Dubbii jabduu

Dubbii jabduu Fuulli barruu kun kan nama addaan hin qoodne, nama hundaafuu wal qixxee kan hojjetudha.

Jaalalli namaa gaafa jireenyaa caalaa gaafa du'aa mul'ata jedhani. Akka isin Wal jaallattaniifi Ijoollee keessan jaallat...
01/04/2024

Jaalalli namaa gaafa jireenyaa caalaa gaafa du'aa mul'ata jedhani. Akka isin Wal jaallattaniifi Ijoollee keessan jaallattan, isaanirra darbeeyyuu Namoota ollaafillee Yaada gaarii qabdan gaafa isin lama taatanii wal faana lafa kana irraa godaantan nuuf dhugoome. Lubbuun keessan jannata bal'aa haa boqottu! Maatiifi Ijoollee keessan hundaaf Waaqayyo jajjabina isaaniif haa kennu!
Buze Gude Oljira

17/01/2024
02/11/2021

Mee kana dhaggeeffadhaa!

Jaalallee amanamuHundaarras abdatamuOolmaansaa yeroo maraaKeessakootti sararamuAbdii yeroo muddamaagaafa fira dhabanihun...
11/11/2018

Jaalallee amanamu
Hundaarras abdatamu
Oolmaansaa yeroo maraa
Keessakootti sararamu
Abdii yeroo muddamaa
gaafa fira dhabani
hunduu namarraa goree
Yeroo qofaa ta'ani
Imimmaankoo kan arge
lafa onaa gubbaatti
Iddon nu itti wal beeknu
dirree mijataa miti
Gaarummaaf tola kankee
ol kaaseen dhageessisa
Siif hin qusadhu humnakoo
Burraaqeen siif shubbisa
Si filadheera ani
hundaarra caalchifadhee
Hundee jireenyakootii
Kanaafan si jaalladhe!
Ulfaadhu Yesuus!
via~Baacaa Fiqaaduu

24/10/2017

ICCITII ILLUMINATI
THE GREAT SECRET OF SATANISTS
WAYYOO KANA DUBBISTEETTAA?
Warri illuminati yeroo durii kaasaanii hanga
ammaatti gabaajee(abbreviation) iccitii of
keessaa qabu fayyadamuun toora internet,wantoo
ta uffannu irratti fi meeshaalee gara garaa itti
fayyadmanu irratti maxxansuun nu wallaalchiisaa
turan.Keessumaa bara kana caalchisanii itti
dhimma ba'aa jiru.Anis gooftaan ana
gargaaree,naa ibsee keessa galee qoradhee dafee
isin biraan ga'eera.Gabaajee kanneen akka # wud ,
# hud, # lol , # yolo , # brb , # wtf , fi kkf
fayyadamaa jiru.Mee hiikkaa sirrii gabaajeewwan
kana waliin haa ilaallu.
:- HEAVEN UNDER DEVILHiikkaa:waaqni seexana jalatti bulti
:-LUCIFER OUR LORDHiikkaa:luusiifer(seexana) gooftaa keenya
:-WORSHIP UPON DEVILHiikkaa:seexana(irratti) waaqessuu
# SWAG:-SATAN WORKS AGAINST GODHiikkaa:seexanni waaqayyo irratti ni hojjeta
# JC:-JESUS IS CRAZYHiikkaa:yesuus maraatuudha
:-YOUTH OBEYING LUCIFER'S ORDERSHiikkaa:darggaggoota abboommii luusiiferiif
abboomamaa jiran
:-LUCIFER MASSACRES ALL OPPRESSORSHiikkaa:luusiifer warra nama cunqursan hunda ni
ajjeesa.
# TL ;DR:-TRUST LUCIFER,DIE RICHHiikkaa:luusiiferiin amanadhu;Badhaadhaa ta'ii
du'i
:-WORSHIP THE FALLENHiikkaa:warra waaqa irraa kufan waaqessi
:-BEEL ZEBUL RULES BELOW.Wanti hunduu bi'eel zebuul jalatti bula.
Yeroo dhiyoon asitti gabaajeewwan kana kophee
keessatti,kaalsii irratti,uffata uffannu bakkee isaa
irratti,fi keessa isaa naannoo bobaa jalaa fi fidoo
mudhii isaa fi shurraaba naannoo dugda isaa fi
saggootti argamuu ni danda'u.Wantoota nuti itti
fayyadamnu kanneen biyya alaatti oomishaman
irraa addumatti of eeguun barbaachisaadhaKeessumaa keessumaa barana gabaajeewwan
kun miidhaginaa(beauty) fi ammayyummaa(mod
ernism) fakkaatanii uffataa fi wantoota gara
garaa irratti maxxanfamanii ba'aa jiru.Adaraa ani
qaroomeera,abshaala,beekadha uffata
ammayyaa'aa fakkatan malee hin uffadhu jettee
waan gootu hiika isaa hin wallaaliin.Itti dadhabee
qorachuun ,hiikee maxxansuun,isin biraan ga'uun
jaalalan isiniif qabu mul'iseera.
Wantoota guyyaa guyyaan bittan irraa
caalchisaatii of eegaa.jarri kun company
addunyaa mara dhuunfachaa jiru waan ta'eef yaa
obboloota koo.
Gatii koo Gooftaan naa keenna.Maaloo dubbistee
yeroo biraafis godhi.Jaalalaa fi yaada
obboloota keef qabdu mul'isuuf # share
godhi.Yaada fi ergaa qabdu immoo # comment
godhi.Dubbistee fi hin
dagatiin.
KUN ICCITII SEEXANAATI.WAAQAYYO AKKA NUTI
SEEXANA IRRATTI DAMMAQNU FEDHA MALEE
AKKA NUTI RAFNU MITI
ERGAA BARAA
# WAKUMA MELCHIZEDEK(GEBISA) IRRAA

