02/11/2023
Guyyaa 22/2/2016 Godina Shawaa Kaabaa Aanaa Darraa tajaajila Salalkullaatti marii bal'aan dhimma haala yeroo akkasumas hojii mootummaa fi paartii irratti caasaa gandoota waliin erga gaggeefame booda kallattii gara fulduraa kaa'un goloobamee jira