Dhugaan Humna

  • Home
  • Dhugaan Humna

Dhugaan Humna Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Dhugaan Humna, Digital creator, .

10/01/2024

እነ መስከረም የት ናቹ አኩኩሉ ማልት ይሔኔ ነው🤣🤣🤣


10/01/2024

የተበታተነው የጃውሳው ቡድን ‼️

በአማራ ህዝብ ስም ተደራጅቶ ህዝቡን እየዘረፈ ያለው ጃውሳው አሁንም ደግሞ ሌላ የመዝረፊያ ግንባር አቁቋል። እንኚህ ጽንፈኛ አካላት ባገኙት አጋጣሚ ህዝቡን ለመዝረፍ እንዲመቻቸው እየተገነጣጠሉ አዳዲስ ቡድን እየመሰረቱ ይገኛሉ።


10/01/2024

የተበታተነው የጃውሳው ቡድን ‼️

በአማራ ህዝብ ስም ተደራጅቶ ህዝቡን እየዘረፈ ያለው ጃውሳው አሁንም ደግሞ ሌላ የመዝረፊያ ግንባር አቋቁመዋል። እንኚህ ጽንፈኛ አካላት ባገኙት አጋጣሚ ህዝቡን ለመዝረፍ እንዲመቻቸው እየተገነጣጠሉ አዳዲስ ቡድን እየመሰረቱ ይገኛሉ።


10/01/2024

ጉድበል ጎንደር ደሞ ሌላ የታጠቀ ቡድን ተመስርቷል እየተባለ ነው😁😁😁


10/01/2024

የተበታተነው የጃውሳው ህልም‼️


ከድጡ ወደ ማጡ በአማራ ፅንፈኞች የሚቀነቀነው ፖለቲካ አንድነት የሌለው ። በየ ቦታው የተከፋፈለ እና እርስ በእርሱ የሚገዳደል ነው ። ሁሉ ተነስቶ የተለያየ መግለጫ እየሰጠ ህዝቡን የሚያደነጋ...
10/01/2024

ከድጡ ወደ ማጡ

በአማራ ፅንፈኞች የሚቀነቀነው ፖለቲካ አንድነት የሌለው ። በየ ቦታው የተከፋፈለ እና እርስ በእርሱ የሚገዳደል ነው ። ሁሉ ተነስቶ የተለያየ መግለጫ እየሰጠ ህዝቡን የሚያደነጋግር ሆኗል ፤ አንዱ በሁለት ሳምት አራት ኪሎ እንገባለን ይላል 😂😂 ፤ ሌላው ደግሞ ቀጣይ አመት በአ/አ #ገናን እናከብራለን ይላል ።

አላማ የሌለውና ጥላቻን ብቻ ሰንቆ የተነሳ የትኛውም ትግል መጨረሻው መባላትና መጨራረስ ነው ። በምሬ ወዳጆ ፣ እስክንድር ነጋ ፣ ዘመነ ካሴ እና በሸዋ ጃውሳው መካከል ከፍተኛ የአቋም ልዩነት ስላለ ሁሉም በሰፈሩ አለቃ ለመሆን እንጂ ለአማራ ህዝብ ምን ጠብ የሚል ነገር አያስገኙም ።



10/01/2024

#አላማ እና የለለው የጃውሳ ቡድን እየተፈረካከሰ ነው!



Irreecha Hora Finfinnee!Seenaa dhiigaa fi lafeen iddootti deebifanne tokkummaadhaan ni tikfanna!!!!
01/10/2023

Irreecha Hora Finfinnee!

Seenaa dhiigaa fi lafeen iddootti deebifanne tokkummaadhaan ni tikfanna!!!!



 #ኢሬቻ በውብ  #ህዝቦች የሚከበር ውብ  #ባህል ነው!የኢሬቻ ባህል  #እኩልነት እና  #አንድነት የሚሰበክበት   ነው።
01/10/2023

#ኢሬቻ በውብ #ህዝቦች የሚከበር ውብ #ባህል ነው!

የኢሬቻ ባህል #እኩልነት እና #አንድነት የሚሰበክበት ነው።





ሰበር መረጃ!!!  ሼር ሼር....!ከሰሞኑ በድምቀት  የሚከበረውን  #የኢሬቻ በዓል ወደ  #ብጥብጥ በመቀየር እና ህዝብ ላይ ጉዳት በማድረስ   ለማግኘት ሲሉ ወደ ከተሞች ሰርጎ በመግባት ዝግ...
01/10/2023

ሰበር መረጃ!!!