04/09/2017

Obbolootakoo muusliima ta'anii jiraniif
Quraanni Waa'ee Gooftaa Yesuus_Kiristoos
-----------
Maal nuun Jedhaa?
➊ Durba irraa abbaa malee dhalate ~ Suratu
Meriyem
19:15-36
➋ Masihii dha ~ Al nissa'i 4:171
➌ Qulqulluu dha cubbuun irra hin jiru ~ Suratu
meriyam
19:14-21
➍ Jireenya Uumeera ~ Suratu Al ma'idaahi 5:110
~ dhukkubsatoota fayyiseera!
~ Kan du'e kaaseera!
➎ Mucuummaa isaatti dubbateera ~ Suratu
meriyam
19:30
➏ Dinqiidhaan dhalate ~ Suratu Al anbiya 21:19
➐ Hundumaa beeka ~ Suratu Al imra 3:49
➑ Dinqii Allah dha ~ Al anbiya 2:191 ykn Suratu
Al
mu'iminuum 23:50
~ Mallattoo Uumaa dha!
➒ Fakkeenya Uumaa dha ~ Suratu Al zuharu
48:57
➓ Ammas ta'e Addunyaa isa dhufuuf kan
kabajame dha
~ Suratu meriyam 19:31
➊➊ Kan Eebbifame dha ~ Suratu Al imra 3:49
➊➋ Kan isa duukaa bu'an hundumtuu hin
eebbifamu ~
Suratu Al imra 3:55
Yaa Namaa na dhageessaa dhugaan yoomuu
dhookachuu hin danda'u!
Karaa Jireenyaa Yesuus_Kiristoos qofaa dha! Kan
gurra
qabu haa dhagahu kan dhagahe isa hin
dhageenye haa
dhageesisu!
Galaana Ibiddaa [ Si'ool ] Jalaa Oolaani Jireenya
bara
baraa [ Jannata ] Argachuuf Yesuusitti Amanuun
dirqama!
Ergaa kana hiriyyoota keessanif Share Akka
gootan
Jaalala Waaqayyoon sinaan gaafadha! Baruumsa
dabalataaf Pagi kana Like gochuu hin dagatiinaa!
Eebbifamaa!

