Xoobbiyyaa keessatti Waraana jabaa hin qabdu taanaan homaa fiduu hin dandeessu jedha Atoo Andargachew Tsege
Andargachoon gamaagama isaanii Siyaasaa Xoobiyaafi humnoota sirna Bilxiginnaa waraanaan falmaa jiran sadan (WBO, TPLFfi Faannoo_ ilaalchisuunis yaada isaanii #anchor_media irratti ibsaniiru.
Namtichi sababaan af-gaafficha akka kennu kan isa kakaase, akeekachisaafi ofeeggannooo humnooti Amaaraa ( murnoota Faannoo) fudhachuu qaban irratti dubbachuuf yoo ta'es, haasaa isaa keessa waantota jajjabaa kaaseera. #Vidiyoo haasaa isaa keessaa biyya kanatti waanti humna Waraanaa bakka bu'u akka hin jirre ibsu kana kunoo isinii maxxanseera. Keesumaa qabxii " Namni ykn qaamni kamuu waraana ala, kaattoo kee bakka geesisatta siin jedhu yoo jraate, karaan kun baddinsa qofa fida" jedhu qalbeefadhu!
HUb: Facebook akka sin hin adabaneef Mallottoo #Warning ⚠ kana fayyadamuun, barreefama keessan keessatti mormii gocha sukkaneessaa kana agarsiisuun maxxansaa! Seera FB keessatti gocha akkanaa mormuuf videofi suuraa akkanaa maxxansuun ni heeyamama.
*******
⚠️Another #violet and very disturbing video
We must collectively condemn the horrific public killings happening in all over Ethiopia ( like below in Oromia) which are led by the regime of Abiy Ahmed Ali. These actions are originally orchestrated by Abiy and carried out by government security forces following his direct orders. The purpose of the regime is to rule by fear.
Warning: violent and graphic video
⚠️ violent and graphic video
Everyone should stand up against such like killings (including this kind of in below video that made in front of the boy's father and mother.) in #Oromia, #Ethiopia by Abiy Ahmed Ali's regime soliders.
Namni hunduu ajjeechaa akkanaa abbaafi haadha fulduratti godhamu dabalatee mormiin dura dhaabbachuu qaba.
ከአንድ ሻምበል ጦርና ከሌላዉ የድሽቃ ቡድን፤ በህይወት የመትረፍ እድል ያገኙት 3ቱ የብልግጽና ውታደሮች ምን እያሉ ነዉ?
1. ቀጥያለዉ ገብረ ካሳ ከጎንዶር
2 .ብዙና በላቸዉ ከአርሲ ጡሎ ወረዳ
3 .ሴና ናጋራ ከም/ሸዋ ሚዳቃኝ
የጎንደሩ ልጅ ታሪክ ደግሞ ይገርማል፤ ያሳዝናል።
#Haasaa #Jaal_Marroo Guyyaa jala Bultii Waraanichaa Amajii 1, ilaalchisuun godhe kana fakkaata. Haasaa isaa keessatti bu'a bahii rakkoolee keessoofi ala jaarmiyicha mudatee ture, yoo ibsu " dhimma Baattotta Vayiresii diinaa, Balfa hormaata Titisiisaafi danqitoota qabsoo buqqisuun dirree diriiraa figichaaf tolutti bahuu" himeera.
Yaa #qurxumicha #Qoricha #Diinaa Issin #Baga_geessan
Bara dhuftu Mootummaa ta'uun #Finfinnee irraatti walumaan kabajana🎯🤞
ድመቴ ጄሪ የስለላ ቢሮ ውስጥ ተቀጣሪ መሆናን አላውቅም ነበር😊
Reebicha milishooti OPDO hawwan Oromoo irra raawachaa jiran kana fakkaata.
Arsii LIxaa, Dodolaa