Fugug

Fugug Barnoota Amantaa Islaama ,Quran fi Hadith

01/11/2024
Shout out to my newest followers! Excited to have you onboard! Tuujii Qaasim, Yusif Abdullahi, Abdullahi Tanko Ibrahim
01/11/2024

Shout out to my newest followers! Excited to have you onboard! Tuujii Qaasim, Yusif Abdullahi, Abdullahi Tanko Ibrahim

19/06/2024

Kabajamtoota maamiltoota keenyaa,
Baankiin Raammis Tajaajila Baankii Digitaalaa kan ta'e *678 # ifatti eegalee maamiltoota keenyaaf tajaajila kennu jalqabuu keenyaaf gammachuu guddatu nutti dhagahama.
Baga gammanne, Baga gaammaddan!
Fayyadamuuf salphaa, saffisaa, hunda bakka tokkotti kan hammate yoo ta'uu
 Tajaajila Kafaltii raawwachuuff
 Maallaqa gara baankii biraatti dabarsuu
 Herreega keessan sirnaan to'achuuf
 Maallaqa gara Tele Birritti dabarsuuf
 Yeroo qilleensa bilbilaa keessan bitachuuf
gama dameelee Baankii Raammis isinitti dhiyoo jiruu deemuun tajaajila Kan ta'e *678 # fayyadamuu akka dandeessan gammachuudhaan isin beeksifna!
Baankii Raammis, Baankii keessan!

ውድ ደንበኞቻችን፣
ራሚስ ባንክ ዲጂታል ባንኪንግ አገልግሎት *678 # በይፋ መጀመሩን ስናበስራችሁ በላቀ ደስታ ነው!
እንኳን ደስ ኣላችሁ እንኳን ደስ ኣለን!
ለመጠቀም ቀላል ፣ ፈጣን ፣ ሁሉንም በአንድ ቦታ የያዘ አገልግሎት *678 # በመጠቀም
 ክፍያ ለመፈጸም
 ወደ ሌላ ባንክ ገንዘብ ለማስተላለፍ
 አካውንትዎን በአግባቡ ለመቆጣጠር
 ወደ ቴሌ ብር ገንዘብ ለማስተላለፍ
 የአየር ሰአት ለመግዛት
በአቅራቢያዎ ወደሚገኘው የራሚስ ባንክ ቅርንጫፍ በመሄድ አገልግሎቱን መጠቀም አንደምትችሉ እናሳውቆታለን!
ራሚስ ባንክ፣ የእርሶ ባንክ!

19/06/2024

Mashaa alla

29/04/2024

ንጽህና ከኢማን ነው!
Qulqulinni Imaana irraayyi!
🔴🔴🔴🔴🔴🔴🔴🔴🔴🔴
የጽዱ ኢትዮጵያን ጥሪ ተቀላቅለናን።እናንተስ?
Waamicha Itiyoopiyaa qulqullutti hirmaanne. Isinoo?

Kuno Isliippin qarshi kuma 10 akkaawunti kiyya Baanki hijraa irra gara hisaaba "Tsidu Ethiopia" lakkofsa baanki daldalaa Itiyoopiyaatti erguun hirmaadhe.
ከሂጅራ ባንክ አካውንቴ ወደ የንግድ ባንክ ጽዱ ኢትዮጵያ 10ሺ በማስገባት ተቀላቅያለሁ።

29/04/2024

"ንፅህና የኢማን ግማሽ ነው" ይሉናል ውዱ ነብያችን (ሰ.ዓ.ወ)

የራሳችንንም የአካባቢያችንንም ንፅህና መጠበቅ የወል ግዴታችን ነው::

እኛም ተቀላቅለናል እናንተስ?.....
ጽዱ ጎዳና - ኑሮ በጤና!

