa Show

Gammadaa Show I never lose Hope!!

Keessummoota Gammadaa Show Borii ammoo kunootiWallistoota dubaraa qaqqaxalee   fi   simachuuf qophooftanii?Wallee isaani...
21/12/2024

Keessummoota Gammadaa Show Borii ammoo kunooti
Wallistoota dubaraa qaqqaxalee fi simachuuf qophooftanii?
Wallee isaanii kamiin jaallattu?

Sponsors
Ethio telecom
Cooperative Bank of Oromia
Mijuu Coffee dha

Gaazexeessaa fi Barreessaa   keessummaa Gammadaa Show har’aa kunooti Obbo Isaayaas nama jalqabaaf Seenaa TV Oromoo keess...
15/12/2024

Gaazexeessaa fi Barreessaa keessummaa Gammadaa Show har’aa kunooti
Obbo Isaayaas nama jalqabaaf Seenaa TV Oromoo keessatti ba’ee dubbatee fi gaazexeessaa hangafa xurree saaqe.
Akkasumaas Barsiisaa fi Barreessaa Kitaaboota jajjaboo hedduuti muuxannoon jireenya isaanii hin quufamu har’a galgala Etv Afaan Oromoo fi YouTube keenya Risaa Media irratti sa’aatii 3:15ti siiniif darba hordofaa yaada keessan nuuf kennaa📣📢
Link YouTube comment jala jira👇🏾👇🏾
Sponsors
Mijuu Coffee
Ethio telecom
Cooperative Bank of Oromia
nuuf galateefadhaa🫶🏽

Namni Yeroo Jalqabaaf TVn Ba’ee Dubbate Oromoo Keessaa Gaazexeessaa   Seenaa Miidiyaa Oromoo keessatti nama bakka guddaa...
14/12/2024

Namni Yeroo Jalqabaaf TVn Ba’ee Dubbate Oromoo Keessaa Gaazexeessaa Seenaa Miidiyaa Oromoo keessatti nama bakka guddaa qabuu fi barreessaa kitaaboota jaallatamoo hedduuti🎯
Kitaaba isaanii keessaa kamiin dubbistanii jaallattan?
Bor galgala keessummaa Gammadaa Show tahuun ana waliin turtii bareedaa taasifne anis ammoo nama hangafaa kana waliin dubbachuukoo hedduun itti gammade.
Sagantaa baayyee bareedaa kana daawwachuu hin dagatiinaa🫶🏽❤️🎧
Sponsor Sagantaa keenyaa
Ethio telecom
Cooperative Bank of Oromia
Mijuu Coffee dha

Har’a galgala Gammadaa Show irratti Keessumoota   irraa dhufan dhimma   irratti marii bareedaa taasifne nu hordofaa  fi ...
08/12/2024

Har’a galgala Gammadaa Show irratti Keessumoota irraa dhufan dhimma irratti marii bareedaa taasifne nu hordofaa
fi bakka bu’oota Abbootii Gadaa Karrayyuuti.
Sagantaa keenyaan Aadaa, Duudhaa, Afaan, Aartii akkasumaas Jabeenyaa fi Cimina Oromoo durii fi ammaa irraa dhageessu filattanii waan daawwataniif ulfinaa fi Kabajaa argadhaa
Sa’aatii 3:15ti gama Etv Afaan Oromoo fi YouTube keenya Risaa Media link comment jala jiruun nu hordofaa🫶🏽❤️👇🏾

Doorii Marree Si Marree Yaa Waaq Nu Magarsi🤾🏼🫶🏽🌠Keessummootni keenya Gammadaa Show guyyaa har’aa   bakka bu’oota   Karay...
08/12/2024

Doorii Marree Si Marree Yaa Waaq Nu Magarsi🤾🏼🫶🏽🌠
Keessummootni keenya Gammadaa Show guyyaa har’aa bakka bu’oota Karayyuuti fi jedhamu
Gadaan Karrayyuu, sirni Buttaa qaluutti jira waa’ee sirna kanaa fi Waa’ee Hawaasa guutuutti qophii keenya irraa argattu galgala Etv Afaan Oromoo fi YouTube keenya Risaa Median nu eegaa🫶🏽
Gadaan Karayyuu erga Abbootiin dhumanii booda maalirra jira?
Tuutni amma Gadaa fudhatuu fi Kennu maal fa’i irratti turtii hedduu bareedaa fi barsiisaa goone daawwadhaa
Sponsor Sagantaa keenya
Ethio telecom
Mijuu Coffee
Cooperative Bank of Oromia nuuf galateefadhaa

