Buusaa Gonofaa hin beeknu jedhu!
Oromoo ta'anii akkas jechuun qaanidha.
Muummee Ministeeraa Dr Abiy Ahmed
"Mandarri Beenuunaa amantaa 'Ni danda'ama' jedhuuf ragaa jiraataadha"
Onkoloolessa 29/2017
Shaggar
#Malkaa_Gafarsaa
Kutaa Magaalaa Malkaa Noonnoo Aanaa Malkaa Gafarsaatti sagantaan xumura Leenjii Miseensota Paartii Badhaadhinaa marsaa 4ffaa fi Hundeeffamnii Paartii Badhaadhinaa waggaa 5ffaan sagantaawwan adda addaatin kabajamaa oolee jira, bifuma kanaan Aanaa Malkaa Gafarsaa Kilaastaraa Araddaa Bokkuuttis Zoooniilee akka Araddaa Bokkuu, Anfoo Guddinaa Fi Malkaa Qoraanittis kabajamaa oolee jira.
#ethiopia #Oromia #Shaggar #melka_nono #araddaa_bokkuu
𝐇𝐮𝐦𝐧𝐚 𝐀𝐛𝐣𝐮𝐮 𝐆𝐮𝐝𝐝𝐢𝐧𝐚 𝐀𝐦𝐚𝐧𝐬𝐢𝐢𝐬𝐚𝐚𝐟!"
𝐎𝐧𝐤𝐨𝐥𝐨𝐥𝐞𝐞𝐬𝐬𝐚 𝟐𝟖/𝟐𝟎𝟏𝟕
Magaalaa Shaggar Kutaa Magaalaa Malkaa Noonnoo Aanaa Malkaa Gafarsaa Kilaastara Asaddaa Bokkuutti Leenjiin Mata duree"Humna Abjuu, Guddina Amansiisaaf"jedhu irratti kennamaa jiru guyyaa 2ffaaf itti fufee oolee jira.
Simannaa Muummeen ministeeraa Pireezidaantii Keeniyaa Wiiliya m Ruutootiif taasisan.
Misooma Kooriidarii baadiyyaa.
#BRICS 2024
Yaa’iin ‘BRICS’ 16ffaan ministirri muummee Dr. Abiyyi Ahimad haasawa irratti taasisan kan mata duree” hariiroon gama hedduu cimaan misoomaa fi nageenya addunyaa madaalawaaf” jedhuun adeemsifameera
Onkoloolessa 13/2017
Yaa’iin ‘BRICS’ 16ffaan ministirri muummee Dr. Abiyyi Ahimad haasawa irratti taasisan kan mata duree” hariiroon gama hedduu cimaan misoomaa fi nageenya addunyaa madaalawaaf” jedhuun ganama har’aa adeemsifameer.
Itiyoophiyaan biyyoota A.L.Atti bara 2023 ‘BRICS’tti akka makaman afeeraman keessaa tokko akka taate ni beekama.
Odeeffannoon fuula marsariitii Waajjirri misistira muummee irratti maxxanfame akka mul’isutti Amajjii bara 2024 irraa eegalee sochiin miseensummaa Itiyoophiyaa ifatti akka jalqabamu beeksiseera.
Yeroo mara nu waliin waan taataniif guddaa galatoomaa.
Fuula Tiktok keenya Follow godhaa. 👇👇👇👇👇
#Ethiopia #Shaggar #melka_nono #aradda_bokkuu