The Oromia Daily POST

  • Home
  • The Oromia Daily POST

The Oromia Daily POST Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from The Oromia Daily POST, Social Media Company, verified, .
(8)

DON'T FORGET TO LIKE OUR PAGE)
! !

Gada: Three Approaches to the Study of African Society ፕሮፌሰር አስመሮም ለገሰ 1973 G.Cይህንን መጽሃፍ ከቅርብ አመታት በፊት ዩኒቨርሳል ማተሚያ ቤት የተ...
17/11/2023

Gada: Three Approaches to the Study of African Society ፕሮፌሰር አስመሮም ለገሰ 1973 G.C

ይህንን መጽሃፍ ከቅርብ አመታት በፊት ዩኒቨርሳል ማተሚያ ቤት የተወሰነ ቁጥር አሳትሞ የነበረ ሲሆን በወቅቱ ሙሉ በሙሉ ተሽጦ በማለቁ ከገበያ ላይ ጠፍቷል። ዋናውን ህትመት ገበያ ላይ ማግኘት ከባድ ነው ። ይህን ዋናው ቅጅ መጽሃፍ የዛሬ 50 አመት በ Macmillan publishing co., inc Newyork በኩል በአሜሪካ የታተመ ነው። እኔም ይህንን መጽሃፍ ከብዙ ጥረት በኃላ ዛሬ አግኝቸዋለሁ። በነገራችን ላይ ፕሮፌሰር አስመሮም ለገሰ ከዚህ የገዳ ጥናታዊ የመጀመሪያው ህትመት መጽሃፍ በተጨማሪ Oromo Democracy የሚል የምርምር ስራ ህትመት መጽሃፍ አላቸው።

Wallee Haraa Jaal Eebbisaa Soolan - Jaala Qabsoo 2023
20/08/2023

Wallee Haraa Jaal Eebbisaa Soolan
- Jaala Qabsoo 2023

Ammaa nama ija sabaa akkana dhabnnee Facebook gubaatti post gonnema gallee teenya mitii bara keenya guutu?
27/07/2023

Ammaa nama ija sabaa akkana dhabnnee Facebook gubaatti post gonnema gallee teenya mitii bara keenya guutu?

01/07/2023

Guyyaa yaaddannoo Hayyootafi goota oromoo borana balaa xiyaraan dhuman.TODAY IN HISTORY:17 YEARS LATER....10th April 200...
10/04/2023

Guyyaa yaaddannoo Hayyootafi goota oromoo borana balaa xiyaraan dhuman.
TODAY IN HISTORY:17 YEARS LATER....10th April 2006-10th April 2023.
REMEMBERING the 13 Victims of 2006 Marsabit horrific Plane Crash.

1. Dr. Bonaya Godana
2. Dr. Guracha Boru
3. Abdi Tari
4. Titus Ngoyoni
5. Bishop William Waqo
6. Abdullah Adan
7. Thomas Chigamba
8. John Ouma
9. Peter Kingola
10. Joseph Njogu
11. David Noroge
12. Yusuf Guyo
13. Mirugi Kariuki

Heroes of all time
Peace Ambassadors
Darling of Marsabit County
Leaders for all.

Marsabit Plane Crash of 10th April 2006 Robbed us great leaders.

17 years later, today we remember all of them in our prayers.

May Their Soul Rest in Eternity.

24/02/2023
29/01/2023
URGENT NOTICE ‼️COMMUNITY RALLY! DEC. 7, 2022 @ 1:00 PMStop State-Sponsored Terrorism And Genocide On Oromia! Rally Orga...
05/12/2022

URGENT NOTICE ‼️

COMMUNITY RALLY!

DEC. 7, 2022 @ 1:00 PM

Stop State-Sponsored Terrorism And Genocide On Oromia!

