Hani harar

Hani harar Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Hani harar, Digital creator, .

22/02/2024

ሐረሪ ሑስኒ ሒርጊ ጋር ኡርፊያ መጅሊስዞው ጊሽ ሞዪ ዪግላል።

ሐረሪ ሑስኒ ሒርጊ ጋር 6ታኝ ዶር 3ታኝ አመት 5ታኝ ኡርፊያ መጅሊስዞው ጊሽቤ ሜገል መሜሐር ዪግሊዛልነት ሑስኒዞ ሒርጊ ጋርዞ አፋኤይዲ ጌስሲ ሱልጣን አብዱሰላም አትቴወቃ።

ሑስኒዞ ሊሚ አፈኤዪዲ ጌስሲ ሱልጣን አብዱሰላም ዚሰጦ መግለጥቲቤ ሒርጊ ጋርዞ ጊሽቤ ሜገል የሚሕራዛል መጅሊስቤ ኢስበልበላት አጀንዳች ለአይቤ ዪትሒራረጋል ባዩ።

ሒርጊዞቤም 6ታኝ ዶር 2ታኝ አመት 4ታኝ ኡርፊ መጅሊስ ዲብላንዞ ቆውሊ ዪሰብታል ዪሎማ ዪቴቀባል።

ሑስኒዞ ሒርጊ ጋር 2016 ኢ.ሒ 6 አመት ዲላጋ አሜሐሮት ሒካሞት ዪቀርቢማ ሒርጊ ዪትሜሐርባዛልነት አሴነኑ።

ሒርጊ ጋርዞ ኮኦት አያማችሌ ዪትሜሐርዛል መጅሊስቤ ኢስበልበላት መንሲባቹው የሰብታል ባይቲቤ ዪቴቀብዛልነት ገለጡ።

22/02/2024
22/02/2024

Ji'oottan jahan darbanitti hojiileen misooma Jallisii , misooma beeyladaa, maaddii guutuu fi dameewwan qonnaa birootiin hojiin jajjabeessaan hojjatamaniiru- Obbo Ordin Badrii

Pirezidaantiin naannoo Hararii obbo Ordiin Badrii gabaasa raawwii hojii ji’a jahaa mana marii naannichaaf dhiheessaniin akka jedhanitti ji’oota jahan darban keessatti karaa misooma jallisii, misooma qabeenya beeyladaa, sagantaa maaddii guutuu fi kanneen birootiin hojiileen hojjetaman jajjabeessaadha.

Naannichatti lafa heektaara 655 irratti hojii hojjaameen oomishni kuntaala kuma 126 ol galmaa'uu ibsaniiru.
Gama misooma qabeenya beeyladaatiin aannan toonii 7668 akkasumaas oomisha killee miiliyoona 4 ol argamuu ibsaniiru.
Roga sagantaa maaddii guutuu fooyyeessuuf walakkaa waggaa keessatti sanyii beeyladootaa 2640 diqaaloomsuu fi baadiyaa fi magaalatti gandoota lukkuu 8 hundeessuun danda'ameera jedhan.

22/02/2024
22/02/2024

Address


Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Hani harar posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

  • Address
  • Alerts
  • Claim ownership or report listing
  • Want your business to be the top-listed Media Company?

Share