ሼር ሼር....!

ከሰሞኑ በድምቀት የሚከበረውን #የኢሬቻ በዓል ወደ #ብጥብጥ በመቀየር እና ህዝብ ላይ ጉዳት በማድረስ ለማግኘት ሲሉ ወደ ከተሞች ሰርጎ በመግባት ዝግጅት ሲያደርጉ ከየአካባቢው እየተለቀሙ መሆኑን ያገኘነው መረጃ ያመለክታል!

በተለይ የኦሮሞ ህዝብ ቀንደኛ #ጠላት የሆኑት እና #የጃውሳው ሀይል ሰርጎ ወደ ከተሞች በመግባት ዝግጅት ሲያደርጉ ጭምር በደህንነት ሰዎች እየተያዙ ዘብጥያ እየወረዱ መሆኑ ተገልጿል!

በተለይ በዓሉ በሚከበርበት ከተማ ማለትም #በፊንፊኔ እና #በቢሾፍቱ ከተሞች የሚትኖሩ ህዝቦች #አጠራጠሪ ነገር ስትመለከቱ እንድታመለክቱ እናሳስባለን!




Qophiin nageenyaa ayyaana Irreechaa xumuramee jiraHumni   ayyaanni irreechaa karaa nagaatiin akka kabajamu qidoominaan h...
01/10/2023

Qophiin nageenyaa ayyaana Irreechaa xumuramee jira

Humni ayyaanni irreechaa karaa nagaatiin akka kabajamu qidoominaan hojjechaa jiraa.



Qaamooleen farra Oromummaa Ayyaana Irreechaa shororkeessuuf Finfinnee seenan to'atamaa jiruuQaamooleen farra Oromummaa a...
01/10/2023

Qaamooleen farra Oromummaa Ayyaana Irreechaa shororkeessuuf Finfinnee seenan to'atamaa jiruu

Qaamooleen farra Oromummaa ayyaana Irreechaa shororkeessuuf of jijjiiranii magaalaa Finfinnee seenaa jiran to'atamaa jiraachuu himmame.

Qophiin nageenyaa ayyaana Irreechaa xumuramee jiraHumni nageenyaa ayyaanni irreechaa karaa nagaatiin akka kabajamu qidoo...
01/10/2023

Qophiin nageenyaa ayyaana Irreechaa xumuramee jira

Humni nageenyaa ayyaanni irreechaa karaa nagaatiin akka kabajamu qidoominaan hojjechaa jiraa.

Irreechi Mallattoo Obbolummaa, Jaalalaafi Dhiifamaatti.
01/10/2023

Irreechi Mallattoo Obbolummaa, Jaalalaafi Dhiifamaatti.

01/10/2023

ጠ/ሚ ዶ/ር አብይ አህመድ ጅማ በለሊት ተዘዋውሮ በእግር ጉዞ ሲጎበኝ።



Irreecha 2016 Loading .... baga geessan .
01/10/2023

Irreecha 2016 Loading .... baga geessan .


የሰላም እና የፍቅር ምልክት የሆነዉ መስቀል ደመራ በዓል ዛሬም ለሀገር  #አፍራሾች የእግር እሳት ሆኖባቸዋል፡፡ ይበጠበጣል ፣ ይረበሻል ፣ ሰላም አይሆንም እያሉ ቢከርሙም ከዳመራዉ ድምቀት በ...
28/09/2023

የሰላም እና የፍቅር ምልክት የሆነዉ መስቀል ደመራ በዓል ዛሬም ለሀገር #አፍራሾች የእግር እሳት ሆኖባቸዋል፡፡

ይበጠበጣል ፣ ይረበሻል ፣ ሰላም አይሆንም እያሉ ቢከርሙም ከዳመራዉ ድምቀት በስተቀር በመስቀል አደባባይ ከፍ ብሎ የሚታይ ነገር አልነበረም ፡፡ ሁሉም በሰላም ተጠናቋል፡፡



