Harar City Of Peace

  • Home
  • Harar City Of Peace

Harar City Of Peace Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Harar City Of Peace, Digital creator, .

10/05/2024
10/05/2024
10/05/2024
10/05/2024
10/05/2024
09/05/2024

𝗧𝗼𝗸𝗸𝘂𝗺𝗺𝗮𝗮𝗻 𝘀𝗮𝗯𝗱𝗮𝗻𝗲𝗲𝘀𝘀𝘂𝗺𝗺𝗮𝗮 𝗴𝘂𝗱𝗱𝗶𝗻𝗮 𝗯𝗶𝘆𝘆𝗮𝗮𝘁𝗶𝗶𝗳!
********
Afaan, amantii fi aadaan saboota adda addaa jiraachuun garaagarummaa uumamaa daneessummaa mullisuudha.

Garaagarummaa uumamaa kanaaf beekamtii kennuun sirnaan keessummeessuun guddina biyyattiif humna ta’a.

Garaagarummaa fudhachuu yoo dadhabne garuu ilaalchaa fi gocha adda baasuu fi loogii keessa nugalcha.

Kunis tokkummaa fi guddina biyyaa yaadaa jirru akka hin mirkaneessineef dhiibbaa mataa isaa uuma.

Garaagarummaa uumamaa aadaa, afaan, sabaa fi amantii kabajuun gaaddisa tokkummaa biyyaa jalatti walitti dhufuun madaallii lamaan gidduu jiru eeggachuun tokkummaa sabdaneessummaa ijaaruuf nu gargaara.

Paartiin Badhaadhinaa sab daneessummaan kan saba, afaan, amantaa fi aadaa hundaaf carraa wal qixa kennu waan ta’eef tokkummaa fi guddina biyyaa cimsuuf furmaata carraa hin qabne je'eeti amana.

09/05/2024

ህብረብሄራዊ አንድነት ለሀገር እድገት!
**********************
የተለያዩ ብሄሮች ቋንቋዎች ፤ሃይማኖቶችና ባህሎች መኖራቸው ብዝሃነትን የሚያመለክት ተፈጥሮአዊ ልዩነት ነው፡፡
ይህን ተፈጥሮአዊ ልዩነት አምኖ መቀበልና በአግባቡ ማስተናገድ ለሃገር እድገት አቅም ይሆናል፡፡

ልዩነትን መቀበል ካልቻልን አግላይና አድሎአዊ አአስተሳሰብና ተግባር ውስጥ እንገባለን፡፡

ይህ ደግሞ የምናስበውን ሃገራዊ አንድነትና እድገት እንዳናረጋግጥ የራሱ ተፅኖ ይፈጥል፡፡

የባህል ፣ቋንቋ ፣ብሄርና ሀይማኖቶችን ተፈጥሮአዊ ልዩነት ማክበርና በሃገራዊ አንድነት ጥላ ስር መሰባሰብ እንዲሁም በሁለቱ መሃል ያለውን ሚዛን መጠበቅ ህብረብሄራዊ አንድነትን ለመገንባት ያስችላል፡፡

ብልፅግና ፓርቲ ህብረብሄራዊነት ለሁሉም ብሄር፤ቋንቋ፤ሃይማኖት ፤ባህል እኩል እድል የሚሰጥ አቃፊ በመሆኑ ለሃገራዊ አንድነትና እድገት መጠናከር አማራጭ የሌለው መፍትሄ ነው ብሎ ያምናል፡፡

09/05/2024

ዳይ መሐዲያ አሐድነት ባድ ሌቆቶሌ!
******************
ባድዚኘቤ ኢስበልበላት መሐዳች፣ ሉኋች፣ ዲናችዋ አዳች መንበርቲ ዚዩ ቢዛሖቱው ያርዛል ዚኹልቂ ፈርቂንታ።

