Maatii Fichaafi gichaa qaburraa waan dhalanneef, Hujii misoomaatiifi Nageenyaatiif Yaada ol aanaa qabna.
Qotateen namaas kan aramate, Aramaarra jirra Obboleeyyaan.
Caamsaa 24/2016
Ji'a Qonnaa hin qotatan, ji'a bocaa hin bocatan, ji'a galchaa hin galfatan, ji'a Dammaa Damma Baafatan.
Akkana dhaggaa guddanne, kanumaaf hujanna.
Qonna Arfaasaa bara 2016
Misoomaafi Nagaaf yoomis iddoo guddaa qaba.
Ilma qotee bulaa ta'uu kootiifis baay'ee gammada. gadi jennee qonnu malee misooma fiduu hin dndeennu, Gaacha sirnaatiin ijaaramnu malee Naga fiduu hin dandeennu, haa qotannuu, daldallu akkasumas gaachana sirnaatiin haa ijaaramnuu Badhaadhina ni dhugoomsinaa.
I have a wide place for development and Peace work, I pround to be farmer boy.
Jabaadhaa!
#Deep_fake_Challenge!
Dhaloonni Teknooloojii dubbisaa!
ዲፒ ፈክ ንው ( Deep fake new) የተባለው አርቲቨሻል ኢንተሊጀንስ በሃገራች ኢትዮጵያ ሥራ ጀምርዋል ። የፓለቲካ ትርፍ የሚፈልጉ ሰዎች ሰው በስራው ቴክሎጂ ተጠቅመው ም/ ጠቅላይ ሚንስቴር ና ውጭ ጉዳ ሚንስቴር አቶ ደመቀ ሞኮነን ያልተናገረውን አናግሮታል።
ይህ Deep fake News ነው
Deep fake News
Teekinooloojii namni kalaqe, kan Deep fake new jedhamu, Itoophiyaa keessattis hujii jalqabeera. Ani Sodaa Aplication kanarraa qabu Hagayya 23/2015 fuula miidiyaa kiyyaatiin ibsee ture. Ammaa Waan I/A Muummee Ministeeraa fi Ministeerri Dhimma alaa Obboo Dammaqaa Mokkonnan hin dubbatin, dubbisiisee jira.
Hundaafuu, haasaan kun Sagalee Dammaqaa Woraabanii haasofsiisaa jiran, akkas hubadhaa.
The Technology that man invented Called DEEP FAKE NEWS has been Working in Ethiopia . I have expressed my fear of this Technology on August 23/2015 E.C On my page, now people who want polotica gain in their jobs Deputy Minister and foreign Minister Mr Demeke Mokonnen has Spoken what he didn't say .
#Deep_fake_news Challenge !
Raayyaa Ittisa biyyaa Gaachana Keenna.
መከላከያ ሠራዊታችን የሃገራችን ጋሻ ነው
Our National defence Force is our Country Shield.