Gudeta Kure Ebisa

  • Home
  • Gudeta Kure Ebisa

Gudeta Kure Ebisa Life Is Nothing Without God

28/08/2025
25/06/2025

Hordoftoota koo haaraadhaaf haamilee! Toora irratti isin qabaachuu koof gammachuu guddaatu ​​natti dhaga'ama! Abinezar Mesfin, Daniel Kumara, Loomee Lete, Singiteen Garee Guddataa, Bayisa Alamayo, Kadir Mussaa, Eliyas Sisaye, Diroo Qixessa, Endale Abera

07/06/2025

Akkamittiin caalii
akkamittiin gurbaa
nadhagahuu diddaa?
Caalii sanyii dhiiraa
caalii sanyii guddaa.

Kan dur lammiin kee
ajjee*ee dibatee
tufee hin arraabne
Gafarsaan gaditti
Saawwatti lakkaaye.
Yeroo yoo argatu
Raadiyoon siiwaadee
Qawween si akaaye.

Hamma lammii keetiin
Waliigaltee diddee
Mana gumaa lixxaa
ilma haa...!
Afaan kootti haa hafu
Kan shan ta'ee dhufu.!

29/04/2025

Hordoftoota koo haaraadhaaf haamilee! Toora irratti isin qabaachuu koof gammachuu guddaatu ​​natti dhaga'ama! Oro Gamex Biyyana, Boriifan Jorjii

19/04/2023

Like and share

kabajamoo dr Zalaalam mulaatuu itti gafatama biroo barnootaa bulchiinsa magaalaa Finfinnee hojii boonsaa hojjetaniif Gal...
07/02/2023

kabajamoo dr Zalaalam mulaatuu itti gafatama biroo barnootaa bulchiinsa magaalaa Finfinnee hojii boonsaa hojjetaniif Galatoomaa .

07/02/2023

4Kiiloo Kan Galle Yuunifoormii Gurraacha Uffannee Miti. Lafeef Dhiigaan Galle‼

Oromoon kiristaanaa gaafa tuqamu, Oromoon hunduu kiristaana.
Oromoon muslimaa, gaafa tuqamu, Oromoon hunduu muslima.
Oromoon Waaqeffataas gaafa tuqamu, Oromoon hunduu Waaqeffataadha.

Oromoon kamuu, Oromummaa isaaf gaafa tuqamu, Nuti hunduu Oromoo dha. Gaafa tokko taanee wal cina dhaabannu, halagaan ija jabaattee nu fuuldura hin dhaabattu. Deemsi keenyi dheeraa ta'us, bakka kaleessaa hin jirru. Tapha gidduu kanaan, galchii hedduun jara dursaa jirra.🤜🤛

Address


Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Gudeta Kure Ebisa posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

  • Want your business to be the top-listed Media Company?

Share