GGO: Yaadannoo Guyyaa Gootota Oromoo Sababa Covid-19 bara kana wal gahuun godhachuu baatanis qabsaawaa fi abbaan Oromootaa Ambaasaaddar Abdallaa Sulee mana isaaniitti maatii isaanii waliin bifa kanaan ayyaaneeffatan.
Youtube: https://youtu.be/o7Vq-Lx1T_o
Kadhaa haarawa "Sile Dr. Abiyu 😂😂😂
Why are we so quick to express support and solidarity when there is an attack on a city in America or Europe, but when the attack takes place in a predominantly black, poor and Islamic country the response is so different?
Human tragedy is abhorrent no matter how many are killed. There was rightfully support and prayers and stories shared when 59 died in Vegas this month and #IamManchester was trending in May when 23 died at the Ariana Grande concert in Manchester, but when 276 innocent people die in Somalia's capital... I hear nothing. No outcry. No media coverage. No social media storm.
Sadly, this pattern repeats itself time and time again. I wish there was more I could to support and spread awareness, but for now... #IamMogadishu
Obbo Abbaa Duulaa Gammadaa dhimma hojii gad-lakkisuu isaanii ilaalchisee ibsa OBN irratti kannan.
AJ+ Welcome to the city where they hand-feed hyenas
Walaloo: ABDI QOPHEEN EENYU?
Barreessee kan dubbise: Najiib Zannuun
#OromoProtests Somaaleen dhugaa tana.
#OromoProtests WALALOO: By Najiib Zannuun
Dedicated to Hailu Efrem of Dambii Dooloo
#OromoProtests Walaloo gooticha Aadam Diimaa (Diinaraas)
Kan barreesse: Munawar Laga Arbaa
Kan dubbise: Najiib Zannuun
"Sirrii fi Sirriin sirriidha"
-Kadiir Martuu
"Kan Rifeensa haaddatee gaddes sirriidha,Kan amantii na dhoowwa jedhee hin haaddatinis sirriidha. Sirrii fi Sirriin sirriidha. Namuu gaddee jiraa gumaa gadda keenyaa ammoo bilisummaan baana."
Fayyisaa Leellisaa arra an sin faarsaa
Lafaa ka'ee mitii hojii kee si boonsaa
Sabni kee siin boone olqabee mataasaa
-Wallee Fayyisaa Leellisaaf Baasix Gammachiis irraa
#OromoProtests #FeyisaLilesa
#OromoProtests Gabaasa CNN Fayyisaa Leellisaa ilaalchisee
Wallee haarawa kan goota keenya fayyisaa Leellisaatiif Wallifame
-Wallisaan SA'AD AWWAL