ዪ ኹልቂ ፈርቂው መመንማ መትቄበልዋ አክከዞቤ መሶራ ባድ ሌቆትሌ ታኽ ዩኹናል።

ፈርቂው መትቄበል አልፈረክነ ጊር ፈጠቅ ሞሸዋ መሮሐቅ ታሕሲብዋ ኢሾት ኡስጡ ኑቡአነ።

ዪም ኒሒስባዛና ዚባድ አሐድነቱው ዘነሰብቲኩት ኻድዞዛጥ ተጤኖት ዪኸልቃል።

አዳ፣ ሉኋ መሐድዋ ዲን ኹልቂ ፈርቂው መግደርማ ዚባድ አሐድነት ጫያ ተሐይቤ መስሳመት አዞኩትዞም ኮኦትዞ ማቤይነቤ ዛል ሚዛኑው መቄራሕ ዳይ መሐዲያ አሐድነቱው መቼኸልሌ የትፊርካል።

ሳይ ፓርቲ ዳይ መሐዲየነት ኩልሉ አዳ፣ ሉኋ መሐድዋ ዲንሌ መስሰ መስሳ ነሲብ ዪስጢዛልዋ ዪ ሐፍቂዛል መኽነዞቤ ባድ አሐድነትሌዋ ሌቆትሌ ሚላሖት ዘሌላ ሐልሊንታ ዪልማ ያምናል።
#ሳይ

09/05/2024

በክልሉ ባለፉት ዘጠኝ ወራት ምርትና ምርታማነትን በማሳደግና የኑሮ ውድነቱን ለማረጋጋት ታቅዶ እየተሰራ መሆኑን የሀረሪ ክልል ምክትል ርዕሰ መስተዳድር ወይዘሮ ሮዛ ኡመር ገለፁ።

በሀረሪ ክልል በተያያዘ የ2016 ምርትና ምርታማነትን በማሳደግና የኑሮ ውድነቱን ለማረጋጋት ታቅዶ በትኩረት እየተሰራ መሆኑን የክልሉ ምክትል ርዕሰ መስተዳድር እና የግብርና ልማት ቢሮ ኃላፊ ወይዘሮ ሮዛ ኡመር ገለፁ።

የክልሉ ምክትል ርዕሰ መስተዳድርና የግብርና ልማት ቢሮ ሀላፊ ወ/ሮ ሮዛ ኡመር በቢሮው ባለፍት ዘጠኝ ወራት በተከናወኑ ስራዎችን በሚመለከት በሰጡት መግለጫ በ2016 የምርት ዘመን በበልግ ዝናብ ከ11ሺ 871 ሄክታር መሬት በዘር በመሸፈኑን ገልጸዋል።

በክልሉ የምግብ ዋስትናን ለማረጋገጥ እና የኑሮ ውድነቱን ለማርገብ የሚያስችሉ ስራዎች ትኩረት ተሰጥቶት እየተሰራ ነው ብለዋል።

በዚህም ምርትና ምርታማነት የማሳደግና አምራቹና ሸማቹን የማገናኘት ስራ በትኩረት መሰራቱን ጠቁመዋል።

በክልሉ የሚገኘውን ውስን መሬት በአግባቡ በመጠቀም ምርትና ምርታማነትን ለማሳደግ ርብርብ ሲደረግ መቆየቱን አንስተዋል።

በተለይም ህዝቡ በከተማ ግብርናን እና በሌማት ትሩፋት እያከናወናቸው የሚገኙ ስራዎች እንዲጎለብቱ የመደገፍ ስራ ሲሰራ መቆየተን ጠቁመው የዜጎች የስራ እድል ተጠቃሚነት የማጎልበት ስራም መሰራቱን ገልጸዋል።

በዘንድሮ የበጋ መስኖ ልማት የተለያዩ የአትክልት ዘሮችን፣ የውሃ ማጠራቀሚያ ሸራ እና የውሃ መሳቢያ ሞተሮችን ለአርሶ አደሮች ማሰራጨት መቻሉን ገልጸዋል።

