Success Foundation

Success Foundation OMB

11/04/2023

MUHADARA YOUTH PROGRAM SUCCESS FOUNDATION
MASJID AL Ansar EDMONTON ALBERTA CANADA

As we wb obboleyna muslima xiqa gudda dhirra dhala Waren magala Edmonton Alberta kesaati argamuu hundii kesaanuu muhadar...
10/29/2023

As we wb obboleyna muslima xiqa gudda dhirra dhala
Waren magala Edmonton Alberta kesaati argamuu hundii kesaanuu muhadara masjid al ansaar tti waan qabnuf kotta qodaa irra fudhaadha isini jana

09/10/2023

MUHADARA YOUTH PROGRAM SUCCESS FOUNDATION
MASJID AT TAQAWA EDMONTON ALBERTA CANADA

02/11/2022

Yaa ALLAH LAMII TO TAN MANA HIDHAA SUAD ARBAHIHA KESSATTI HIDHA JIRTUU NUF BASII

05/02/2021

As wr wb kabajamtoota hordoftoota midiyaa Oromia Muslim Broadcast Ustaazni keenya Dursaa Abdella Live waan seenuuf deemuuf yeroo xiqqo booda mata dureen isaa(zikrii) dafaa share godhaa waliin gahaa

04/10/2021
02/02/2021
01/08/2021
01/07/2021

Obboleeyyan islaamaa kheeyrii tana "Share" godhuun wal biraan gahaa! Warri iddoo sagantaatti dhihoo taatan irratti hirmaachuudhaan, warra ganda hin jirreef ammoo peejii kanarratti "Live" ni dabra waan taheef qooda irraa fudhaa...
Diin keenya nu malee nama biraan qabu! Waliin taanee diiniif haa dhaabbannu!!!

11/06/2020

FITINAA MALAQAA--USTAZ DIINEE SH.ADAM

11/05/2020

SALATAKEE JABEEFFADHU USTAZ ABDULJALIL KUTAA 1 FFAA

11/04/2020

SH.ABDULMALIK ABDULKARIM--AQIDAA TEE BARADHUU KUTAA 12 FFAA

11/03/2020

Muslima amma jiru yoo laalte waan rabbiin itti isaan ajaje hedduurraa fagaataniiti agarta. Akka fakkeenyaatti salaata subhii fudhannee yoolaalle irra hedduu muuslima ammaa biratti bakka dhabee jira. Ammoo salaanni kun gatii fi sadarkaan inni qabu nama qalbiin laalee xiinxaleef kan laayyotti laalamuu...

10/27/2020

ERGAMAASAA RABBITU GUDDISEE NAMNI XIQQEESSUU HINDANDA'U -USTAAZ ABDULJALIL

10/21/2020

DU'AA'II YEROO RAFUUF DEEMAN KUTAA 2 FFAA USTAAZ ABDULJALIL

10/20/2020

DU'AA'II YEROO RAFUUF DEEMAN USTAAZ ABDULJALIL

10/18/2020

TARBIYAA KUTAA 28 FFAA --SH.ABDULMALIK ABDULKARIM

10/15/2020

AQIDAA TEE BARADHUU KUTTAA 11 FFAAA---SH.ABDULMALIK ABDULKARIM (ABUU HAFSA)

10/14/2020

IMAANAA LAAFATEE WALLANUU KUTAA 7 FFAA--SH.ABDULJALIL(ABUU HAMZAA

10/11/2020

TARBIYAA KUTAA 27 FFAA------SH.ABDULMALIK ABDULKARIM

10/09/2020

DU'A SH.MAHMMAD ALI ADAM WALLO FI DU'A YADDACHUU------SH.ABDULMALIK ABDULKARIM

10/08/2020

SH.ILIYAS ABBAAS (KOMBOLCHA)--MUHADARAA

10/03/2020

Tarbiyya Khutta 25ffa---SH.ABDULMALIK ABDULKARIM(ABUU HAFSA)

10/02/2020

AQIIDAA TEE BARADHUU 10 FFAA--SH.ABDULMALIK ABDULKARIM(ABUU HAFSA)

10/01/2020

IMAANAA LAAFATEE WALLANUU KUTAA 7 FFAA--SH.ABDULJALIL(ABUU HAMZAA)

IRREECHI AADAA MITI AYYAANA AMANTIITI MALEE••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••Dubbisi dubbadhu.▶ Shirki...
09/29/2020

IRREECHI AADAA MITI AYYAANA AMANTIITI MALEE
••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••

Dubbisi dubbadhu.

