Bakar Waaree

Bakar Waaree Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Bakar Waaree, Digital creator, .

18/06/2024
10/06/2024

በክልሉ 188 ሺህ 631 ሔክታር መሬት በሩዝ ሰብል ለመሸፈን ዕቅድ ተይዟል

(አዲስ አበባ፥ ሰኔ 1 ቀን 2016 ዓ.ም፥ ግብርና ሚኒስቴር)

በአማራ ክልል በዘንድሮ የምርት ዘመን 188 ሺህ 631 ሔክታር መሬት በሩዝ ሰብል ለመሸፈን ታቅዶ እየተሠራ መሆኑን የክልሉ ግብርና ቢሮ አስታወቀ።

ዘንድሮ ሰሜን ሸዋና በደቡብ ወሎ ቃሉ አካባቢ የሚገኙ አርሶ አደሮች ወደ ሩዝ ምርት እንዲገቡ የመሬት ልየታና የዘር ዝግጅት እየተደረገ መሆኑ ተጠቁሟል።

የቢሮው ምክትል ኃላፊ አቶ ቃልኪዳን ሽፈራው እንደገለጹት፤ በዘንድሮ የምርት ዘመን የክልሉን የሩዝ ማሳ ሽፋን ወደ 188 ሺህ 631 ሄክታር መሬት ለማድረስ ታቅዷል።

የሩዝ ምርት እንደ ክልል የተሻለ ልምድ አለ ያሉት ያሉት ምክትል ኃላፊው፤ በሀገር አቀፍ ደረጃ የሩዝ ምርትን ለማሳደግ የተጀመረውን ንቅናቄ በመጠቀም ምርቱን ለማሳደግ ጥረት እየተደረገ ነው ብለዋል።

አቶ ቃልኪዳን እንዳስታወቁት፤ በክልሉ ባለፈው የምርት ዘመን 82 ሺህ 279 ሔክታር መሬት በሩዝ ምርት መሸፈን ተችሏል። ዘንድሮ ወደ 188 ሺህ 631 ሄክታር ለማሳደግና በአንድ ሄክታር 53 ኩንታል የሩዝ ምርት ለማግኘት ታቅዷል።

በክልሉ በሚገኙ አምስት ዞኖች በተለይም በደቡብ፣ ሰሜን፣ ማዕከላዊ እና ምዕራብ ጎንደር ዞኖች በሩዝ ምርት የተሻለ ውጤታማነት ያላቸው አካባቢዎች መሆናቸውን ጠቁመው፤ አርሶ አደሩ አዳዲስ አሠራሮችን እንዲላመድ በማድረግ የተሻለ ምርት ለማግኘት መታቀዱን አስረድተዋል።

የማሳ ሽፋኑን በማሳደግ ሂደት ከዚህ በፊት ሲሰራባቸው በነበሩ አካባቢዎች አዳዲስ መሬት ለማልማትና ከዚህ በፊት የሩዝ ምርት ወደሌለባቸው አካባቢዎች ልማቱን ለማስፋፋት እየተሠራ ነው ብለዋል።

ከዚህ በፊት በምስራቅ አማራ አንዳንድ አካባቢዎች የነበረው የአየር ሁኔታው ለሩዝ ምርት ምቹ መሆኑን ተከትሎ ሙከራ ሲደረግበት መቆየቱን ገልጸዋል።

ዘንድሮ በሰሜን ሸዋ አካባቢ እንዲሁም በደቡብ ወሎ ቃሉ አካባቢ የሚገኙ አርሶ አደሮች ወደ ሩዝ ምርት እንዲገቡ የመሬት ልየታና የዘር ዝግጅት እየተደረገ መሆኑን አስታውሰዋል።

በክልሉ የሩዝ ሰብል በሁለት ዓይነት መልኩ እንደሚዘራ የተናገሩት አቶ ቃልኪዳን፤ አንደኛው በመደበኛ አሠራር በውሃማ አካባቢዎች የሚለማ ሲሆን፤ በሌላ በኩል ደግሞ በክልሉ 86 በመቶ የማሳ ሽፋን ካላቸው 10 አይነት የእህል አይነቶች ጋር በማካተት የሚለማበት ሁኔታ እንዳለ አስረድተዋል።

በተለያዩ አካባቢዎች የሩዝ መፈልፈያ ማሽን እጥረት፤ ሩዝ ሰፊ ውሃ ባለበት አካባቢ የሚዘራ ሰብል እንደመሆኑ የባለሙያ ክህሎች ችግርና በተለይም የመጀመሪያ ትውልድ የሚባለው የሩዝ ምርጥ ዘር እጥረት ምርታማነቱን እየፈተኑ ያሉ ችገሮች መሆናቸውን አንስተዋል።

በክልሉ ከሩዝ ምርት ጋር ተያይዞ ሰፊ ምርምር መደረጉ፣ አዳዲስ ማሽኖችን በማስገባት የምርት ሂደቱን ለማዘመን የተሠራው ሥራና ሰፊ ውሃ ያለባቸውን አካባቢዎች ለምርቱ መጠቀም መቻሉ እንደተሞክሮ የሚወሰዱ ውጤታማ ልምዶች መሆናቸውን ጠቁመዋል።

በመጨረሻም በሜቲዎሮሎጂ ጥቆማ መሠረት በክልሉ በቀጣይ የተሻለ ዝናብ ይኖራል ተብሎ ስለሚታሰብ በግብርና ዘርፍ በቀጥታም ሆነ በተዘዋዋሪ የሚሳተፉ አካላት ምርታማነትን ለማሳደግ የጀመሩትን ጥረት እንዲያጠናክሩ ጥሪ አቅርበዋል።

