Fikru MENgistu LifE CoAcH

Fikru MENgistu LifE CoAcH "Empowering people through their vision!"

Telegram Channel:https://t.me/FikruMENgistuOfficial
for Call: +251910657990

06/01/2025
04/01/2025

TT - Recognitions

04/01/2025

Time 4 Recognitions

DREAM COMES BEFORE ACHIEVEMENTS!!!
04/01/2025

DREAM COMES BEFORE ACHIEVEMENTS!!!

NBO-Business Soft skills training has given for Our team partners!Call & join-us!
04/01/2025

NBO-Business Soft skills training has given for Our team partners!

Call & join-us!

 !!! #ጭንቅላት(አዕምሮ) !!!እግር መሄድ እንጂ መድረሻዉን አያዉቅም።አዕምሮ ያስባል፣ያሰላስላል፣ቀድሞ አርቆ ያማትራል። እግር ታዛዥ ነዉና ያዘግማል።እናማ ብዙ ሰዎች ጋር  እግር ጤናማ ይ...
03/01/2025

!!!

#ጭንቅላት(አዕምሮ) !!!

እግር መሄድ እንጂ መድረሻዉን አያዉቅም።
አዕምሮ ያስባል፣ያሰላስላል፣ቀድሞ አርቆ ያማትራል። እግር ታዛዥ ነዉና ያዘግማል።

እናማ ብዙ ሰዎች ጋር እግር ጤናማ ይሆን ዘንድ ይታጠባል፣ምቹ ጫማ ይገዛለታል፣ቅባት ይቀባል ሌላም ሌላም ይደረግለታል።
አዕምሮን ማን ዞር ብሎ ያየዋል፣ እንደ ቆሸሸ ያሳድሩታል፣ እንክብካቤ ይርቀዋል፣ ከዚያም አቅም ያጣል ችግሮች ሲገጥሙን መፍትሔ ማመንጨት ያቅተዋል።

በእዉነቱ አዕምሮ ተበድሎዋል።
እረፍት ይገባዋል
ማንበብ ይገባዋል
መሰልጠን ይገባዋል

በሰላም ቀን በአካዉንታችሁ ያኖራችሁት ገንዘብ ፣ በችግር ቀን ዋስትና ይሰጣችዋል።
ዛሬ በሰላሙ ጊዜ ያስተማራችሁት፣ያሰለጠናችሁት፣ የገነባችሁት አዕምሮአችሁ የሕይወት ፈተና ሲገጥማችሁ መፍትሔ እያመነጨ ድጋፍ ሆኖ ያሻግራችሗል። ከግራ መጋባት ያተርፋቹአል። እናማ ዛሬ ለአዕምሮ ዉለታ ዋሉለት!!!

የተደላደለ ሰዉነት ይዘዉ ከሲታ የሆነ አመድ ላይ የተንከባለለች አህያን የመሰለ ሕሊና(አዕምሮ~Mind) እንዲኖሮት አይፍቀዱ።

አዕምሮአችሁን ያበለጸጉ ዓለም ላይ አሸብርቀዉ ደምቀዉ ለምድሪቱ የመፍትሔ አካል ሆነዉ ብርሃናቸዉ በሰዉ ሁሉ ፊት በርቶ በድምቀት ይኖራሉ። በስብእና እና በልዕልና የዓለም ቁንጮ ናቸዉ። አልባሽ አጉራሽ ናቸዉ።

ተነስ!!!

የአለማወቅን፣ የድንቁርናን፣የበታችነትን ጭለማ ሳቀየዉ
እና
የጥበብ ከናፍሮችህ የእዉቀት ማር ይንጠብባቸዉ።
ከሕሊናህ ማሳ የዓለም መድሐኒት የሆነ አበባ እና ጥላ የሚሆን ወርካ ይብቀልበት።

ለመለወጥ ፍቀድ
ቀና ለማለት ፍቀድ
ቁንጮ ለመሆን ፍቀድ

አሁን ተራዉ የእኔ ነዉ በል
መልካም ቀን!!!

ሀገር አማን ዉሎ ይደርልኝ!!!

{ፍቅሩ መንግስቱ~ አሰልጣኝ እና የቢዝነስ አማካሪ}
25/04/2017 ዓ.ም

02/01/2025

"Respect is earned, not demanded."

  ???This distribution is often attributed to studies by the U.S. Social Security Administration (SSA)Current statistics...
31/12/2024

???

This distribution is often attributed to studies by the U.S. Social Security Administration (SSA)

Current statistics on retirement outcomes, reviewing reports from
reputable sources such as the Employee Benefit Research Institute (EBRI) or the U.S. Department of Labor. These organizations conduct comprehensive studies on retirement readiness and financial security among retirees.

This Data illustrates the financial outcomes of 100 individuals who began working at age 25 and retired at 65, with the following distribution:

63% Poor: These individuals faced financial difficulties during retirement.

29% Deceased: A significant portion did not survive to or through retirement.

4% Financially Secure: These individuals had sufficient funds to sustain themselves during retirement.

