Mecca Medina and Aqsa Travel

Mecca  Medina and Aqsa Travel Islaamummaan nama dhugaan amane barbaaddi

04/01/2024
18/12/2023



18/11/2023


Peace cityMedina Al munawara
17/11/2023

Peace city
Medina Al munawara

My Aqsa
10/11/2023

My Aqsa

Beauty and happy people in the war
29/10/2023

Beauty and happy people in the war

26/07/2023


23/07/2023

🕌 Happy Islamic New Year.🕌 May peace and blessings of Allah be with you this year and always! 🤲
18/07/2023

🕌 Happy Islamic New Year.🕌
May peace and blessings of Allah be with you this year and always! 🤲

Medina 🌴♥️♥️♥️
26/06/2023

Medina 🌴♥️♥️♥️

26/06/2023

🛑 Sooma guyyaa arafaa!

Rasuulli(ﷺ) sooma guyyaa arafaarraa gaafatamanii akkan jedhaniiru:-

“badii waggaa dabree fi kan dhufu araarama namaaf argamsiisa”

📚 Muslimtu gabaase: 1162

🛑 soomni arafaa kan soomamu boor wiixata ji'a kana guyyaa 20tti

⚫️ namni qadaan irra jirus sooma guyyaa arafaa soomuu ni danda'a.

⚫️ namni eega bari'ee nyaataaf dhugaati hin dhandhamin eeganaa niyyatee sooma jalqabuu ni danda'a. Garuu mindaan isaa eega niyyateerraa qabamaaf.

⚫️ namni guyyaa saglaffaa dura hin soominis guyyaa saglaffaa qofa soomuu ni danda'a/rakko hin qabu.

⚫️ ibaadaawwan 3 guyyaa arafaa 9ffaarratti caalaatti dalaguun jaalatamu:

1/ Guyyaa soomuu

2/ Zikrii heddummeessu keessattu takbiiraa

3/ Du'aa'ii heddummeessu

⚫️ du'aa'iin guyyaa arafaatif of danda'e hin qabu namni hundi waan danda'eefi waan barbaadu du'aa'ii gochuu ni danda'a.

🛑 Soomni guyyaa arafaa kan soomamu boor kibxata.

Ramadan mubarak
01/04/2023

Ramadan mubarak

🕋Mecca
22/07/2022

🕋Mecca

Aqsa
13/07/2022

Aqsa

EID MUBARAK
09/07/2022

EID MUBARAK

Mecca
06/07/2022

Mecca

Medina
30/06/2022

Medina

29/06/2022
انا لله وانا اليه راجعون البقاء لله ربنا يرحمه ويغفر له ويجعل قبره روضه من رياض الجنة ويلهم أهله وذويه الصبر والسلوان
25/06/2022

انا لله وانا اليه راجعون البقاء لله ربنا يرحمه ويغفر له ويجعل قبره روضه من رياض الجنة ويلهم أهله وذويه الصبر والسلوان

Address

Addis Ababa

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Mecca Medina and Aqsa Travel posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share


Other Social Media Agencies in Addis Ababa

Show All