Kaameeraa ummata oromoo

  • Home
  • Kaameeraa ummata oromoo

Kaameeraa ummata oromoo odeeffannoo gahaa fi Rakkoo ummata oromoo kan keenyaa naannookan furamee jiru, kan adeemsa irra j

10/07/2024
29/06/2024

🚩 𝐅𝐔𝐋𝐋 𝐓𝐈𝐌𝐄 : Euro R16

SWITZERLAND 🇨🇭 2️⃣➖️0️⃣ ITALY 🇮🇹
⚽️ 36" Freuler
⚽️ 46" Vargas

29/06/2024

🚨🚨HUGE BLOW: "Arteta Set To Miss Out On The Next Rodri" Arsenal's Delay To Sign £50M Spanish Playmaker Has Allowed Man City and Spurs To Initiate A Devastating £60M Deal Highjack

✅ Mikel Arteta is furious after Arsenal delayed in sealing a £60m deal for the new Rodri, this delay has opened up the opportunity for Pep Guardiola and Tottenham to outbid Arsenal just like Chelsea did with Mykhailo Mudryk.

✅🚨 LINK TO READ ARTICLE IN THE COMMENTS 👇👇👇

15/06/2024

Maatii Oromoorraa Kaanadaatti dhalatee kan guddate Alii Ahimad garee kubbaa miilaa Kaanadaa bakka bu'uun dorgommii Kooppaa Ameerikaarratti hirmaachuuf waamichi dhiyaateef.
Aliin yeroo duraaf garee biyyaalessaaf kan waamame bara darbe yoo ta'u, dorgommii idila addunyaarratti yeroo hirmaatu garuu kan jalqabaati.
Gareen biyyaalessaa Kaanadaa gareesaa guutuu taphattoota 26 qabu Sambata boruu ifa godha.
Harmeen Alii amma dura yaada BBCf kennaniin ''Ilmi koo akkuma Ronaaldoo akka beekamun fedha'' jedhan.

02/06/2024

✅️Rikaardii : Anchelootii seenaa keessatti leenjisaa jalqabaa Chaampiyoonsi Liigii 5 injifate ta'e! 👏😍
🏆🇮🇹 2003 : AC Miilaan
🏆🇮🇹 2007 : AC Miilaan
🏆🇪🇸 2014 : Riyaal Maadriid
🏆🇪🇸 2022 : Riyaal Maadriid
🏆🇪🇸 2024 : Riyaal Maadriid

KABAJAA Don Kaarloo 🙌❤️

02/06/2024

🏆🏆CHAAMPII YOONSI🏆🏆
Tapha xumuraa Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaatiin Riyaal Maadriid Boorushiyaa Doortimundiin 2 fi 0n injifachuun shaampiyoonaa ta'eera. Daani Kaarvaalhoo fi Viinsenzoo Juuniyaar goolii injifannoo Loos Bilaankoosiin galchaniiru. Taphataan sarara fuulduraa lammii Biraazil Viinsi Juuniyer goolii isaa 6ffaa Chaampiyoonsi Liigii Awrooppaa galcheera. Leenjisaan lammii Xaaliyaanii Kaarloo Anchelootiin seenaa dorgommii kanaa keessatti leenjisaa jalqabaa waancaa Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa shan injifate ta'eera. Viinsi Juuniyer tapha xumuraa Shaampiyoonsi Liigii Awrooppaa adda addaa lama irratti taphataa dargaggeessa goolii galche ta'eera. Riyaal Maadriid waancaa Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa kudha shanaffaa injifateera.

02/06/2024

🤳Seenaa kubbaa miilaa keessatti taphattoonni waancaa Shaampiyoonsi Liigii JA'A 🏆 injifatan qofa
▫️ Toonii Kiroos
▫️ Daani Kaarvaajaal
▫️ Lukaa Moodiriik
▫️ Nachoo
✍️ Kun hambaa seenaa Riyaal Maadriid yeroo humdumaatti. 👑

30/12/2023

💚💚💚💚💚💚💚💚Today Best Photos🎁
❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️ ❤️❤️
❤💚❤❤💚❤💚❤??❤
🕌🕌🕋🕋🕌🕌🕋??🕌










Actres # jamilanagudu with and also known as in movie📽📺👈

30/12/2023

: Kitaaba seenaa fi hojiilee Sheekh xiinxalu
==========

Toofiq Mohaammad Daawud jedhama. Magaalaa dhalatee guddate. Yeroo ammaa kanatti ammoo bulchiinsa magaalaa Dirree Dhawaatti hojjetaa mootummaa ta’e hojjeta.

Hojii mootummaa hojjetu alatti, kitaabas barreessa. Tibbana kitaaba seenaa fi hojiilee Sheekh Bakrii Saphaloo (abbaa afaan Oromoo jedhamuun beekaman) bal’inaan xiinxalu mata duree JANGAL jedhuun uummataaf dhiyeesseera.

"Kitaaba kana katabuuf kanan yaade yeroo barataa kutaa jaha turetti. Mana barnootaa amantaa Islaamaa keessatti waa’ee Sheekh Bakrii Saphaloo barttoonni isaanii durii nu barsiisu, gara manaatti yeroon galu ammoo maatiin koo waa’ee isaanii natti himu ture," jedha Toofiq.

Sheekh Bakriin barsiisaa Jaarraa Abbaa Gadaa, Taaddasaa Birruu fi qabsa’ota kanneen biroo hedduu turuu kan himu Toofiq, kanaafis "isaan barsiisaa qabsaa’otaati jechuun ni danda’ama," jedha.

Turtii bal'aa waliin taasifne dubbisaa 👇
https://addisstandard.com/Afaanoromoo/seenessa-sheekh-bakrii-saphaloon-anaaf-barsiisaa-qabsaaota-oromooti-toofiq-mahaammad-barree

10/12/2023
Waxabajjii Bultii 11,2015Godina Harargee Bahaa Aanaa Malkaa Balloo Bulchiinsa Magaala Haraw fi Aradoota Ollaa Tokkummaan...
18/06/2023

Waxabajjii Bultii 11,2015
Godina Harargee Bahaa Aanaa Malkaa Balloo Bulchiinsa Magaala Haraw fi Aradoota Ollaa Tokkummaan Kaanee,Dirree Quufaa,Mullisa Haqaa fi Dhaaba Kannisaa walharkaa fudhiinsii Sanadaa Bakka itti Gaafatamaan Bulchinsa Aanaa Obbo Abdulqaadir Mahammad fi Itti Gaafatamaan Bulchiinsaa itti Fayyadama lafaa akkasumas Bakka Kantiibaan Bulchiinsa Magaalaa Haraw , Bulchoonni Aradootaa fi caasaaleen isaani Bakka jiranitti Gaggeeffamee jira.sirni walharkaa fudhiinsa sanadaa Kunis Haala miidhagaa ta'en gaggeeffame jira.

17/06/2023
03/06/2023

Tapha xumuraa waancaa FA Darbii Maanchistar YEROO JALQABAA haraa sa'attii 11:00 irrattii xumuraa argata.

30/05/2023

Barsiisaan Akkana osoo nama godhee hoo?

30/05/2023
30/05/2023
30/05/2023

Jiruuf jireenya Ummata Harargeeti 💚💚

Address


Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Kaameeraa ummata oromoo posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

  • Address
  • Telephone
  • Alerts
  • Claim ownership or report listing
  • Want your business to be the top-listed Media Company?

Share