ከዚህ በተጨማሪም የብርዕና የአገዳ ሰብሎችን ፣የጥራጥሬ እና የቅባት ሰብሎችን ምርትና ምርታማነት በማሳደግ ረገድም ውጤት መመዝገቡን ገልጸዋል።

በተለይም የወተት፣ ዕንቁላል፣ ስጋ ፣የማር ምርት ምርታማነትን ለማሳደግ በተሰራው ስራ አበረታች ውጤት ማስመዝገብ መቻሉን ጠቁመዋል።

ከዚህ በተጨማሪም በአትክልት፣ በቡና እንዲሁም በእንሰሳት ተዋፅኦ ላይ የተለያዩ ጥናቶችን በማድረግ ምርታማነትን ለማሳደግም እየተሰራ ስለመሆኑ አንስተዋል።

በክልሉ ከ2 ሺህ 200 ሄክታር መሬት ላይ የበጋ የተፋሰስ ልማትና የተፈጥሮ ሃብት ጥበቃ ሥራ በክልሉ በሚገኙ ሶስት የገጠር ወረዳዎች በተመረጡ 10 ተፋሰሶች ላይ ከ30 ሺህ በላይ አርሶ አደሮች የተሳተፉበት ስራ መከናወኑን ገልጸዋል።

የክልሉ አርሶ አደር የረዥም ጊዜ ጥያቄ የነበረው የይዞታ ማረጋገጫ ሰርተፍኬት ጥያቄን የመመለስ ስራ ተከናውናል ብለዋል በሰጡት መግለጫ።

በክልሉ በዘንድሮው ክረምት ወራት በአረንጓዴ አሻራ መርሃ ግብር ለሚተከለው 2 ነጥብ 5 ሚሊየን ችግኝ የዝግጅት ስራዎች እየተከናወኑ መሆኑን ገልጸው የችግኝ ተከላ ልየታና ካርታ ማዘጋጀት መቻለን ገልጸዋል።

እንዲሁም በመኸር 475 ሄክታር መሬት በስንዴ መሸፈኑን ገልፀዋል።

ባለፉት ዘጠኝ ወራት ውስጥ 9 የህብረት ስራ ማህበራትን ለማደራጀት ታቅዶ 12 ማህበራትን ማደራጀት መቻሉን ገልጸዋል።

የክልሉ መንግስት የአርሶ አደሩን ምርትና ምርታማነት ለማጎልበት የሚያከናውናቸው ሌሎች ተግባራት አጠናክሮ ይቀጥላል ብለዋል።

09/05/2024

Ji'oota saglan darbanitti keesstti naannichatti omishaa fi oomishtummaa guddisuuf akkasumas qaala'iinsa jireenyaa tasgabbeessuuf hojjetamaa jiraachuu Perezdaantii itti aantuun Naannoo Hararii Aadde Roozaa Umar himaniiru.

Bara oomishaa 2016tti Oomishaa fi oomishtummaa dabaluu fi qaaloomina jireenyaa hirrisuuf karoorfamee xiyyeeffannoon hojjatamaa akka jiru Perezdaantii itti aantuun Naannoo Hararii fi Hoggantuun Biiroo Misooma Qonnaa Aadde Roozaa Umar himaniiru .

Perezdaantii itti aantuun Naannoo Hararii fi Hoggantuun Biiroo Misooma Qonnaa Aadde Roozaa Umar raawwii hojii ji'oota saglan darban keessatti hojjetaman ilaalchisee ibsa kennaniin, bara oomishaa 2016tti lafa heektaara kuma 11 fi 871 sanyii uwwifamuu ibsaniiru.

Naannichatti wabii midhaan nyaataa mirkaneessuu fi qaalawinsa jireenyaa hir’isuuf tattaaffiin ballaan taasifameera jedhan.

Hojii walitti hudhamiinsa oomishataa fi fayyadamaa walitti hidhuu irratti xiyyeeffannoodhaan hojjetamaa akka ture hubachiisaniiru.

