Hasse H Mume

Hasse H Mume Sena muslima durira hanga amati

18/03/2023
17/09/2022

hedduu namatii toltuu

17/09/2022

Yoo zikrii galgalaa fi ganamaa jechuu yoo dadhabde xiqqaate kanniin sadan galgalaa fi ganama hin dagatiin :

‏1-بسم الله الذي لا يضر مع اسمه شيء في الأرض ولا في السماء وهو السميع العليم "ثلاثا".
1, Bismillahi allazi laa yadurru ma'a ismihi shay'un filardi walaa fissamaa'i wahuwa sami'ul aliim "Yeroo sadii"

: Maqaa Rabbii isa wanti tokkollee samiifi dachii keessatti maqaa Isaa waliin hin miineetiin.
Inni argaa beekaadha.
__
‏2-أعوذ بكلمات الله التامات من شر ما خلق "ثلاثا".
2, A'uuzu bikalimatillahittamaati min sharri maa kalaq "Yeroo sadii"

: Hamtuu waan inni uumee irraa jecha Rabbii guutuuttin maganfadha.

__
‏3-رضيت بالله رباً وبالإسلام ديناً وبمحمد ﷺ رسولاً "ثلاثاً".
3-Radiitu billahi rabbaa wabil islami dina wabi muhammdin ﷺ rasuula"Yeroo sadii"

: "Rabbiin gabbaramaa ta’uu, Islaamni amantii kiyya ta’uufi Muhammad (saw) Nabiyyii naaf ta’uu jaaladheera."

@

17/09/2022

AS WR WB

Waan qabdurraa obboleeyyan kankee belaan fi dheebuudhaan lubbuun bahaa jiruuf dirmadhuu Rabbii siif ha dirmatuu
10/08/2022

Waan qabdurraa obboleeyyan kankee belaan fi dheebuudhaan lubbuun bahaa jiruuf dirmadhuu Rabbii siif ha dirmatuu

08/08/2022

Senaa Ajaaibsenaa ajaiba

04/08/2022
08/06/2022
06/04/2022

Ramadan Mubarak

14/02/2022

WAA'EE DAJJAAL

Bulloo waan
17/01/2022

Bulloo waan

Galani kan Rabbii Alhamdulillah
08/01/2022

Galani kan Rabbii Alhamdulillah

06/01/2022

dhamsa gababa

SAW
10/12/2021

SAW

06/12/2021

23/11/2021

Yaa Allah...

16/11/2021

Sin darbin amiin
Amiin ja'ii

16/11/2021

durse dubbate jiraa
Bekkan fagoti argaa

Address

Barnoota Amnti Muslima
Addis Ababa
BADDEESSAHARARGEOROMIYA

Telephone

+251919100121

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Hasse H Mume posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Hasse H Mume:

Videos

Share