ሰላም ነዉ    ህዝባዊ እና ሀይማኖታዊ በዓላት  #የባንዳዎች መጠቀሚያ እንደማይሆኑ የኢትዮጵያ ህዝብ በዛሬዉ እለት በተግባር አሳይቷል፡፡ ሀገር አፍራሽ  #ባንዳዎች ብዙ ቢሞክሩም ሰላም ወዳዱ...
28/09/2023

ሰላም ነዉ

ህዝባዊ እና ሀይማኖታዊ በዓላት #የባንዳዎች መጠቀሚያ እንደማይሆኑ የኢትዮጵያ ህዝብ በዛሬዉ እለት በተግባር አሳይቷል፡፡ ሀገር አፍራሽ #ባንዳዎች ብዙ ቢሞክሩም ሰላም ወዳዱ ህዝብ በዓላቱን በሰላም አጠናቋል፡፡



27/09/2023

“Baga Bacaqii Gannaa Hoofkaltanii Booqaa Birraa Nagaan Geessan Shimallis Abdiisaa Pirezidaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaa
---------
Ayyaanonni waggaan maranii dhufan miira ittiin yaadatamaniiifi kabajaman qabu. Waktiilee itti kabajamanittis hawaasa keenyaaf hiikaafi ergaa dhama qabu dabarsuun achii-dhuftee ganamaa lallaba buleeyyiin galaa hawaasaaf gumaachu.

Waqitiin Ayyaana Masqalaa Dachee rooba gannaan dhoqqoofte qoorsee, biiftuu hurriidhaan haguugamtes saaqee riqicha taee Ganna irraa Birraatti kan ceesisu ayyaana kabajamaadha. Ayyaanni Masqalaa uummata Oromoo biratti jaalalaafi tokkummaan kan kabajamu, kan arjoomuu malee waakkiin keessa hin jirre ayyaana quufaafi sugaati. Kanaaf Masqalli Mootii Ayyaanaa jedhamee uummata Oromoo biratti miira addaan kabajama.

Kabajamtoota uummata Oromoofi lammileen Itoophiyaa hundi baga bacaqii Gannaa hoofkaltanii Booqaa Biirraa Ayyaana Masqalaa tibba horii fi namni, waatiifi daaimni akkasumas kan fagoofi dhiyoo gammachuun guutamee, hawaasummaan haaromee walooma isaa itti leellisuufi gammachuu isaa ittiin ibsatu nagaan geessan.

Uummata Oromoo biratti booqaan Birraa taatee wal jijjiirraa yeroon dhufu qofaa osoo hin taane, sochiin hawaasummaafi diinagdee sababa rooba cimaan gargar fagaatee fagaatee ture deebiee jabaachuun ilma namaa imala haaraawaaf qopheessa. Hawaasummaa ganni gargar fageesse deebiee haaroma, Qeerroofi Qarreenis Goobeefi Shinooyee taphachuun qeee tokkoo gara birootti imalanii misiraachoo simannaa Ayyaana Masqalaatti labsu. Kana malees, Masqalli ayyaana tibba sanyiin Ganna facaafame Asheetee ollaafi firri walitti dhufanii waliin sooratan, loon kaloorraa dheedanii wayita quufan kabajamu waan taeef simboo addaa kenna. Kanaaf Oromoon Masqalli quufa jedha.

Hordoftoota Amantaa Kiristaanaa birattis Masqalli ayyaana yaadannoo fannoo Yesuus Kiristoos taee kabajama. Hordoftoonni amantichaa jaalala dhugaa Waaqayyo dhala namaatiif qabu guyyaa itti dinqisiifataniifi galateeffataniidha. Yesuus kiristoos jaalala ilmaan namaatiif jecha sababa dhiifamuu cubbuutiif tokkicha ilmasaa gara biyya lafaatti erguun wareeguu isaa yaadachuun araaraafi dhiifama guyyaa itti lallabaniidha. Kanaafis, hordoftoota amantaa Kiristaanaa biratti Ayyaanni Masqalaa guyyaa yaadannoofi mallattoo jaalalaa, araaraafi dhiifamaa tauutu barsiifama.

Uummata biyya keenyaa hunda biratti Masqalli akka mallattoo ceuumsaatti ilaalama. Sababni isaa Masqalli wayita Gannarraa gara Birraatti darbamu waan taeef rakkoofi gadadoo irraa gara quufaatti waan ceaniif, Oromoon kan darbeef Waaqa galateeffachuun kan dhufuuf immoo kadhachuun kabajata. Kabajaafi ulfina Ayyaana Masqalaatiif qabus yeroo ibsu Galgalliifi Masqalli waakkii hin qabu jechuun duudhaa arjummaa sirna uummata Oromoo keessa jiruun maaddii waliin qooddachuufi ayyaanicha gamtaan waliin kabajata.