3% Still Working: They couldn't afford to retire due to financial constraints.

1% Wealthy: Only a small group achieved financial independence and lived comfortably.

Shout out to my newest followers! Excited to have you onboard! Samson Ayalneh Ibb, Merhawit Gebretensay, Dinaol Chala Gi...
31/12/2024

Shout out to my newest followers! Excited to have you onboard! Samson Ayalneh Ibb, Merhawit Gebretensay, Dinaol Chala Gindo, Addis Lake, Elias Gashaw, Kalkidan Fiseha, Pirose Shibiru, Zenebu Abdeta, Estrellita Rambar, Teramaj Bedesa, Merian Mesi, Kullee Addisu Tim, Waqayyoo Abdi Kooti, Fasika Tadesse, Israel Abera, Ŷd Ŷäãdïî, Hayu Birhanu, Çhal Dinku, Shumet Woldie, Deribu Reta, Sanyii Hailu, Obsee Asefa, Mykel Angele, Komartiket Tamiru Damise, Genzebe Tayework, Abdi Karu, Metike Birhanu, Rahel Gebrehiwet, Abinet Muluken, Senaf Ha Tau, Gamachisa Fekadu, Dn Eyob Halefom, Lili Dadi, Dirree Midiyaa, Chala Firdisa, Tarik Endaylalu, Habtamu Tensay, Beza Woldeyohannis Tuna, Marishet Getachew, Lomita Dereje, Filimon Mebrahtu, Solomon Nigussie, Berhanu Abdeta, Tadese Gebreslasie, Getnet Genet Miskir, Berhan Ayalew, Tadu My, Angesom Kahsay

 Namni Suuraa irratti Argitan Kuni Nama Ogummaa Baankii Fi Hojii Abbaa Biiznasa Dhuunfaa ta'ee jiruudha.Dhaamsa qabuu ak...
31/12/2024



Namni Suuraa irratti Argitan Kuni Nama Ogummaa Baankii Fi Hojii Abbaa Biiznasa Dhuunfaa ta'ee jiruudha.

Dhaamsa qabuu akkasiin dabarsee

itti fufa……………!

Baankera irratti nama muuxannoo waggaa 4 qabu akkasumas Gumuruka irratti nama muuxannoo waggaa tokkoo qabaniif leenjii ijaarsa sammuu irratti hojjechaa muuxannoo waggaa 2 olii qabaniif abbaa Bizinasa of danda'aa ta'anii kan hojjechaa jiran Leenjisaa: MOONENUS LATAA-f gaaffii kaan gadii dhiyeessineefii jennaan deebii itti aanee jiru kana nuuf deebisani.

Gaaffii: Ati Baankeridha. Akkasumas abbaa bizinasa of danda'aa taatee dhaabbata leenjii ijaarsa sammuu fi sirna gurgurtaa kallattii irratti hojjetu keessatti par-timer taatee hojjechaa jirta. Baankeroonni yeroo baay'ee hojii dabalataa hojjechuuf caalaatti yeroo akka hin qabne himatu. Ati garuu bizinasa kee irrattis, hojii idileekee irrattis utuu yaada busy jedhu osoo hin dhiyeessiin of kennitee leenji'aa, leenjisaa, bizinasa kees rogaan kan hojjechaa jirtudha. Mee kana akkamiin akkasiin deemsisuu dandeessee? maaltu murtoo akkasii fudhattee akka hojjettu si taasise? Warreen akkakeefoo maal dhaamtaaf?

Deebii: Waanta kamiyyuu hojjechuuf Sababa ofii beekuun dirqama jedheen amana , namni tokko waggaa 15 baratee degereen eebbifamee Baankiis ta'ee waajjira biraa keessattii akka hojii hin jalqabneef sababoota hedduu nii qaba . Fakkeenyaaf haga barbaadu rafuu dhabuu , uffata dhabuu , meeshaalee barnootasaaf isa barbaachisan bifa inni barbaaduun guutamuufii dhabuu , waggaa dheeraa kana mana barnootaa deddeebi'uuniifii kanneen biroo rakkoowwan namni kamuu qabudha . Garuu rakkoowwan kana darbuun miindaa argachuun rakkoowwan kanaaf harka kennanii hojii malee juraachuu irra filatamaa waan ta'eef anis ta'ee namoonno biroon barannee miindaa arganne .
* Ammas filannoon ani abbaa biizinasii of danda'aa ta'ee galii dabalataa argachuukoo waan caaleefan hojii idileekoon cinatti dhaabbata sirna gurgurtaa kallattii keessattillee hojjechuurrattin argama.
* hojjettoonni baankii yeroo hin qabnu jedhuu kan jedhuufii mee sa'aa 24 keessaa sa'aatii meeqa hojiirratti dabarsu jettee yaaddaa !
Osoo sa'aatii 10 hojii irratti dabarsanii , Sa'aatii 7 ammoo irribaan yoo dabarsaan mee sa'aan torba hafe sun maalirra oolee ??
* leenjiin ijaarsa sammuu yeroon fudhee eegalee anis yeroo bal'aa akkan qabuufii sana dura yeroo qaalii kana wantota bu'aa hin buusneen dabarsaa akkan turen hubadhe , Yeroo koo sana fayyadameen leenji'aa , leenjisaa fii biizinasii koos hojjechuu irratti argama .
* Murtoo akkasii akkan fudhadhu kan na taasisee waktii ( Seasons) hubachuukooti jedheen yaada .
- Mee ilaali osoon yeroo bilisaakootti biizinasiikoo hin hojjedhu ta'ee maal waanin hojjedhu siitti fakkaata ? tarii Social Midian ilaala Maallaqakoo baase , hojiidhaan garuu galiif hojjetama , baasii gatii hin qabnerra galii waanan filadheefi !
*warreen akkakeef Maal dhaamtaa ? Namni kamiyyuu jireenyisaa har'aa bu'aa murteef gochaa kaleessaatii .
Boru jiruu akkamii qabaachuu barbaadda , waan sanaaf murteessaan akkaataa itti fayyadama yerookee har'aafii , gochaakee har'aati .
- Har'a gatii kaffalii boru taphadhu !
Pay now play later !
👇👇👇👇👇
https://t.me/FikruMENgistuOfficial