Lafa xiqqoo qonna naannichaatti sirnaan fayyadamuudhaan omishaafi oomishtummaa guddisuuf tattaaffiin taasifamaa akka jiru eeraniiru.

Keessattuu, qonna magaalaa fi hojii maaddii madaalaawaa cimsuu fi deeggaruu fayyadamtummaa hawaasaa mirkaneessuu hojjetamaa akka ture eeraniiru.

Misooma jallisii bonaatiin bara kana sanyii oomisha kuduraalee adda addaa, sharaa bishaanii akkasumaas Mootaraa fi paampii bishaanii qonnaan bultootaaf raabsuu ibsaniiru.

Kana malees, oomishaa kudraa fi mudraa, shankooraa fi kkf oomishuun hojiin oomishaa fi oomishtummaa guddisuu hojjatamaa akka ture ibsaniiru.

Keessattuu gama maaddii madaalaawaatiin oomishaalee aannanii, hanqaaquu, fooniifi damma irratti hojiin hojjetame bu’aa jajjabeessaa galmeessisuu eeraniiru.

Dabalataaniis, oomishtummaa guddisuuf kuduraalee, bunaa fi oomishaalee beeyladaa irratti hojjetamaa akka jiru eeraniiru.

Hojii kunuunsa biyyee fi bishaanii bona baranaa hojjatameen aanoolee baadiyaa sadeen keessatti sulullan 10 irratti hojiin misooma sululaa lafa heektaara kuma 2 fi 200 irratti qonnaan bultoota kuma 30 hirmaachise hojjetamuu ibsaniiru.

Dabalataaniis gaafii Qonnaan bultootaa bara dheeraa kan ture waraqaa qabiyyee lafaa deebisuuf hojiin hojjetameera jedhan.

Ganna kana naannichatti sagantaa ashaaraa Magariisaatiin biqiltuuwwan miiliyoona 2.5 dhaabuuf qophiin taasifamaa jiraachuu ibsuun, hojiin lafa biqiltuu fi kaartaa qopheessuu akka hojjatmaa jiru ibsaniiru.

Akkasumas lafti heektaara 475 midhaan qamadiitiin akka uwwifame ibsaniiru.

Ji'oota saglan darban keessatti waldaalee hojii 9 gurmeessuuf karoorfame Waldaalee 12 gurmeessuu akka danda’an ibsaniiru.

Naannichatti hojiin oomishaa fi oomishtummaa qonnaan bultootaa guddisuuf hojjatamaa jiru cimee akka itti fufu ibsaniiru.

09/05/2024

ሑስኒዞቤ ሑሉፍ ዛዩ ዘሕጠኝ ወሕራችቤ ኦሚሽ ዋ ኦሚሻምነቱው መሌቀሌ ዋ ኒብሪ ቃሊነቱው መርገዝሌ ተቦረአማ ዪትደለጊቤ ዛልነት ሐረሪ ሑስኒ ሒጋኝ ረኢስ ጊስቲ ሮዛ ኡመር ገለጡ።

ሐረሪ ሑስኒቤ ዚትላሐዴው 2016 ኦሚሽ ዋ ኦሚሻምነቱው መሌቀቤ ዋ ኒብሪ ቃሊነቱው መርገዝሌ ተቦረኣማ ቤጆትቤ ዪትደለጊቤ ዛልነት ሑስኒዞ ሒጋኝ ረኢስ ዋ ሐራሺነት ኔሮት ኢዳራ መስኡል ጊስቲ ሮዛ ኡመር ገለጡ።

ሑስኒዞ ሒጋኝ ረኢስ ዋ ሐራሺነት ኔሮት ኢዳራ መስኡል ጊስቲ ሮዛ ኡመር ኢዳረዞቤ ሑሉፍ ዛዩ ዘሕጠኝ ወሕራች ዚትሜሐሩ ዲላጋቹው ዪነክዛልቤ ዚሰጦ መግለጥቲቤ 2016 ኦሚሽ ዘማን ቤይጊ ዚናቤ 11 አልፋዋ 871 ሄክታር ደቺ ሸኝኚቤ መትጎለብዞው ገለጡ።