▶ Shirkii jechuun osoo Allah'n jiruu wanti biraa kan waa si godhuu fi siif godhuu akka jiru amanuu yookaan nama kanan jedhanii waa isarraa
eegachuu (kajeelu) jedhudha.

Rabbiin akkana jedha:

ﻭَﺇِﺫۡ ﻗَﺎﻝَ ﻟُﻘۡﻤَٰﻦُ ﻟِﭑﺑۡﻨِﻪِۦ ﻭَﻫُﻮَ ﻳَﻌِﻈُﻪُۥ ﻳَٰﺒُﻨَﻲَّ ﻟَﺎ
ﺗُﺸۡﺮِﻙۡ ﺑِﭑﻟﻠَّﻪِۖ ﺇِﻥَّ ﭐﻟﺸِّﺮۡﻙَ ﻟَﻈُﻠۡﻢٌ ﻋَﻈِﻴﻢ

☆Yeroo Luqmaan ilma isaatiin odoo isa gorsuu “yaa ilma kiyya! Allaahiitti waa hin qindeessin; dhugumatti shirkiin miidhaa guddaadha” jedhe [yaadadhu].{Suurutu Luqmaan:13}

↪ ☆"Rabbiin isatti qindeessuu hin dhiisu, waan isaa gadii immoo abbaa fedheef ni dhiisa"{An-nisaa'i:116}

↪ ☆"Yoo ati Rabbitti qindeessite dalagni kee ni badaa atis warra hongaa'u irraa taata."{Az-zumar:65}.

SABABOOTA IRREECHA SHIRKII TAASISAN:-

◀1▶ Hiika jecha Irreecha: Irreechi amantaalee aadaa Oromoo keessatti mul’dhatan keessa isa tokkoo fi adda-dureedha. Irreecha jechuun sirna kadhaa fi galata waaqaf godhamuudha. Kadhaa fi galanni godhamu kunis iddoo fi yeroon kan murtaa’eedha. Kunis amantii keessatti gochaadhan kan ifa ta’udha. Sirna irreechaa kan hoogganu jaarmayaa Qaalluutti.Asirratti :-

◀{A}▶ Sirni Irreecha gocha Qur'aana fi Hadiisa keessa hin jiredha. Gocha Amanta Islaama
keessatti hin beekamnedha.

◀{B}▶ Kadhana fi galata waaqaf gochuun ibaadadha.

☆Ibaadaa jechuun gadi of qabuu yookiin of xinneessuu jechuudha. Ibaadaa jechuun cufa wanta Rabbiin jaallatuu haasawa irraayis ta'ee dalagaa mullataas ta'ee dhokataa of keessatti qabata.

↪☆Sharxii Ibaadaa: Ibaadaan sharxii lama qaba. Ibaadaan kamiyyuu kan seeraa laman kana hin guutatin gatii hin qabu.

↪☆Sharxiin 1ffaan. Ikhlaasa. jechuun garbichi ibaada isa keessatti wanta biraa dhiisee fuula Rabbii qofa ittiin fedhuudha. Qur'aana Suuratu al-bayyiinaah 98:5. Rabbiin qofa gabbaruu, qajeelanii amantii Isa qofaaf qulqulleessuu, salaata dhabuu fi zakaa kennuuti malee homaa hin ajajamne.

↪☆Sharxii 2ffaan. Bifa Allaahaa ka

09/28/2020

irrechaa fii amantii islaama Ustaaz Abduljalil(Abuu Hamza)

Address

Edmonton, AB

Telephone

+18254406656

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Success Foundation posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Success Foundation:

Videos

Share

Category