Liban sara/ ሊባን ሣራ

Liban sara/ ሊባን ሣራ ومن أحسن قولا ممن دعا إلى الله

21/11/2024

Bobbaaf galti teessan amaana rabbi haa taatu!

15/09/2024

👉👂👈
Isaan ufiif mala nyaata dhawatan
Sa me akkamiin shafa'a nabi argatan?

"Namni Salawaata tokko narratti buuse rabbi kudhan (10) isarratti buusa"    #صلی‌الله‌علیه‌وسلم
05/09/2024

"Namni Salawaata tokko narratti buuse rabbi kudhan (10) isarratti buusa"
#صلی‌الله‌علیه‌وسلم

01/09/2024

Godina boorana Aana dirree Ganda baadiya Ollaa Guyyo Liban Jedhamu tokko deeme kana ijaan arge heddu takka na gaddisiisa

Ijoolle boorana guyya horii tiksaa oolani galgala Qur'an rabbi ifaa malee solari xiqqo takkaan akkanatti qara'aa jiran.
Ijoollen tun baayi'ini isaani dhiiraf dubartiin walumaa galatti nama 40 ni ta'u. Isaan keessa hedduun isaani quraani katamani kitaabota biroo qara'a jiru.
Namni dhugumaan islaamummaaf yaadda'uu kana arge bira darbuun hin yaadamu.
Me anis waan godhu dhabe isaniin gahe me kootta Ijoolle tana dukkana tana keessa wajjin haa baafnu

لا تحاول تغيير فطرة أحدالذئب يبقى ذئبا ولو ربيته وسط الأغنام
26/08/2024

لا تحاول تغيير فطرة أحد
الذئب يبقى ذئبا ولو ربيته وسط الأغنام

Gaaffi jarri kiristaana yeroo heddu gaafatan keessaa :-1 "Quraani Kitaabota duraan darban kan akka towrati,injiili fi za...
22/08/2024

Gaaffi jarri kiristaana yeroo heddu gaafatan keessaa :-

1 "Quraani Kitaabota duraan darban kan akka towrati,injiili fi zabur erga kan dhugoomsu ta'e isin muslimtoonni maalif seera isaatitti bulu dhabdan?
2 Quraani akka jedhutti "jechi rabbi hin jijjiiramu" jedha. Haa ta'u malee Towrati fi injilis rabbuma biraa buufame jettu sunis jecha rabbiiti Akkamitti jijjiirame jettuu??"

Jechuudhan gaaffile kanaafi kannen birootis gaafatu.
Inshallah video gaafi saniif deebi taatu qabadhee dhufaa jiraa YouTube kiyya seena laala irra fayyadamaa
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
Linki comment jala jiru san tuqaa

Yeroo tokko tokko wa yaadda...Garuu yaada ke san baaste dubbachuun sitti ulfaata.Yeroo tokko tokko waatu sitti dhagahama...
21/08/2024

Yeroo tokko tokko wa yaadda...Garuu yaada ke san baaste dubbachuun sitti ulfaata.
Yeroo tokko tokko waatu sitti dhagahama...Garuu miira ke ibsachuu hin dandeessu.
Yeroo tokko tokko...🥺🥺😞

Me maal na gorsitu...?

Galatooma ustaz Neja shmohammed
20/08/2024

Galatooma ustaz Neja shmohammed

18/08/2024

Jecha namaan jettu eeggadhu ❣

Address

Adama

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Liban sara/ ሊባን ሣራ posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Liban sara/ ሊባን ሣራ:

Videos

Share