Quba Qabduu

Quba Qabduu Quba Qabduun akkuma maqaa isaatii wantoot haaraa fi Dinqisiisoo addunyaa kana irratti raawwataman sa

Seenaa Mootota Oromoo Walloo. Yejjuu Dynasty https://youtu.be/EM0R3mi55Q0GIDDA TUBE'f maatii ta'aa
04/04/2024

Seenaa Mootota Oromoo Walloo. Yejjuu Dynasty
https://youtu.be/EM0R3mi55Q0
GIDDA TUBE'f maatii ta'aa

Seenaa Mootota Yejjuu Walloo

https://youtu.be/T0Yq7ucEdLg
20/03/2024

https://youtu.be/T0Yq7ucEdLg

Oromoon duraan Sirna Gadaa wal bulchaa ture, jaarraa 19ffaa booda garuu gara mototaatti jijjiiramaa dhufan adeemsa kana keessatti waliin wallolaa turan

Ga'ee Oromoon Adwaa keessatti qabu
13/03/2024

Ga'ee Oromoon Adwaa keessatti qabu

Osoo hirmaannaan uummata Oromoo hin jiraannee injifannoo Aduwaa waan jedhamu hin jiru. ga'ee Leencaa Oromoon Injifannoo Adwaa keessatti

Jaarsoo Dhugoo Abbaa Gadaa Gujii 75 ffaaJoe Biden Pirezidaantii Ameerikaa 46ffaaNote: Oromoo is  Senior. Wal haa kabajnu...
21/02/2024

Jaarsoo Dhugoo Abbaa Gadaa Gujii 75 ffaa

Joe Biden Pirezidaantii Ameerikaa 46ffaa

Note: Oromoo is Senior. Wal haa kabajnu Ameerica!🤔

Dhuma jaarraa 10ffaa keessa akka eegalame kan himamu sirni Gadaa,  Qarooma saba Oromoo hangafticha  ilma Kuushidha. Sirn...
16/02/2024

Dhuma jaarraa 10ffaa keessa akka eegalame kan himamu sirni Gadaa, Qarooma saba Oromoo hangafticha ilma Kuushidha. Sirni kun waggaa dhibba ja'a booda haaromsa guddicha jaarraa 16ffaa ( 1570) keessa gaggeessee. Haaromsi bara sana gaggeeffame dachee duraan alagaan irraa fudhatame deebi'ee akka fudhatu isa gargaare. Abbaan Gadaa bara sana Haaromsa Gadaa kana dursaa ture Walaabuu Jiloo jedhamu. Walaabuun nama jabaa Skoolaarota jajjaboo addunyaa kanarratti dhiibbaa fidan keessaa nama tokkodha.

Osoo addunyaan kun waayee gurmaa'uu quba hin qabaatiin Oromoon caasaa umurii irrayti hundaa'e ijaaruudhaan hambaa bulchiisa isaa arra UNESCO Irratti galmeessiseera.

Guji'iin kan aadaa isaatti ciche baallii 75ssoo dabarsaa jira. Kun uummata Oromoo maraaf kabaafi mallattoo qaroominaa isa olaanaadha.

Carraa kanaan warri walga'ii Afrikaa yuuniyeeniif( AU) dhufanii Finfinnee jiran osoo gara Guji'ii deemanii akka itti aangoo nagaan darbu muuxannoo osoo fudhatanii akkam gaariidha🤔

Dhuguma Sirni Gadaa fiixee qaroomina bulchiinsaadha.

Imala yaadannoo namatti uumu
14/02/2024

Imala yaadannoo namatti uumu

Iamala Daandiirratti, marfatni konkolaataa, yaadannoon hawaasa jiraattota naannoo fi Waantootni daandiirratti argitu daawwachuuf nama hawatu. Daawwattootni G...