Rally Organized by OCCIWA-Oromia Community Center in Washington

05/12/2022



የወረራው ሃይል የኦዲዮ ቅጂ እንዳረጋገጠው መከላከያ የኦሮሚያን ልዩ ሃይልን እጅ ስጡ ቢልም ፈቃደኛአልሆኑም ይላል መከላከያ ከወረራው ጐን ተሰልፎ የኦሮሚያን ልዩ ሃይል የሚዋጋው ጦርነቱ የማን ስለሆነ ነው ለሚለው መልሱን ለእናንተውልተ

05/12/2022

HIN DAGATIIN YOOMUU!!

Hin dagatiin yoomuu
Waan diinni si goote
Bara baraa gadii
Xiqqoon guddaa mote
Mormikoo haa citu
Bakka kankee bu'ee
Seenan sin dagatu
Mormakee kan bu'ef

Hin haftu gumaanke
Ati mormaa cittus
Faarsituun ekeraa
Sirratti dhichistus
Dhugaakee hin dhoksu
Mormikoo haa citu!!!

12/11/2022

Gurraa Sicala'uu.Intala Elemoo Qilxuu kayyoon elemoo oromummaaf gadi ba'ee sana ofiif du'e malee ololtuu gandaan of dhaadattuf miti kan Amantiin dhaadattuf miti.oromoo hundaf kayyoo har'aa WBO harka jiruuf miti jetti

12/11/2022
Safuu waaqaa cabsitee Adaa abbakeef haadhake xiqeesite maqaa saba ba'a nyaatte safuu
16/09/2022

Safuu waaqaa cabsitee Adaa abbakeef haadhake xiqeesite maqaa saba ba'a nyaatte safuu

GAAFAA ALAA ADURREE GAAFA MANA QEERRENNSA OF GOOTA SAFUU.KALEESSA UTUU ATI LUBBUUN JIRTU MAGALAA HARAR KEESSAA MASJIDA B...
09/09/2022

GAAFAA ALAA ADURREE GAAFA MANA QEERRENNSA OF GOOTA SAFUU.
KALEESSA UTUU ATI LUBBUUN JIRTU MAGALAA HARAR KEESSAA MASJIDA BATASKANATI GAAFA JIJIIRATAN AFAA QABATTE TEESSA OBBOLEESSAKE ISA DHIIGAKE AMANTI WAAQEEFANNAA QABATEE EEGATE HAR'AN GA'E AMMO SEEXANA GOOTE ITTI DUULTA

Faannoo naannoo Amahara safaricom keessaa qooda qabachu jechun uummata  biyyiti hundaaf karaa ittin quunamti uummata itt...
10/08/2022

Faannoo naannoo Amahara safaricom keessaa qooda qabachu jechun uummata biyyiti hundaaf karaa ittin quunamti uummata itti to'atan qophaa miti siyaasa biyyiti keessa baasu danda'u daldala biyyiti keessaa baasuf caraa gudda qaba. Kanaf uummati oromoos ta'e uummati biyyitti dammaqi. https://t.co/6VRJGVtm58

19/04/2022
18/04/2022

፦ የአገው ሰራዊት ሙሉ ለሙሉ አቅሙ በአስተማማኝ ሁኔታ ላይ ይገኛል
የአገው ህዝብ ዳግም ባርነት የለም

ድል ለታላቁ አገው ህዝብ
ፈቶ ፦ ወልደሃወርያ ሞገስ

Agew Liberation Front ALF

 !Sabni keenya walloon waggoota dheeraaf roorroo itti dhufu hunda ofirraa qolachaa diinaaf takkaa osoo harka hin Laatiin...
18/04/2022

!
Sabni keenya walloon waggoota dheeraaf roorroo itti dhufu hunda ofirraa qolachaa diinaaf takkaa osoo harka hin Laatiin lafaaf aadaa duudhaa isaa kabachiisuun asiin gahaniiru Oromoon Walloo Oromoo golee Oromiyaa cufa keessa jiran waliin tokko dha saba kana cabsanii bulchuuf bara dhufee darbaa warreen sirna nama nyaataa durii sana deebisuuf hawwan waan gochaa jiran kana uummata keenya irraa dhaabuu qabu.