Thanks for being a top engager and making it on to my weekly engagement list! 🎉 Hinkoosaa Asaffaa Amanu, Eyerusalem Maku...
31/12/2024

Thanks for being a top engager and making it on to my weekly engagement list! 🎉 Hinkoosaa Asaffaa Amanu, Eyerusalem Maku, Yirdaw Esh, Hulubanch Abebe Dires, Ani Anmuaa, Yehualashet Birhanu, Tsegaye Anley, Waktola Dachew, Mikiyas Tesfay, Askale Sisay, Barsisa Adaba, Lamrot Lamrot, Hayredin Lemlemu, Ephrem Tadesse, Yared Adisu, Natnael Se, Sara best , Bookaa Tolasaa, Asmera Teshoma, Bereket Asfaw, Tsegaye Tena Tsegaye Tena, Eyob Gadisa, Yoomif Abdiisaa, Addis Lake, Gírmíshõ Õrõ Hãílû, Zenebu Abdeta, Beza Aeyfokru Aesfawu, ማርቲ እየሡሥ ይመጣል

 !          Waan karaa sirriin gara kee dhufee diddeeWantuma sana karaa sirrii hin taaneen yoo adamsituu argamta taanaan...
31/12/2024

!



Waan karaa sirriin gara kee dhufee diddee
Wantuma sana karaa sirrii hin taaneen yoo adamsituu argamta taanaan ……wanni kee akka mammaaksaati jechuudha.


Hoodhuu Jennaan Maaliif Diddee? Diduu Jechuun Wanta Kennameef Sana Barbaaduu Dhiisuu Osoo hin taane. Kennicha osooma hawwitu garuu ifaaja tokkollee baasuu dhabuu ishiiti.

immoo Karaa Qaxxaamuraan ifaaja tokko malee bilaashaan fudhachuuf Qaruute taate jechuudha.

Wanti bilisaan argamuu hiyyuummaa qofa. Sooroomuuf Hojjechuun dirqama dha.
Jette faranjiin jedhama.

!!!
!!!

https://t.me/FikruMENgistuOfficial

THANK YOU ALL FAMILIES !!!
28/12/2024

THANK YOU ALL FAMILIES !!!

Thank You for 3K Followers!"This milestone is all because of YOU, our amazing community!""From the first follower to the...
28/12/2024

Thank You for 3K Followers!

"This milestone is all because of YOU, our amazing community!"

"From the first follower to the 3,000th, your support means everything."

We're just getting started!"

"Stay tuned for more amazing content!"

"Follow, Like, and Share to keep growing with us!"

Let we reach out to the Millions!

27/12/2024

Go To Risk
Or
Go Home

Thanks for being a top engager and making it on to my weekly engagement list! 🎉 Fuade Zowi, Bezza Bezza, Sara best , Yoo...
27/12/2024

Thanks for being a top engager and making it on to my weekly engagement list! 🎉 Fuade Zowi, Bezza Bezza, Sara best , Yoomif Abdiisaa, Asmera Teshoma, Monenus Leta Deressa, Bookaa Tolasaa, Bruk Sileshi, Milion Mili Mili, Guta Hussen, Gírmíshõ Õrõ Hãílû, Miki Taye, Hundesaa Daraguu, ማርቲ እየሡሥ ይመጣል, Serekalem Adebabay, Getu Shiferaw, Eyerusalem Maku, Ani Anmuaa, Amani Smart, Waktola Dachew, Firhiwet Bayinse

Address

Addis Ababa

Opening Hours

Monday 09:00 - 17:00
Tuesday 09:00 - 17:00
Wednesday 09:00 - 17:00
Thursday 09:00 - 17:00
Friday 09:00 - 17:00
Saturday 09:00 - 17:00

Telephone

+251910657990

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Fikru MENgistu LifE CoAcH posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Fikru MENgistu LifE CoAcH:

Videos

Share