28/08/2017

Dhaamsa arifaachisaa!!!!
Yesuus akkumaa du'e du'a mo'e ka'e gara
Waaqayyoottii
olba'e debi'ees ni dhufaa!!!
Haata'u malee yeroon debi'ee dhufuutti namaa
tokkoo illee
naan argadhaa laataa? Jechuun dubbaatee. Yaa
hadhoo koo
guyyaa dhufaa isaattii fulaa isaa duraa
dhabbaachuu akkaa
dandessuttii fulaa Waaqayyoo isaa araaran
guutuu
baarbadaadhuu!!! jireenyii araaraa kiristoos
jiraachaa turee jiraachuun dirqaama jaalala
kessaatii, dhugaa arguuf dhama'uu, bekkumsa fi
dandeentiin ofi milka'inaa akkaa hin
tanee hubbachuu, jireenyaa kiristoosin
barbaadatuu kessaa
ta'uun deddebi'un dirqaama jaalala kessaattii!!!!!!!
Yesuus nama
fulaa isaatti kufuufi isa barbaaduttii dhiyoodhaa!
Inni
dhiyoodhaa dhiyyoottis ni dhuufaa!!!!! Mul 22:20,
22:12, 2:23
Yesuus inni daafee dhufuu gaati namaa hundaa
akkaa hojii
isaattii fidee dhufaa! Egaa gatiin hojiiketii
badisaan akkaa sin
hin genyeettii dursii fuulaa Waaqayyoo
barbaadadhuu!!!«Isa
mo'u sana mana qulqulluummaa Waaqayyoo koo
kessatti
utuubaan nan godha; isa keessaas matumaa hin
baafamu.»Mul
3:12
Egaa hardhaa jalqaabitii jireenyaa
kiristoosin of
kessaa qabuu jiraachuu egaalii!!!!!
Namni gurraa qabuu isa haffurriii qulqulluu
waalda
kiriiataanaan jedhuu haa dhaaga'u!!!!!! Mul 2:29,
2:17, 3:6,
3:13, 3:22, 2:11, 2:7

