Yaa'ii Bilisummaa Oromoo

  • Home
  • Yaa'ii Bilisummaa Oromoo

Yaa'ii Bilisummaa Oromoo Moblizing our people to develop true democracy for country building!

Nama akkasii muuduuyii?
01/03/2024

Nama akkasii muuduuyii?

Goota!
23/06/2023

Goota!

23/06/2023

Obbo Daawwud Ibsaa Jiraattanii Ergaa dabarsuun keessan nus waggoota booda akka dubbannu nu taasiseera!

16/04/2023

Baga Ayyaan Du'aa Ka'uu Gooftaa nagaan geessani!

23/01/2023
03/12/2022

Ajjeechaan Abbootii Gadaa Karrayyuurratti raawwatee ture waggaa tokko guuteera. Ajjeechaan kun abbootii Gadaa kanneen qofaaf osoo hin taane jibbiinsaafi balleessaa sirna Gadaa Oromoo walumaagalatti duguuggaa sanyiifi eenyummaa saba Oromoo irratti kan fuulleffateedha. Taateen suni gadda onnee namaa cabsu ture. Har'allee madaa hin qoorre nutti ta'een irra deebiin gaddakoo akkan ibsadhu na taasise. Araddaa Abbaan Gadaa kabajnisaa mulqamee salphachuun irratti wareegame sanarratti Gadaan jabaatee akka durii isaatti deebi'uuf hojjechaa jirra.

Warri duguuggaa sanyiifi eenyummaa sanarratti hirmaate eenyu akka ta'e beekamee murtiin haqaa darbuu baatus eenyu akka diinummaa Oromoofi Gadaa Oromoo qabu ammoo sabichi bareechee beeka. Abbootii Gadaa Karrayyuutti dhuman sanaaf haqni isaaniillee walitti qabannaa qaamolee adda addaatiin irra dibamee darbamuu isaatiin daran hanga har'aatti qeerroof qarree dabalatee daa'imaa hanga maanguddootti akkasumas dubartii ulfaallee dabalatee golee Oromiyaa hunda keessatti akka baalaa harca'aa jiru. Kana osoo ijaan agarruu waan goonu dhabnee ijaan imimmaan onneen ammoo dhiiga hirqinfannee boonyee callifne.

Hirqinfatanii boo'uu qofti akka furmaata hin taane ammoo hubanneetu afoola Oromoo kan "warri akkam taana jedhe akka ta'u hin dhabu"jedhuun masakamnee furmaata waaraa barbaadutti kaane. Furmaanni waaraan filannoo hin qabnes Heera Gadaa jalatti deebi'anii ijaaramuu ta'uu hubanne. Oromookoo karaan ittiin jabaatanii of ijaaruun diina ofii kuffisanii biyya abbaa ofiirratti abbaa ta'an tokkichi karaa heera Gadaafi sirna keenyaa qofadha. Sanaaf ammoo namni hunduu roga maraan Gadaa jabeessee jalatti haa ijaaramuun dhaamsa kooti!

Barri Roobaa Nagaha
Gadaan Quufaa Gabbina!

የኦሮሞ ልጆችበነፍጠኞች እንደዚህ እየተደረጉ ነው
03/12/2022

የኦሮሞ ልጆች
በነፍጠኞች እንደዚህ እየተደረጉ ነው

Anakee😭
Hiree Oromummaatu kana qaba abshir kichuukoo😭

Wallaggaa, Amaaraan lafarraa dhumataa jiruum
03/12/2022

Wallaggaa, Amaaraan lafarraa dhumataa jiruum

Nagaan Boqodhu!
07/11/2022

Nagaan Boqodhu!

08/09/2022

Oromoon Lollaan Injifataadha!

05/09/2022

Namtittiin Erdaaw Nagaash jedhamtu Hattuun Albuuda Oromiyaa saamtee fixxe kun kaan biddeen isaanii irratti taphattee kaan akkanatti goyyomsitii, namittiin kun Oromiyaa keessa dhabamsiisamuu qabdi, ammas hannaaf lafa ciraa akka jirtuufi namoota amma muudaman Xalaftee kuffisuuf oliif gadi fiigaa jirti!
Iccitii ishee hundaaf yeroo dhiyootti nu eegaa!

05/09/2022

Yeroon kun yeroo itti Oromoon tokko ta'ee Nafxanyaa ofirrqa buqqisudha!

12/07/2022

Yaa'iin keenya itti fufa

02/07/2022

Amaaraan Oromoo wallaggaa cabsitee Wallaggaaf Shawaa diina walitti gochuuf deemtaa beeki shimallis!

24/06/2022
31/05/2022

Jirra Deebineerra Abidda Qabsiisna hattoota irratti!

16/03/2022

Odeeffannoon tokko Biiroo Misooma Bishaanii fi Inarjii Oromiyaa irraa na qaqqabeera adda baaseen Garee hattuu gadi diiga!

09/01/2022

Ilmaan Oromoo Qaqqaalii mana hidhaa keessatti dararamaa jiran hunda hiikaa!
Silaa kan hidhamuu qabu isin warra hidhedhaatii!

Address


Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Yaa'ii Bilisummaa Oromoo posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

  • Address
  • Alerts
  • Claim ownership or report listing
  • Want your business to be the top-listed Media Company?

Share