Obsituu Ahmad

Obsituu Ahmad Ani jaalala❤

Siif hamileen koo cabee
Tasa ta'eem abdiin Koo
Maaf nujalaa miidhamtii
Miskiinni koo oromoon koo
~
Qalamuun kee nu gubee
Kan Faannoof nafxeenyan
Dhiigni qulqulluu cobee
Maalif aarrabdi sareen
Wallaggaa Keessa iyyaa
jira dhiigni abbootif
Harmooli
~
Maal balleessitee laataa
Wallaggii koo kabajamtuu
Garaan keenya siif gadda
Gaafa akkas dararamtu
~
Hidda miti nuun dhiigu
Xannachi hin qabu cumaa
Waaqayyo Nuuf haà baasu
Isa itti cabne itti qalamnee
Gumaaa keenyaa�

15/01/2024

 ❤
20/10/2023

Oduu Gaddaa!😭😭😭😭Artist hallo Daawwee Galgala kana Adaamaa mana jireenya isheetti lubbuun darbitee jirti!😭Yaa Aayyo hallo...
14/10/2023

Oduu Gaddaa!😭😭😭😭
Artist hallo Daawwee Galgala kana Adaamaa mana jireenya isheetti lubbuun darbitee jirti!😭

Yaa Aayyo halloo osoo biyya Alaa deemtee yaalmta jennuu lubbuun tee darbitee?

Rabbiin sitti haa araaramu

Today's Best Photo ❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️                            •    
05/10/2023

Today's Best Photo
❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️























Today's best Photographer ❤️
04/10/2023

Today's best Photographer ❤️

💚💚💚💚💚💚💚💚Today Best Photos🎁❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️ ❤️❤️❤💚❤❤💚❤💚❤💚❤🕌🕌🕋🕋🕌🕌🕋🕋🕌            Actres  # jamilanagudu with   and  also know...
29/09/2023

💚💚💚💚💚💚💚💚Today Best Photos🎁
❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️ ❤️❤️
❤💚❤❤💚❤💚❤💚❤
🕌🕌🕋🕋🕌🕌🕋🕋🕌










Actres # jamilanagudu with and also known as in movie📽📺👈

Today's best Photography ❤
27/09/2023

Today's best Photography ❤

Today's best Photography ❤Obsituu Ahmad❤
26/09/2023

Today's best Photography ❤
Obsituu Ahmad❤

Today's best photo ❤️❤️🥰
25/09/2023

Today's best photo ❤️❤️🥰






🥰🥰🥰
24/09/2023

🥰🥰🥰











Guyyaa gammachuu ture❤❤Congratulation🥰🥰
23/09/2023

Guyyaa gammachuu ture❤❤
Congratulation🥰🥰

Address

Dairah

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Obsituu Ahmad posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Obsituu Ahmad:

Videos

Share