19/08/2017

Misiraachoo "WAAQAYYO JECHAKEE
DHAGA'EERAA!!"
Obbolootakoo jaalatamo har'aa mata duree
waaqayyo namoota adunyaa kana irraa
dhoksaatis ta'e mul'inatti waa jedhan hundumaaf
garakoo fiddu kanatti aanne jira! Asoosama mitti
dubbiin waaqayyo dubbisaniidhuma bira kan
darban,waaqayyo sagalee jijjiramaa isiniif haa
godhu!
Firootako,tarii haali keessan kanneen armaan
gadii keessaa maal isin dubachiisaa jira laata?
Kunnoo waaqayyo sagalee kanaan isa bidiruu
jireenyakee raasse irra adeemaa ni dhufa garakee!
1.Waa jalqabuuf jettee kun naaf hin danda'amu
jechaa jirta ta'a!
jedha haadhooko hin sodaatin jalqabi siif
danda'amaa!
Luq.18:27
kan hin danda'amne,waaqayyoof ni
danda'ama jedha kutaan kun!
.14:36 "Yaa abbaakoo wanti hundumtuu
siif ni danda'ama" jedha.
siif danda'amuu dhiissu
danda'a,garuu waaqayyoof ni danda'ama!
2.An dadhabeera jeta ta'a!
Maat.11:28
warri itti dhamaatanii dadhabdan,ba'aanis
kan isinitti ulfaatu hundinuu garakoo kotaa,ani
boqonnaa isiniifan kennaa!
Erm.31:25
Obbolootako yoona hafuuri keessan dadhabee kan
jiru,waa'een jireenya keessanii ba'aa ta'ee isinitti
kan ulfaatte,ila kunnoo boqonnaa kan isiniif laatu
yesuus harka isaan hiixattee harka keessan
qabeera!
3.Namni naan jaalatu jeta ta'a!
Yoh.3:16
ilma isaa siif kenuudhaan jaalala bara
baraan si jaalateera gammadi!!
Room.8:32
4.Harkikoo duwwaadha homaa hin qabu jeta ta'a!
2Qor.12:9
duwwaan si ga'a...jedha waaqayyo
gooftaan macaa!
waaqayyoo guutuudha,kanaaf inni waan
hundumaan guutuu si godha.
5.An amma yoonaati waa hin godhanne jeta ta'a!
Lall.3:1-8
hundinuu yeroo qaba jedha!
kana yoo dubbifatan,jecha YEROO QABA
jedhu kana si'a 30 irra deddebi'ee bareefamee
argitu!
waaqayyo yerootti nuuf gochuuf
jedheetu dhiisse malee mararsiifatee waan warra
kaaniif kenne nun dhowanne!
6.Mul'ataa fi humnakee walitti safartee kana
xumuruu hin danda'u jeta ta'a! Filiph.4:13
gooftaan anaaf kenuun waan hundumaa
gochuu nan danda'a jedha!
Phaawuloos qarshii waan hin qabneef
miti kan inni jabina gooftaan anaaf kenneen
jedhee dubbatu! Gooftaatu Abbaa abjuutiif abjuu
isaa akka xumuru galeefiitti malee!
Yesuusiin sitan dubadhaa, kankees
jabina Gooftaan siif laatuun xumurameera!!
7.Waanan barbaaddu hin arganne jeta ta'a!
2Qor.9:8 ...Waaqayyo isa isin barbaachisu irra
caalchisee isiniif kenuuf danda'aadha jedha!
Filiph.4:19
kun lamaan isaa iyyuu yoo
dubbistan,WAAQAYYO WAAN ISIINIIF
BARBAACHISU ISIINIIF KENNA JEDHA
MALEE,WAAN ISIN BARBAADAN HIN JEDHU!
haadhooko,waan barbaadde dhabuukeef
hin gaddiin,Yoona isa atti barbaaddetu sin
barbaachissu ta'aa! Gaafan akkas jedhu yoona
barbaadaa ni argatuu jedhee caafamee jira namni
jedhu jiraachuu danda'a,Kun yaada gaariidha,INNI
NUTTI YOO BARBAANNE ARGANU ISA NU
BARBAACHISU YOO TA'EE DUWWAADHA! Malee
barbaadaniimaaf miti kan argatan!!
8.Namatu inaafaadhaan wal'aansoo na qaba jeta
ta'a!
Efe.6:12 ...Nuyi namoota foon uffatanii wajjin
wal'aansoo wal qabna miti jedha.
gowwaan gamna of se'u wal'aansoo si
qabuu danda'a,atti garuu isa wal'aansoo hin
qabin haadhooko!
9.An nan sodaadha jeta ta'a!
2Xim.1:7 ...Waaqayyo hafuura humnaa,jaalalaa fi
of qabuu malee,kan ija laafinaa akka nuuf hin
kennin dubata!
Yesusiin inni si sodaachissu si biraa ni
kufa amman booda atti sidaatuu miti mucaa
waaqayyooti!
10.Jireenyakee gara fulduraaf ni yaaddofta ta'a!
1Phex.5:7 ....INNI ISINIIF WAAN
YAADDUUF,YAADDOO KEESSAN HUNDUMAA
WAAQAYYOTI GATAATII DHIISA jedhee dubbata!
Faar.55:22
Maat.6:25...Waa'ee jireenya keessaniitti,waan
nyaatanii fi waan dhugdaniif yookiis dhagna
keessaniif waan uffataniif hin yaada'inaa jedhe
dubbate Yesus afaan isaan!
inni waa'eekeef si caalaati yaaddu jira
yesuus!
11.Anaaf waa naaf hin gallu sammuunkoo
dadhabaadha jeta ta'a!
1Qor.1:30...Waaqayyoo kristosiin oogumaa
keenya nuuf godhe jedha!
1Qor.1:24
Kiristoosiin ta'eeraa gammadi atti
dadhabaa ykn dadhabduu mitii!
12.Waaqayyo na dhiiseera jeta ta'a!
Ibr.13:5...Waaqayyo ani matumaa si hin
dadhabu,si hin buusus jedheera!
1Xim.6:6-10
Iyaa.1:5...Ani si hin dhiisu,si hin irraanfadhus!
Jedhee caafameera!
Haleluyyaaaaa WAAQAYYO JECHAKEE
DHAGA'EERA!!!!!!!! Namoota jaalatu 20f ergii ittiin
boqochiissi sagalee Waaqayyo kanaan!! Ulfini isaa
kan Waaqayyotti!

08/08/2017

Akkam jirtu Jaallatamtootaafi hordoftoota Fb kunoo Waaqayyo Na gargaaree page " DHALOOTA KAKUU HAARAA" jettu kanaan akka ani dubbii Waaqayyoo isiniif qooduuf kaka'umsa argadhee qilleensa irras oolchuuf yaaliirra jiraachuu isin beeksisaa Namni kamuu page kana like, share, comment gochuun Na cina dhaabbatee dhalootaaf ergaa kana haa dabarsuun dhaamsakooti

08/08/2017

Address

Ali Birra
Adama

Telephone

+251912197825

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Dubbii jabduu posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Dubbii jabduu:

Videos

Share

Category