The Legend artists

The Legend artists The legend artists

03/10/2023



Best picture
01/10/2023

Best picture



30/09/2023




29/09/2023




26/09/2023




26/09/2023

🌟🌟🌟🌟Oduu Gammachiisaa🌟🌟🌟🌟🌟

Akkaadaamiin Taatummaa ABBAA LATAA leenjii eegaluuf yeroo galmeefi teessoosaa akka armaan gadiitti ibsa.

Bakki argama keenyaa Finfinnee Naannoo Daalattii/Araat Kiiloo, Hoteela Tuuristii dudduuba, Gamoo Yunivarsiitii Riiftivaalii darbii 4ffaarra.

Turtiin yeroo leenjii walakkaa waggaa [Ji’a ja’a]

Koorsiiwwan Ja’a /shaakala waliin

Ulaagaalee Galmee:

- Fedhii Taatummaa qabaachuu
- Afaan Oromoo dubbachuufi dhaga’uu, Dubbisuu
- Barnoota kanaaf yeroo kennuu danda’u
- Qormaata Seensaa Akkadamichi kennu darbuu danda’u.
- Danbii fi ittiin bulmaata mana baruumsichaaf ajajamuuf of qopheessuu

Guyyaa Galmee:

Fulbaana 18-2016 hanga Fulbaana 25-2016’tti, Teessoo olitti heeramettu argamuun galmaa’uu ni dandeessu.

Hubaachisa:

Ulaagaawwan armaan olitti heerame namooti guuttan, yeroo isiniif kenname keessatti qaamaan dhiyaachuun akka galmooftan kabaja waliin isin beeksisna.

Baayyinni barataa Akkaadaamii Taatummaa Abbaa Lataa marsaa jalqabaa daanga’aa waan ta’eef, galmeen akkuma guuteen ni dhaabbata.

Odeeffannoo dabalataaf Lakk. bilbilaa +2519 64 87 77 77

Akkaadaamii Taatummaa Abbaa Lataa,
Galma dandeettii fi Kalaqaa!

26/09/2023





25/09/2023




24/09/2023


24/09/2023





Address

Addis Abba
Addis Ababa

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when The Legend artists posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share


Other Modeling Agencies in Addis Ababa

Show All