14/04/2022
አገውነትና ኦሮሞነት የአንድ ሳንቲም ሁለት ገፅታዎች ናቸው የምንለው በዚህ አይነቱ ተጨባጭ ተግባር ነው ። በሴራና ባልተረጋገጠ መረጃ  በኦሮሞ ማንነታቸው ብቻ ከቀናት በፊት ከመተከል ወደ ፊን...
14/04/2022

አገውነትና ኦሮሞነት የአንድ ሳንቲም ሁለት ገፅታዎች ናቸው የምንለው በዚህ አይነቱ ተጨባጭ ተግባር ነው ። በሴራና ባልተረጋገጠ መረጃ በኦሮሞ ማንነታቸው ብቻ ከቀናት በፊት ከመተከል ወደ ፊንፊኔ በጎጃም በጉዞ ላይ እያሉ እንጅባራ 02 ፓለስ ጣቢያ የታሰሩ የኦሮሞ ተወላጅ ተማሪዎች በአገው ወጣቶች(አፍሌን) በፓሊስ ጣቢያ በመገኘት ከወንድሞቻቸው ጋር እራት አብረው ተመግበው፣ ወንድሞቻቸውን አበረታተው አምሽተዋል ። አገውነትና ኦሮሞነት ደማዊ የማንነት ግንኙነት ያላቸው የአንድ ማህበረሰብ አካል ናቸው የምለው በምክንያት ነው።

በነገራች ላይ ከሁለት አመት በፊት በጎንደር ዩኒቨርሲቲ ይማሩ የነበሩ የኦሮሞ ተወላጅ እህት ወንድሞቻችን ጥቃት ሲደርስባቸው ከዩኒቪርሲቲው በጨለማ በመውጣት በአቅራቢያ ከሚገኙ የቅማንት ቀበሌዎች ወገኖቻቸው ሂደው ከጽንፈኛ አዞዎች መንጋጋ ሞት ያመለጡት ። እንዲያውም አራቱ ቄሮዎች ወደ ኦሮሚያ ለመመለስ መታወቂያችን ማንነታችን ስለሚገልጽ አንመለስም ብለው በርካታ ወራትን በላይ አርማጭሆ ትክል ድንጋይ ከተማ ከቅማንት ወገኖቻቸው ጋር ቆይተው ልዩ መታወቂያ ተዘጋጅቶላቸው በኃላ ወደ ቤተሰቦቻቸው በሚስጥር የተመለሱት ይህንን ምስክርነት እነዚህ ተማሪዎች አንድ ቀን ሚዲያ ላይ እንደሚያወጡት ጥርጥር የለኝም።

ባላምባራስ ነጋሽ

PPn Shimallis Milishaa Naannoo 3 akkasitti Oromiyaatti bobbaasee jira. Humni addaa Oromiyaa fi Milishaan Shabaxaan adeem...
12/04/2022

PPn Shimallis Milishaa Naannoo 3 akkasitti Oromiyaatti bobbaasee jira.

Humni addaa Oromiyaa fi Milishaan Shabaxaan adeemaa jiru hin jiru. Mallattoo Gateettii waraana kanneenii irra jirus kan naannoo 3 ta'uu agarsiisa.

Bakki isaa Naannoo Oromiyaa ta'uu isaatiifis, beeksisa "Mana Baaltinnaa YEROO" jedhu ilaaluu ni dandeessu.

Hubadhaa bulchitoonni Naannoo Oromiyaa Shimallis dura turan Marti Hidhattoota Naannoo 3 fi Naannoolee Biroo kamuu Oromoo akka waraananuuf Affeeranii hin beekani. Shimallis garuu ifatti Caffee irratti affeerraa taasise.