ሑስኒዞቤ ሐንጉር ደማናው የቂን ሞሸሌ ዋ ኒብሪ ቃሊነቱው መርገዝሌ የትፊርኩዛሉ ዲላጋች ቤጆት ተሰጤውማ ዪትደለጊቤ ሐል ባዩ።

ዪቤም ኦሚሽ ዋ ኦሚሻምነቱው መሌቃ ዋ ኦሚሽ ያሺ ዋ ዪነሲዛሉው መትራኣ ዲላጋ ቤጆትቤ መትደለግዞው አቀነኡ።

ሑስኒዞቤ ዪትረኸብዛሉ ጢት ደቺው አክከዞቤ መትናፈእቤ ኦሚሽ ዋ ኦሚሻምነቱው መሌቀሌ ሪብሪብቲ ዪታሺቤ ዚናረነቱው ሐፍ ኣሹ።

ሉይቤም ሸእቢዞ ኣሲማ ሐራሺነት ዋ ኔሮት ፋይዳችቤ የሚሕረዩቤ ዛል ዲላጋች ዪጡኙኩት ጊርጋራ ሞሸ ዲላጋ ዪትደለጊቤ ዚናረነት አቀነኡማ መደኒያች ዲላጋ ነሲብ ተናፋኢነቱው መጦኛ ዲላጋ መትደለግዞው ገለጡ።

ዪ አመት ጃይ መስኖ ኔሮት ኢስበልበላት ኹድራ ሸኚያቹው፣ ሚይ መሳመትቲ ሸራ ዋ ሚይ መዝመድቲ ሞተራቹው ሐራሺያችሌ መትሲራጫ መፍረክዞው ገለጡ።

ዪቤ ዲባያም ብርዕ ዋ ኣላ ኸልላቹው፣ ቢሳያች ዋ ቂባት ኸልላቹው ኦሚሽ ዋ ኦሚሻምነቱው መሌቀቤም ነቺጃ መትሴጀልዞው ገለጡ።

ሉይቤም ሐይ፣ አቁሕ፣ በሰር፣ ዱስ ኦሚሽ ዋ ኦሚሻምነቱው መሌቀሌ ዚትደለጋ ዲላጋቤ ጦኛም ነቲጃ መትሴጀል መፍረክዞው አቀነኡ።

ዪቤ ዲባያም ኹድራ፣ ቡንቤ አዝዞኩትዞም ሐየዋን ለአይቤ ቢሳሎታቹው ሞሸቤ ኦሚሻምነቱው መሌቀሌ ዪትደለጊቤ ዛልነቱው ሐፍ ኣሹ።

ሑስኒዞቤ 2 አልፋዋ 200 ሄክታር ደቺ ለአይቤ ጃይ ኩእቲ ኔሮት ዋ ኹልቂ ዲነት ቄረሖት ዲላጋ ሑስኒዞቤ ዪትረኸብዛሉ ሺኢሽቲ ደርጋ ወረዳችቤ ዚትመለሑ 10 ኩእቲያች ለአይቤ 30 አልፊቤ ለአይ ሐራሺያች ዚትሳአዱቦ ዲላጋ መትሜሐርዞው ገለጡ።

ሑስኒዞ ሐራሺ ጉዶር ወቅቲሌ ሱኣል ዚናራ ሊሕዳኝ የቂንቲ ኬቦት ሱኣሉው ጀዋብ ሞሻ ዲላጋ ተሜሐራ ባዩ ዚሰጦ መግለጥቲቤ።

ሑስኒዞቤ ዪ አመት ገንና ወሕራች ወሪቅ አሻራ ሚሕሪራቤ ዪበቅሊዛል 2 ኑቅጣ 5 ሚሊየን ኡንኩር ጠብቲ ዲላጋች ዪትሜሐሩቤ ዛሉነት ገለጡማ ኡንኩር መብቀል መላይቲ ዋ ኸሪጣ ጠብ ሞሸ መፍረክዞው ገለጡ።