የሕዝብ መፀዳጃ ቤቶችን በመገንባት ክብርን ጠብቆ የመፀዳዳት ባህልን ለማዳበር የኢትዮጵያ ንግድ ባንክ Tsidu Ethiopia አካውንት 1000623230248 የድርሻዎን በማበርከት ጽዱ ኢትዮጵያን በጋራ እንገንባ::

#ጽዱኢትዮጵያ

Source : Office of the Prime Minister-Ethiopia

29/04/2024

በትላንትናው እለት በሀገር አቀፍ ደረጃ የተጀመረው "የፅዱ ጎዳና ኑሮ በጤና" የዲጅታል ቴሌቶን ተሳትፎ የንቅናቄ መርሀ ግብር ላይ በርካታ ኢትዮጵያውያን እየተሳተፉበት ይገኛል።

የፓርቲያችን ምክትል ፕሬዚዳንት ክቡር አቶ አደም ፋራህ ለንቅናቄው መሳካት ያገለግል ዘንድ 20ሺህ ብር አበርክተዋል።

ሁሉም ኢትዮጵያዊ ያለ ምንም ልዩነት ሊሳተፍ እንደሚገባ እና በዚህ የተቀደሰ አላማ ላይ እንደ አንድ ኢትዮጵያዊ ዜጋ በሁሉም ደረጃ የሚገኙ የብልፅግና ፓርቲ አመራር እና አባላት ተሳትፏቸውን አጠናክረው እንዲቀጥሉ አበረታተዋል።

03/04/2024
29/03/2024

Gareen Barattoota markaza Abdallaah ibnu Umar kan Mohammed Bayaaniin durfamu Toora Aappii imootiin kaneen biyyoota adda addaa keessatti argaman irraa ummata wollootiif gargaarsa qarshii 325,000 Kuma dhibba sadi’iifi kuma digdamii shan dhabbata Egeree irratti galii taasisaniiru.

29/03/2024

Gabaasa hawaasa keennaaf!
Dhaabbata Gargaarsaa Egereef irraa!!!
baankii Daldala Ethiyoophiyaa,Lakk herregaa 1000458144242.baankii Hujii Gamtaa Oromiyaa Lakk herr.1000091716937.tiifi baankii Hijraa Lakk herr.1000006010001 irratti deeggarsa maallaqaatiin kallattiin galii godhuun,namni Dhibba jahaafi kudha sadi (613) kan hirmaate Yoo tahu,guyyaa 21/03/2024 irraa jalqabee hanga guyyaa—28/03/24 sa’atii 10 tti birriin dhaabbata Deeggarsa Egereetti gale,birrii 3,104,673.5 Miliyoona sadihiifi kuma dhibba tokkoofi kuma afuriifi dhibba jahaafi torbaatamii sadihiifi saantima shantamadha.

Maallaqni nu biratti gale kuni Eenyurraafi eessarraa akka deeggarsi kuni argame kan marsaalee hawaasaatiifi dhaabbata keenyaatiin isinii maxxansinu yoo tahu,namoonni maqaan keessan akka nu jalaa hin maxxanfamne jettanii dhaammattan immoo,iccitiin keessan eeggamaa yoo tahu, namoonni birrii ergattanii,osoo nu bira hin gahin hafe immoo,maxxansa keenna kanarraa guyyaa galii gootaniifi hanga erggitan walitti laallachuu kan dandeettan tahuu isinii ibsina,haala adda taheen namni ni dubbisuu barbaaddan immoo, Lakk what’s up +966 50 398 4676 karaa keessaatiin akka nu dubbistan kabajaan isin gaafanna.

Ulfaadhaa galatoomaa horaa bulaa dagaagaa daraaraa atootaa ititaa! Waloomaan Walloof!
Waajjira Dhaabbata deeggarsa Egereef!

29/03/2024

Gabaasa hawaasa keeynaaf!

Sheikh Afif Mohammed Taj 📖🕌 Mashallah Amazing Qur'an Heartwarming recitation 🕌🌙🕋📖

Address

Addis Ababa

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Fugug posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Videos

Share