Lixa Shaggar, aanaa Ada’aa Bargaatitti taabonni jarri  ‘samiidhaa bu’a, ijaan hin ilaalinaa, yoo ilaaltan ijatu isin bad...
10/04/2022

Lixa Shaggar, aanaa Ada’aa Bargaatitti taabonni jarri ‘samiidhaa bu’a, ijaan hin ilaalinaa, yoo ilaaltan ijatu isin bada, dhaabbitti gogdu, dacheetu isin fudhatee baqa, gaaratu isiniin sigigaata’ jechuun lafa ittiin saamuuf adeemaanii turte, hordoffii jajjabeetin kana ta’ee argame’ jedhan!

Kuni salphina guddaadha. Hawaasni baadiyyaa jiru yoo akkanaan gowweeffamellee,nuti warri baranne’ ofiin jennu abbaltii guddaatu nu eeggata. Garuu san wallaallee jirra. Inumaayyuu abbootaa keenyaa ol salphinaa fi mora jarri tun nuun jettu gaaffii takka malee fudhachaa warra jirutu jira.

Yaa jarakoo! Waan kana waaqni itti amanna’ jennu suniyyuu bifa kanaan nu hindhiisu, kuni wallaalummaa fi doofummaa qofa miti, cubbuu guddaadha.Oromiyaa guututti kanuma karooraa fi sagantaa siyaasatin tooftaa gabrummaa godhatanii dukkanatti nu maqsaa jiru.

Gidduu kana bifuma kanaan taabotatu samiidhaa bu’e’ jechuun lafa Oromoorratti maqaa amantaatin bakka hundatti weerara lafaa eegalanii jiru. Dammaqaa, waldammaqsaa, moraa fi falfala akka kanaa kan hawaasa keenya barootaf addunyaarraa dukkanatti gaadi’ee hidhaa kaa’e kanarraa dhaloota hiikaa! Dhaloota baraaraa. Safuu! Safuu!

ታሪክ ራሱን ከሶስት አመት በኃላ እንዲህ ነበር የደገመው በመተማ ከተማ 54 የቅማንት ተወላጆች ተረሽነው አስከሬናቸው የተቃጠለውና ገሚሱም ከእነ ነብሳቸው በእሳት የተቃጠሉት የነበረው ። ዛሬ ...
11/03/2022

ታሪክ ራሱን ከሶስት አመት በኃላ እንዲህ ነበር የደገመው በመተማ ከተማ 54 የቅማንት ተወላጆች ተረሽነው አስከሬናቸው የተቃጠለውና ገሚሱም ከእነ ነብሳቸው በእሳት የተቃጠሉት የነበረው ። ዛሬ ደግሞ በማህበራዊ ሚዲያ እየተዟዟረ ያየነው አሳዛኝ ቪዲዩ በኢትዮጵያ ህዝብ የጋራ ታሪክ እንደሌለና የራስህን ወገን ዜጋ የምትለውን እንዲህ በጭካኔ በአማራ ልዩ ኃይል አባላት ጭካኔ በተሞላበት መልኩ በእሳት ከእነ ነብሱ ሲያቃጥሉት በስቃዩ በሰቆቃው በደስታ ስሜት ሲፈነጥዙ ይታያሉ ። እውነት እነዚህ ሰዎች ናቸውን ?
እንዲህ በአሰቃቂ መልኩ ለሞቱት ነብስ ይማር ለቤተሰብም እግዚአብሔር መጽናናትን ይስጥልን ።

Yuunversiitii Waachaamootti walitti bu'iinsa Barattoota Oromoo fi Amaaraa gidduutti uumameen barataan Oromoo tokko rasaa...
04/03/2022

Yuunversiitii Waachaamootti walitti bu'iinsa Barattoota Oromoo fi Amaaraa gidduutti uumameen barataan Oromoo tokko rasaasaan mataa yoo rukkuutamu heddun ammoo miidhaman.