Côte diver 💪
11/02/2024

Côte diver 💪

Insigificant reason🤭 Sababani xiqqoon kun billaaf fullaan akka qubeen bakka bu'uuf sababa hin ta'u. Utuun kun sababa ta'...
01/02/2024

Insigificant reason🤭 Sababani xiqqoon kun billaaf fullaan akka qubeen bakka bu'uuf sababa hin ta'u. Utuun kun sababa ta'ee Afaan amaaraatuu qodaa mana keessaan guuta (ጋና>< Gannaa), [ጋና >

Aadde Khuulleen baankii ga'niiru🤔
30/01/2024

Aadde Khuulleen baankii ga'niiru🤔

22/01/2024

Goolii Duwwaayyu hin galchitu jarittiin🫢Way qe'ee Drogba🤔

Tapha kubbaarra taphni qawwee maaf ho'ee qe'ee kanatti🤔
18/01/2024

Tapha kubbaarra taphni qawwee maaf ho'ee qe'ee kanatti🤔

10/01/2024

Dimokiraasummaan deggertoota Gimbiifi Gincii gidduutti mullate, Deggertoota Pirimerliigii Ingiliziif fakkeenya🤞🤞

3masters of Tek wan do1. Master global Abiram Laggase2. Master Kiyya Butta3. Master Ephrem
08/01/2024

3masters of Tek wan do

1. Master global Abiram Laggase
2. Master Kiyya Butta
3. Master Ephrem

Muudannoo fi muuxannoo1. Master Global Abiraam Laggasee2. Master Kiyyaa Buttaa fi3. Master Ephrem

Ergaa Kabajomoo Beekaa TDuraan dursee daa'imman abdii biyya kanaa taatan maraan baga ayyaana Dhalachuu Gooftaa Yeuus kir...
07/01/2024

Ergaa Kabajomoo Beekaa T

Duraan dursee daa'imman abdii biyya kanaa taatan maraan baga ayyaana Dhalachuu Gooftaa Yeuus kiristiosiin geessan! Itti aansuun abbotiin fi haadholiin daa'imman kunuunsuun dirqama keessan ba'achaa jirtan marti baga geessan.

Dhumarratti hordoftoota amantoota Kiristaanaa maraan baga geessan jedhaniiru Kabajmoo Beekaa T. 🎇🎇🎆

24/12/2023

Raayyaa A. Maccaa 🤞

Ijoolleen agabuu bulte arra
23/12/2023

Ijoolleen agabuu bulte arra

From memory
18/12/2023

From memory

21/11/2023

Isin araara diddan, uummanni araara barbaada, maali waanti waldarbaa kun🤔

Haqa Lubbuu daa'ima kanaa hin callisnu.Aatiif abbaan gaa'elaan alatti ilma kana godhatan, booda adda ba'an  Haati waggaa...
15/11/2023

Haqa Lubbuu daa'ima kanaa hin callisnu.

Aatiif abbaan gaa'elaan alatti ilma kana godhatan, booda adda ba'an Haati waggaa toorbaan qobaa itti cabdee, itti dafqitee guddisaa turte. Gaafa jireenyi itti ulfaatu hiree ilma koo balleessuurra abbaa isaa bira taa'ee yoo guddate gaariidha jettee abbaatti kennitee ofii daandiirra jiraachuu eegalte. Abbaan mucaa haadha warraa biraa fuudhe. Daa'ima kana akka bineensaatti reebaa, tumaa mana keessa oliif gadi kolaasuu eegalan. Baayyee waan reebamuuf bobbaa isaallee qabachuu dadhabe. Guyyaa tokko nyaata nyaate waan dhukkubuuf ol deebise, yeroo kana warri maqaaf namaa kun akkaa arraba isaan arraabu godhan. Kanarratti baayyee reeban mucaan gaggabee kufe, fuudhanii mana yaalaa geessaa osoo jiranii karaatti lubbuun isaa boqotte. Gaafa kana mucaa du'eeru mana hakiimaatti dhiisanii saanquqa reeffaa finna jedhanii dhabama ta'an. Hordoffii poolisiitiin amma to'annaa jala jiru.

