04/09/2025
Mufataan Maqaa Mallasaatiin Masjiida ijaaree itti waaqessuu barbaada.
Yoo yaadattan bara duula filannoo yeroo isaa hin eegganneefi naamusa filannoo hin kabajne hafarsuuf gandarra deemee akka Re'ittii mar'achaa ture san warra PP tiin ilmaan Mallasaa, ilmaan Minilik jechaa ture, har'a ammoo ofii isaatiin ilma Mallaasaa, ilma Minilik yookan du'a jechaa jira.
Ajab Ajab nama jechisiisa, hundaafuu Hidhichi kan Itiyoophiyaanota hundaan ijaraarame qabeenya uummataafi biyyaati.
Qooda fudhattoonni hundi isaanii galata seenaa qabu, hidhi namni tokko ijaare waan hin jirreef galanni nama tokkoof kennamus hin jiraatu, mufataan osoo aangoo qabatee maqaa Itiyoophiyaayyuu gara Mallasitti jijjiiruun waan hin oolle😝