Boruu Daroo

Boruu Daroo Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Boruu Daroo, Digital creator, .

20/04/2024
👉 ‼ Hoogganaan garee Finxaaleyyii Faannoo Naannaawa Gondor kan ta'e Nahuusannaay Andaargee har'a ganama Finfinnee Boole ...
12/04/2024

👉 ‼

Hoogganaan garee Finxaaleyyii Faannoo Naannaawa Gondor kan ta'e Nahuusannaay Andaargee har'a ganama Finfinnee Boole naannaawa galma barkumeetti to'annaa jala Ooleera.

Nahuusannaay eegdota isaa lama waliin kan ture yommuu ta'u poolisoonni to'annaa jala oolchuuf wayita yaalanitti dhukaasa banuun eegdonnj isaa lamaan irra tarkaanfiin fudhatameera. Nahuusannaay garuu madaayuun to'annaa jala ooleera.

Kana malees oppireeshinii har'aa kanaan gartuun Nahuusannaay waliin ajjeechaa raawwataa kan tura Habtaamuu Andaargee, Ebeneezar Gaashaawu Abaatee osoo hin miidhamiin to'annoo jala

Address


Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Boruu Daroo posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

  • Address
  • Alerts
  • Claim ownership or report listing
  • Want your business to be the top-listed Media Company?

Share