24/09/2023
Akkam jirtuu jiraattonni magaalaa shaggar hundi keessan akkuma beekamu waqtiin kun waqtiilee jiraan keessa adda kan isa tasiisu waqtii ayyaanota hedduu qabudha haa ta'u malee xiyyeeffanaan keenya hundi waa'ee Irreechaa qofa ta'a jira dhugaa dha Ayyaanni Oromoon hundi abdii guddaadhaan eguu isaa dha kana malees ayyaanota kan akka Masqalaa fi ayyaana Muslimaa ji’a kana ta'u isaan wal qabatee ayyaanota kana nagaan akka kabajamuu ga’ee keenya ba'uun nagaa naannoo keenya fi magaalota keenya keessatu magaalaa Finfinnee fi shaggar eguun ga’ee keenya ba'uun kayyoo nafxanyaa haa fashaleessinu.Kumasaa Gaaddisaa K/M/Galan Guddaa