-የመረጃ ምንጫችን የኢትዮጵያ ፕሬስ ድርጅት ነው።

05/06/2024
05/06/2024

Ejensiin Geejjiba Godina Harargee Bahaa Balaa Tiraafikaa Namaa fi qabeenyarra Gahu Xiqqeessuuf Hojjachaa Jiraachuu Beeksise
(WKGHB,Caamsaa 28/2016)
Godina Harargee Bahaatti balaa tiraafikaa sababa adda addaatin namaa fi qabeenya gahuu xiqqeessuuf xiyyeeffannaan hojjachaa jiraachuu Ejensiin Geejjiba godinichaa beeksiseera.

Itti Gaafatamaan Ejensii Geejjibaa Godina Harargee Bahaa Obbo Seeyfuddiin Amaan bara 2016'tti tajaajila si'ataa,dhaqqabamaa fi nageenyi isaa mirkanaa'e kennuuudhaf karoora xiiqii fi hirmaachisaa ta'e baafannee hojjachaa turre jedhan.

Haaluma kanaan,bara kana hojii nageenya tiraafikaa mirkaneessuu irratti hubannoo kutaa hawaasaa adda addaa cimsuu wal qabatee hawaasa mil.1 fi kuma 100'f kennuuf karoorfamee, mil.1 fi kuma 700 ta'uuf hubannoon kennamuu himan.

Godinichatti bara kana keessa balaan tiraafikaa namoota torbaatami shan irra gahuu fi qabeenyi mootummaa fi ummataa qarshii mil.25'tti tilmaamamu manca'uu eeran.Sababni balaa kanaas ariitin konkolaachisuu,boqannaa malee konkolaachisuu,haala daandii beekuu dhabuu,humnaa ol fe'uu,hayyama malee konkolaachisuu fi mallattoolee tiraafikaa daandirra dhaabatan laalanii deemuu dhabuun kan muudatuudha jedhan.

Balaan tiraafikaa bara kana qaqqabe kan bara dabreetin yeroo madaalamu xiqqaachuu isaa agarsiisa jedhan.Kana caalaa xiqqeessuuf xiyyeeffannaan hojjatamaa jiraachuu dubbatan.

Itti dabaluunis Obbo Seeyfuddiin hojiin mallattoo agarsiiftuu tiraafikaa daandirra dhaabuu,hojiin gargaartota tiraafikaa barattoota keessaa leenjisuu hojjatamuu himan.Dhaabbileen leenjii konkolaachisaa lama leenjii gahuumsa qabu karaa sirrii ta'een kennaa jiraachuu ibsan.

Gama dhiyeessii geejjibaatin riifoormii geejjibaa kudha jahan lafa qabsiisuuf hojiin guddaan hojjatamaa turuu ibsan.Kunis dhimma dabraa fe'uu fi taarifaa ol kafalchiisuu kanaan dura ture hambisuuf tajaajilamtoonni magaalota buufata konkolaataa qaban keessatti tiikeetta murachuun fayyadamuun eegalameera jedhan.Aanaalee buufata konkolaataa qaban hunda keessatti hojiirra oolchuuf hojjatamaa jira jedhan.Waldaalen geejjibaa jahas akkaataa sarara bobbii isaanii kennameen kan bobba'an ta'uu himan.

Gama birootin akka ejensichaatti bara kana adabbii seera alummaa geejjibaa fi tajaajila mana hojichaa irraa galiin qarshii mil.80 sassabamuu Obbo Seeyfuddiin himaniiru.

Bara kana hojiin ragaa konkolaataa diijitaalessuu xiyyeeffannaan hojjatamaa jira.Hanga ammaatti ragaa konkolaattotaa kuma 11 diijitaalessuun danda'eera jedhan.Konkolaattota haaraa kuma 2 fi 200 galmeessun danda'amera.Akkasuma tajaajila mana hojichaa saffisiisun abbaan dhimmaa al seerummaa fi jiddu seentummaa tokko malee akka tajaajilaman taasifameera jedhan.Iddoowwan murteessaa fi haala kenna tajaajila abbaa dhimmaatis siitii kaameraan walitti hidhuun kan hordofamu ta'uu himaniiru.

Hojiin hubannoo hawaasaa nageenya tiraafikaa irratti cimsuu itti fufiinsaan kan hojjatamu ta'uu eeranii,hawaasnis gama isaanitin dabraa fe'uu fi taarifaa ol kafaluu diduun,eeruu tiraafikaa fi too'attoota geejjibaaf kennuun mirga isaani kabachiisuu akka qaban.Daandii bitaa qabatanii imaluu akka qabanii fi konkolaachiftoonnis araadarraa bilisaa ta'uu fi ariitin konkolaachisuu irraa akka of qusatan hubachiisan.

Al seerummaa geejjibaa bu'uurarraa hambisuuf hirmaannaan qooda fudhattoota fi hawaasaa murteessaa waan ta’eef tumsa barbaachisu taasisuufii akka qaban Obbo Seeyfuddiin dhaamaniiru.

04/06/2024

Hiyyummaa Injifannee Imala Badhaadhinaa Milkeessina!

02/06/2024

Address


Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Bakar Waaree posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

  • Address
  • Alerts
  • Claim ownership or report listing
  • Want your business to be the top-listed Media Company?

Share