14/11/2023
Akka Addunyatti rakkoowwan nam tolcheefi uumamaa muudachuun qaalayinsi akka jiraatu taasiseera
Biyya keenyas kan mudachaa jiru kanuma wajjin waan walfakkaatudha. Haata'uu malee, biyyi keenya dhiibbaa kana dandamachuun guddina kan itti agarsiifte ta'uu GDP bara kanaa ilaaluun ni danda'ama.
Hojii gama qonnaatiin hojjetameen bu'aan abdachiisaan kan itti mul'atedha. asirratti hojii xiyyeeffannoon hojjetameen jijjiiramni guddaan mul'ateera.
Humna oomishaa keenya guddisaa jirra. Kana malee, hojiiwwan dinagdee biyyaa jijjiiruu danda'an dameewwan gara garaa irratti jijjiirama fiduu dandeenyee jirra.