Keessummaan Gammadaa Show Borii Eenyu Laata?Stay Tuned
07/12/2024

Keessummaan Gammadaa Show Borii Eenyu Laata?
Stay Tuned

Ajaa’iba kana Ilaalaa daqiiqaa 5 booda eegala😱😱💸🗞️  qophiin keenya jalqabaa eegaluuf jedha keessummaan keenya ammo Adde ...
04/12/2024

Ajaa’iba kana Ilaalaa daqiiqaa 5 booda eegala😱😱💸🗞️
qophiin keenya jalqabaa eegaluuf jedha keessummaan keenya ammo Adde Meti Abdissa Haadha qabeenyaa Mijuu Coffeeti hordofaa
Antii Isayas waliin sagantaa hedduu bareedaa fi barsiisaa hojjetan daawwadhaa gochuun waliif qoodaa
Warreen Business qabdan biroos dhufaa jirra nu eegaa👇🏾
Link comment jala jira👇🏾😬

Keessummaa Gammadaa Show har’aa kunootiDargaggeessa jabaa damee Teeknoloojiin hojii gurguddaa hojjetee fi dhaloota kanaa...
01/12/2024

Keessummaa Gammadaa Show har’aa kunooti
Dargaggeessa jabaa damee Teeknoloojiin hojii gurguddaa hojjetee fi dhaloota kanaaf fakkeenya tahuu danda’u hogganaa dhaabbata FARIS Technology dardaggoo Elias Yirdaw qabannee dhufneerra.
Har’a ijoolleen keessan akka daawwatan jajjabeessaa dhimma isan hedduu jaallatan fi kan biroo irratti waan hedduu dubbanne
Etv Afaan Oromoo fi YouTube keenya Risaa Media irratti galgala sa’aatii 3:15ti nu eegaa
Sponsor sagantaa keenyaa
Cooperative Bank of Oromia
Ethio telecom
Mijuu Coffee

Keessummaan keenya galgala kanaa Aartiit gameettii   sa’aatii 3:15ti gama Etv Afaan Oromoo fi YouTube keenya Risaa Media...
24/11/2024

Keessummaan keenya galgala kanaa Aartiit gameettii sa’aatii 3:15ti gama Etv Afaan Oromoo fi YouTube keenya Risaa Median nu hordofaa🙏🫡
Link Comment jala jira
Nu Hoofkolchaa🤲🏼

Keessummoota Gammadaa Show Har’aa Kunooti Barattuu fi Waloo Senet Gizachew fi Pro Gemechis Buba har’a galgala waan ajaa’...
17/11/2024

Keessummoota Gammadaa Show Har’aa Kunooti
Barattuu fi Waloo Senet Gizachew fi Pro Gemechis Buba har’a galgala waan ajaa’ibaa hedduu irraa dhageessu
Lamaan isaanii irraa dhalootni barnoota irra jiru waan hedduu barachuu danda’a jennee yaadna hordofuu hin dagatiinaa
Sa’aatii 3:15ti gama Etv Afaan Oromoo fi YouTube keenya Risaa Median siniif gad dhiisna
Sponsor sagantaa keenyaa ammoo
Ethio telecom
Cooperative Bank of Oromia
Mijuu Coffee dha ulfaadhaa 🙏🙏🙏

16/11/2024

Intala Qaxalee fi Badhaafamtuu Medaaliyaa bara kanaa qabxii A** fidde fi Pro Gemechis Buba waliin kunooti dhihaanne nu eegaa

Kunooti Keessummaa isin kaleessa tilmaamaa turtan dhuga taheeraBarattuu qaxalee fi Waloo   fi Pro   waamne milkii isaani...
16/11/2024

