" Tajaajila si'oome ummata hin qaqqabsiisnu taanaan umrii hiyyummaa dheereessina" Pireezidaantii MNO Kab.Obbo Shimallis Abdisaa
Pirezidaantiin MNO Obbo Shimallis Abdiisaa Dhimmoota Shanan Hooggansi Oromiyaa xiiyyeeffatee hojjechuu qabu ilaalchisee kallattii kennan.
#Ergaa_Ayyaana_Cuuphaa_2016
#Baga_Geessan
Ayyaana Gaarii!
'leenjii ''Ba'aa irraa Gara Bu'aatti ''ከእዳ ወደ ምንዳ "
20/4/2016
#Arsii_Martii_Sosochii Misooma Qamadii _Jallisii _Boneetin_2016
Muddee
Wantoota dhibee Busaaf sababa ta'aniifi maloota ittisa dhibee kanaa beekuun Dhibee Busaa haa ittisnu.
#Arsii~#Martii
Hagayya 15,2015[WKAMartii]~Marii haala yeroo, Nageenyaa fi karoora xiiqii irratti marii hawaasa bal'aa sadarkaa gandoottatti...
#የአርሲ ዞን; መርቲ ወረዳ የአቦምሳ ከተማ ነዋሪዎች በብሔር ስም የሚነግዱ የፖለቲካ ጽንፈኞችን አወገዙ። መንግስት ህግን ለማስከበር የሚወስደዉን እርምጃ እንደግፋለን።
#Arsii #Martii Kilaastara oomisha al ergii
Inisheetivii Maashoo fi Boloqqee
HAGAYYA 10/2015
Galmi keenya badhaadhina! Daandin irra deemnu Ida'amuudha. Dhugaan waloo ammoo badhaadhina waliigalaa biyya keenyatti milkeessuun biyya cimtuu mootummaa cimaan gaggeeffamtu ijaarudha!
#Qormaata gara carraatti!