Oromoon tokkummaa uumee diina Abdii kutachiisaa jira

  • Home
  • Oromoon tokkummaa uumee diina Abdii kutachiisaa jira

Oromoon tokkummaa uumee diina Abdii kutachiisaa jira Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Oromoon tokkummaa uumee diina Abdii kutachiisaa jira, Digital creator, .

04/02/2024
17/01/2024
22/10/2023

Galaanni diimaa galaa hiyyummaa diigudha! Jecha hayyuu keenya Dr Abiy Ahmed Ali
= = = = == = = = =
Gaalanni diimaa galaa hiyyummaa ittiin injifannuu waan ta'eef Itoophiyaan akka biyya karra galaanaa hin qabne tokkootti gaaffii mirgaa gaafatte gaaffii bu’uura seeraa fi seenaa guddaa qabudha. Itoophiyaan biyya qabeenya qabatamaa namtolcheef uumamaa akkasumas qabeenya killiyyaan badhaate taatus dhabuu karra galaanaan sadarkaa silaa guddina diinagdee fi tekinooloojiin irra gahuu qabdu hin gahiin jirti.

Madda rakoo kana kan hubate Ilmi Abbaa Gadaa ajandaa galaana diimaa nuuf balballomsee jira. Itoophiyaan galaana diimaa kan barbaadduuf galaa hiyyummaa ittiin loltee injifattu gatii ta’eef qofa!

ቀይ ባህር ድህነትን ለማሸነፍ የምንጠቀምበት ባህር ነው። ኢትዮጵያ በሰው ሰራሽና በተፈጥሮ ሃብት እንዲሁም በአየር ንብረት ኃብት የበለፀገች ሀገር ብትሆንም የባህር በር ባለመኖሩ ምክንያት መድረስ የነበረባት የኢኮኖሚና የቴክኖሎጂ እድገት ደረጃ ላይ አልደረሰችም።
የችግሩን ምንጭ በመረዳት የንጉሱ ልጅ የቀይ ባህርን አጀንዳ ገልፆልናል። ኢትዮጵያ ቀይ ባህር ብቻ ነው የሚያስፈልጋት ምክንያቱም ድህነትን ለመታገል እና ለማሸነፍ ዋጋ ነውና!
The Red Sea is the sea that destroys poverty!
= = = = == = = = =
The Red Sea is the sea that we use to overcome poverty. Despite being a country rich in man-made and natural resources as well as climate resources, Ethiopia has not reached the level of economic and technological development it should have reached due to the lack of sea gates.
Understanding the source of the problem, the Son of the King has unveiled the red sea agenda for us. Ethiopia only needs the Red Sea because it is the price to fight and win poverty!
YOOMIYYUU DAMMAQAA
With Badhaadhina Harargee Lixaa

22/10/2023

Address


Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Oromoon tokkummaa uumee diina Abdii kutachiisaa jira posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

  • Address
  • Alerts
  • Claim ownership or report listing
  • Want your business to be the top-listed Media Company?

Share