Kunooti Keessummaa isin kaleessa tilmaamaa turtan dhuga taheera
Barattuu qaxalee fi Waloo fi Pro waamne milkii isaanii gaafannee jirra nu hordofaa🙏
Sagantaan kun hedduu of keessaa qaba qophii barsiisaa fi hedduu irraa fayyadamtan tahuu siniif ibsaa bor galgala Etv Afaan Oromoo fi Gama YouTube keenya link comment jala jiruun hordofaa.
Gammadaa Show sagantaa filattanii hordofaa jirtan tahuu karaa adda addaan nu beeksisaa jirtu ulfaadhaa🙏🥊
Sponsor sagantaa keenya
Mijuu Coffee
Ethio telecom
Cooperative Bank of Oromia dha galatoomaa
Isiniis sagantaa keenya Sponsor gochuun Miliyoonota bira gahuu kan barbaaddan nu qunnamaa👍

11/11/2024

Faarfannaas sirriitti dandeessiAkkam bultan Interview keenya ishee waliin geggeessine Gammadaa Show daawwatanii?Guutuun isaa link comment jala jira👇🏾

Keessummaa keenya har’a Gammadaa Show irratti argitan mucaa dandeettii ajaa’ibaa qabduu fi dinqii taate, barnoota isheet...
10/11/2024

Keessummaa keenya har’a Gammadaa Show irratti argitan mucaa dandeettii ajaa’ibaa qabduu fi dinqii taate, barnoota isheettis qaxalee tahuun beekamtu hordofaa🙏📌
Seenaan wallee aartiistoota keenya hedduu bifa ajaa’ibaan deebitee sagalee kiilolee ishee sanaan isin dhageesisuuf jirti
Galgala sa’aatii 3:15ti gama Etv Afaan Oromoo fi YouTube keenyaan isin biraan geenya caqasaa, keessumaa ijoolleen jaalala sagantaa keenyaf qabdan ammoo caalatti jaallattu.
Sponsor sagantaa keenya
Cooperative Bank of Oromia
Ethio telecom
Mijuu Coffee dha galatoomaa jennan

Grateful to God for another year added and the chance to live it fully! Cheers to new adventures and living life to the ...
06/11/2024

Grateful to God for another year added and the chance to live it fully! Cheers to new adventures and living life to the fullest! ❤️ I'M ANOTHER YEAR OLDER, WISER AND HAPPIER. THANKFUL AND BLESSED.
Har’u guyyaa dhaloota kooti, guyyaan itti gadameessa haadhakoo keessaa bahee addunyaa kana itti mil’adhe, Bagan dhaladhe. 🎊🎈❤️‍🔥
Addunyaan kun salphaatti kan keessa jiraatan miti, garuu ani carraa argadhee, jiraachuu fi harganuu danda’uunkoo gargaarsa Waaqayyoon malee hin danda’amu. Waaqayyo ammoo isiniin maatiikoo miidiyaa irratti naaf kennee, jaalala natti agarsiisaa jirtaniif, jajjabina hojiikoo irratti naaf kennitaniif ulfaadhaa siniin jechuun barbaada.
Ammayyuu fayyaa guutuu fi nagaa tahee jabaadhee akkan hojjedhuuf naa kadhadhaa, har’a dhalachuu kootiif ammoo na eebbisaa.
Ulfaadhaa🙏❤️‍🔥😘
Gammadaa Show daawwadhaa

04/11/2024

Live on Gammadaa Show

Miseensota   Adem Mohammed-Arba fi Halima Abdela waliin   har’a galgala sa’aatii 3:15ti gama Etv Afaan Oromoo fi YouTube...
03/11/2024

Miseensota Adem Mohammed-Arba fi Halima Abdela waliin har’a galgala sa’aatii 3:15ti gama Etv Afaan Oromoo fi YouTube keenyaan nu eegaa
Gammadaa Show daawwachuuf waan qophooftaniif galatoomaa.
Adam Ilma ana Sarbooticha waliin booda dhufaa jirra
Link comment jala jira📌📌

03/11/2024

Abbaa Gadoo Adem Mohammed-Arba waliin Har’a galgala Etv Afaan Oromoo fi YouTube keenyaaf dhufaa jirra.

Address

Haile Gebre Sillasie Street
Addis Ababa

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Gammadaa Show posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Videos

Share