አዝዞኩትዞም መኸር 475 ሄክታር ደቺ ቀመዲቤ መትጎለብዞው ገለጡ።

ሑሉፍ ዛዩ ዘሕጠኝ ወሕራች ኡስጡቤ 9 ዚዳይ ዲላጋ ሙጋዳቹው መዌጠንሌ ተቦረኣማ 12 ሙጋዳቹው መዌጠን መፍረክዞው ገለጡ።

ሑስኒዞ ሑኩማ ሐራሺዞ ዛጥ ኦሚሽ ዋ ኦሚሻምነቱው መጦኘሌ የሚሕረዩዛል አላያች ኢሾታቹው ዚቅቲቤ ዪትኼተላል ባዩ።

09/05/2024
09/05/2024
08/05/2024
08/05/2024

Naannichatti roga misooma daandii fi geejjibaatiin hojiileen jajjabeessaan hojjetamuu Biiroon Misooma Daandii fi Geejjibaa Naannoo Hararii beeysise.

Naannoo Hararitti ji'oota sagal darban keessatti roga daandii fi geejjibaatiin hojiiwwan jajjabeessaan hojjetamuu Biiroon Misooma Daandii fi Geejjibaa Naannichaa ibseera.

Hoggantuun Biiroo Misooma Daandii fi Geejjibaa Naannoo Hararii Aadde xayibaa Abdallaa hojiiwwan ijoo ji'oota saglan darban keessatti raawwate ilaalchisee ibsa kennaniiru.

Ji'oota saglan darban keessatti hojiileen gaafii ummataa deebisuuf hojjetamaa tureen bu'aaleen jajjabeessaan galmaa'uu ibsaniiru.

Keessattuu gama daandiitiin aanaalee baadiyaa fi magaalaa keessatti daandiilee haaraa kiiloo meetira 92 hojjechuuf karoorfame ture keessaa dhibbeentaan 88 milkeessuun danda’ameera jedhan.

Daandiileen ijaaraman daandii asfaaltii, cirrachaa, daandii koobulii, hidhaalee kaabii fi dallaa kan hojjetaman tahuu eeraniiru.

Gama Suphaa daandiitiin daandii kiiloo meetira 168 suphamuuf kan karoorfamee fi karooraa raawwachuun akka danda’ame ibsaniiru.

Hojimaata badaa sireessuun hojiin Kenniinsa tajaajilaa ammayyeessuun hojjatamuu kan ibsan yoo tahu gama kenniinsa tajaajilaa gahumsa konkolaachissummaatiin hojiin tajaajila ammayyeessuu akka hojjatame ibsaniiru.

Dabalataaniis, hojiin seera tiraafikaa kabachiisuu fi hubannoo uumuu hojiilee ji’oota saglan dabran keessatti xiyyeeffannoon hojjatamaa turuu eeraniiru.

Gaafii misoomaa ummataa deebisuu fi rakkoolee bulchiinsa gaarii hiikuuf kutannoon hojjechaa akka jiran ibsaniiru.

Kana malees fayyadamtummaa fi waliingahiinsa haqa qabeessa tahe mirkaneessuuf akkasumaas hoji dhabdummaa hir’isuuf xiyyeeffannoon hojjatamaa akka ture ibsaniiru.

Ji'oota bara bajataa hafan keessatti hojiilee fayyadamtummaa ummataa mirkaneessuu irratti xiyyeeffannoon kan hojjatamu tahuu eeruun hawaasni deeggarsa isaa akka cimsu gaafataniiru.

Address


Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Harar City Of Peace posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Videos

Shortcuts

  • Address
  • Alerts
  • Videos
  • Claim ownership or report listing
  • Want your business to be the top-listed Media Company?

Share