Dararaa fi gidiraa daa'imni kun arge garaa nama nyaata. Waaqayyo haa faraduuf😭😭

Hanqna dhugaan Baassufiqaadiif

Dargaggeessa Tapha teenisiin Maqaa biyya kanaa ol kaasaa jiru
10/11/2023

Dargaggeessa Tapha teenisiin Maqaa biyya kanaa ol kaasaa jiru

Dargaggoo Daraaraa Mokonnin nama waggoota saddetiif daandiirra jiraachaa ture, amma Taphataa Pirofeeshinaa teenisii ta'uu danda'e. Mullataa fi dandeettii kee...

29/10/2023

Raacheen seenaa garaa nama nyaatu kan silaa baaayyeen keenya ittiin kufnu baayyee keessa nama darbedha. Dhugaa jabduu namaati ati.

Box (Bunyaa) murtee malaammaltummaa qabu jedhamuun qeeqamaa jira. Inni kufe Injifatee Innni kuffise mo'amuun dhugumattuu...
29/10/2023

Box (Bunyaa) murtee malaammaltummaa qabu jedhamuun qeeqamaa jira. Inni kufe Injifatee Innni kuffise mo'amuun dhugumattuu waan haaraa wayiiti. WBC sanyummaa bara Moahhaammad Aliifa'aa sana hin dhiisne jechuudhaa🤔

28/10/2023

ARS 5: 0 SHU
deggertootni Arsenaal naamusaan gammachuu keessan ibsachuu dandeessu

Prof. Gabbisaa Ejjetaan hojii qorannoo bu'a abeessa hojjeteen researcheroota Ameerikaa filatamoo sagal keessaa tokko ta'...
24/10/2023

Prof. Gabbisaa Ejjetaan hojii qorannoo bu'a abeessa hojjeteen researcheroota Ameerikaa filatamoo sagal keessaa tokko ta'uun Pirzidaanti Joe Bayiden harkaa badhaasa fudhateera

Ijoolleen safara qooqaa qabeenyi keessan as jira.
19/10/2023

Ijoolleen safara qooqaa qabeenyi keessan as jira.

Hajii Abdurramaan FatanaaMaanguddoo gameessa baddaa Addaabbaati.bara darbe ji'a Adoolessaa keessa iyyaafannoof bira deem...
14/10/2023

Hajii Abdurramaan Fatanaa

Maanguddoo gameessa baddaa Addaabbaati.bara darbe ji'a Adoolessaa keessa iyyaafannoof bira deemeen ture. Hayyuu seenaa beekan nama dubbiin isaanii nama hin quuqne eebbi qofti kan afaan isaanii keessaa ba'u. Umurii ganna 140 akka guutan afaan isaaniirraan dhaga'e. Umurii kanatti nan dadhabe osoo hin jedhiin namoota wallolan walitti araarsaa turan. Gaaffii daandii ganda keessa jiraatanii hanga Magaalaa Adaabbaatti jiru bara hayila Sillaaseerraa kaasanii gaafachaa akka turan natti himan. Waanti nama gaddasiisu ammoo gaaffii sirna bulchiinsa mootummaa 4 Irratti wal jijjiire kun hanga arraa deebii dhabuu isaaati. Arra Boqochuu isaanii gaafan dhaga'u baayyeen gadde.

Waaqni lubbuu isaaniif boqonnaa haa kennu

11/10/2023

Amma qulqullinni barnootaa qilee keessa akka jiru Bireen abaxxaree 🥸mangistiitti agarsiiseera. Mootummaan tarkaanfii qulqullina barnootaa eegsisuuf fudhatu osoo lafti hin guyya'iin ifoomsuu qaba. Akkuma keenya innis nu waliin booyee kan callisu yoo ta'e biyya hunda doofaa🤣 gochuuf deemu

Address

Bole Road
Adama
2919

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Quba Qabduu posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Quba Qabduu:

Share

Category



You may also like