Awash Press

Awash Press Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Awash Press, Media/News Company, .

30/07/2024
06/05/2024

Ida'amuu, Galaa Imala Keenyaa!
*******
Ijaarsi biyyaa fi imalli badhaadhinaa kan mirkanaahu tumsa lammii hundaatiini.

Guddummaan Itoophiyaatis hirmaannaa hunda galeessa lammiileen biyyaattii taasisaniin kan galma gahu akka ta'e yaadamni Ida'amuu ni amana. Ida'amuun yaadaanis ta'ee gocha isaatiin hammataa fi eenyummaan sabummaa fi tokkummaan biyyaalessummaa madaala isaanii eeganii akka adeeman sabaa fi sablammootni hundi miira obbolummaa dhugaa goonfatanii jaalalaan akka waliin jiraatan kan taasisudha.

Yaadamni Ida'amuu humna cimaa walooma keenya itttiin jabeessinudha. Walii galteen biyyaalessaa akka uumamuuf daandii kan saaqu, lammiilee gidduuttis wal hubannaan diriiree dhimma biyyaa irratti waliin dhaabbachuun akka dagaagu kan taasisu yaadama tarkaanfataadha.

Walumaagalatti Ida'amuun yaadama Itoophiyaan hiyyummaa irraa gara guddinaa fi badhaadhinaatti akka ceetu dandeessisu, galaa imala keenyaati.

17/04/2024

Address


Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Awash Press posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

  • Address
  • Alerts
  • Claim ownership or report listing
  • Want your business to be the top-listed Media Company?

Share