(SQ-Bitootessa 3,2022)

Har'a Bitootessa 3,2022 Yuunversiitti Waachaamootti walitti bu'iinsa ijoollee Oromoo fi Amaaraa gidduutti ka'een barattooti Oromoo hedduun miidhamuun dhagaa'ame

Yuunversiitii Waachaamoo keessatti dhalattoonni Amaaraa Ayyaana ADWA kabajna maqaa jedhuun Alaabaa Minilikiifi suuraa Minilik akkasuma kan Teediroos qabu qabatanii dhaadannoo adda adda kan Oromummaa arrabsuu dhageessisaa turan jedhu sababa sanaan walitti buu'insi dhalate kan jedhan maddeen keenya.

Yeroo barattooti walitti bu'anitti Poolisiin Federaalaafi Poolisiin naannicha barattoota Amaaraa irra goruun barattoota Oromoo hedduu reeban jedhu. barataa Abduuba Tanii kan dhalootaan Boorana ta'e ammoo rasaasaan mataa irra rukkutame kan jedhan maddi keenya yeroo amma Hospitaala Waligalaa Hoosa'inaatti du'aaf jireenya giddutti argama jedhu. Barataa Abduuban waan lubbuun hafuu hin fakkaatu,nus akka isaa hin tajajilleef poolisiin Mooraa Hospitaala keessaa nu ari'ees jedhu.

Kana malees barattoonni hedduun miidhamanii Hospitalichatti yaalamaa jiraachuu odeeffaneerra. hanga ammaatti Barattoonni Oromoo miidhaman 6 yoo ta'aan isaaniis

1,Abduuba Tanii kan rasaasaan mataa keessa rukkutaame
2,Gammachiis Guddinaa
3,Abdii Tashoomee
4,Maammush Hambisaa
5,Gammachiis Addaamuu
6,Gaaddisaa Tamasgeen kan jedhaman yoo ta'an barattoonni Poolisii Federaalaan qabamanii hidhamaniis hedduudha jedhu.

Yeroo amma kana haalli Yuunversiitii Waachaamoo baayyee yaaddessaa ta'uu kan nuuf himan maddi keenya uummanni Oromoo akka birmaatuufis dhaamaniiru.

Maddi GMN!

Ararsa Gabbisaa Dhugaan Gaaraa new oromoo music 2022https://youtu.be/bVLyKseM4o4
03/03/2022

Ararsa Gabbisaa Dhugaan Gaaraa new oromoo music 2022https://youtu.be/bVLyKseM4o4

gosa_Gutu_abera_yosen_getawun_jafar_yusuf_haacaaluu_hundessaa

Guyya 18/02/22 hari'aa gujii lixaa b/horaa gara kaabaa baka heeraa liiphistuu fi B/horaa kibbaan bakka ifata fardaatti k...
18/02/2022

Guyya 18/02/22 hari'aa gujii lixaa b/horaa gara kaabaa baka heeraa liiphistuu fi B/horaa kibbaan bakka ifata fardaatti karaa Finfinnee keeniyaa deemuu WBO gujii lixaati akka kanatti cufamee jira toonnaa WBO jala jiraa suuraan isaa akka armaan gadiiti

  waraana bilisumma oromoo Wbo Ola akkasitti waraana koloneefata Abiy Ahmed booji'a jira.https://t.co/sh4pVWhAVc https:/...
08/02/2022

waraana bilisumma oromoo Wbo Ola akkasitti waraana koloneefata Abiy Ahmed booji'a jira.
https://t.co/sh4pVWhAVc https://t.co/JEn0LeRT2n

waraana bilisumma oromoo Wbo Ola akkasitti waraana koloneefata Abiy Ahmed booji'a jira.

Address

Verified

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when The Oromia Daily POST posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Videos

Shortcuts

  • Address
  • Alerts
  • Videos
  • Claim ownership or report listing
  • Want your business to be the top-listed Media Company?

Share