29/09/2024
"Dhalli nama uumama kabaja ti"
wajjira dhalli nama dhala nama ta'un isa itti dagatamee walitti qabama hojjettoota dantaa ummaata isaatif hin qabne ta'u isa irra deddeebii dhan ragaa qabatama faana kan agarsisaa jiru waajjira seeraan fallaa jiraatu dha.
gocha hin tane dalaguudhan amanta ummaatni mootumma irra qabu faashalessuuf humnaa qabu guutuun kan bobba'ee, yakkaa ittisuuf mirgaa lammiilee naannoo sana kabachisuuf dirqama guutuu osoo qabu gochaale nama gaaddisisaani fi dhaloota si'aana irra hin eegamnee hojjechuun gocha isaani idilee ta'eera
dhukkubsatan mana yaala akkuma geeffamuu yakkamaan waajjira poolisii geeffamuun wanuma jiruu dha. garuu yakkamaa waajjira poolisiitti qaama seera hundaa itti hirmaachisuun miidhaa hamaa irraan gahani dallaa irraan gatuun akka tajaajila yaalii hin arganneef haala mijeessani dhalaa nama du'aaf dabarsaani kennuun gocha nama saalfachisuu dha.
dhimma Obbolessa koo kanan wal qabatuu ragaa guutuu faana isiinifan maxxansaa isiinis yaada keessanin na deeggaruu hin dagatina