Kabajamtoota uummata Oromoo, saboonni, sablammoonniifi uummattoonni Itoophiyaa duudhaa waloomaa waggootaaf kuufanneen tokkummaa keenya jabeessinee humna nu diiguu barbaadu gamtaan dura dhaabannee bara 2015 keessa qormaataawwan hedduu turan carraatti jijjiirree milkoofnee jirra. Uummanni keenya gamtaa isaa cimsatee qormaatilee waan injifataman hin fakkaanne hunda injifatee, hanqina jiru sirreesseefi cimina qabnus itichuun hojiin hojjechaa dhufne humna guddaa imala keenya milkeessee badhaadhinaan nu gau tauu gocha qabatamaa keessatti agarree jirra. Keessumaa wayita hongeen cimee rakkoo hamaaf uummata keenya saaxile uummanni Kaabaa Kibbatti, Bahaa Lixatti harka arjummaa isaa waliif diriirsee Buusaa Gonofaan wal hirphee qormaaticha karaa ajaaibaan akka damdamannu nu taasiseera. Kana malees, hongee jijjiirama qilleensaan dhufu hundeen qolachuu kan nu dandeessisan Pirojektoota Finnaa baajata mootummaa xiqqaa qabnuufi humna waloo keenya fayyadamnee fala waaraa rakkoolee akkasii ittiin furrus nu gonfachiiseera.

Mootummaan Naannoo Oromiyaa duudhaafi safuu Oromoo ulfoofi ulfina isaa ganamaatti deebisuun Oromiyaa ijaaree Itoophiyaas utubuuf imala waloomaa jabeessuu, misooma itti fufiinsa qabu mirkaneessuufi nagenya waaressuuf eegale daandii ummatichaa qajeelchee injifannoo ummatichaas akka itti fufu taasiseera.

Aadaafi duudhaan keenya akkasumas seenaan gootummaa keenyaa misoomaafi guddina dinagdeenis akka dabalamuuf Mootummaan Naannoo Oromiyaa harqota hiyyummaa caccabsuun diinagdee damdaneessaa mirkaneessuuf bara 2016tti karoora xiiqii qopheessee hojiitti hiikuu eegaleera.

Karoorri xiiqii bara kanaa aadaa hojii keenya buuraan jijjiirruun ariitiifi baayinaan oomishnee kalaqaan dabaaluun akka galma guddaatti kan qophaae karoora uummataati. Kana malees humni waloo keenya tajaajila lammummaa, Buusaa Gonofaa, Gaachanni Sirnaafi Manni Murtii Aadaa karoora keenya cimsee riqicha amasiisaa boruu keenya ittiin ijaarru taee kan nu gargaaru tauun xiyyeeffannoon kennameefii jira. Galma qabame milkeessuufis Oromoon wal hubatee gurmaaee waliin dhaabbatee qormaata isa mudatu hunda waloon qolachuufi nageenya isaa tikfachaa injifannoo isaas bulfachuun egeree isaa buuura jabaa irratti cimsee akka ijaarratu waamichan dhiyeessa.

Uummanni ayyaana kana wayita kabaju gootota ilmaan sabaafi sablammootaa kaayyoo finxaaleyyii dura dhabbachuun kabaajaafi ulfina naannoofi biyyaa tiksan yaadachuufi kabaja kennuu, maatii isaanii deeggaruun haalaan barbaachisaadha. Kan rakkate gargaaruu, kan dheebote dheebuu baasuufi kan daares uffisuun wal bira dhaabbachuu qabna.

Waktichi waktii Manneen Barnootaa saaqamaniifi barattoonnis manneen barnootaatti deebian waan taeef tajaajila lammummaa keenya cimsinee misooma waloo keenya akka milkeessinu waamicha dhiyeessuun barbaada. Ayyaanichi kan gammachuu, jaalalaafi tokkummaan keenya daran cimee sabdaneessummaan itti dagaaguun biyya cimtuu hundaaf mijattuu taate itti ijaarru nuuf haa tau jechaa, ayyaanni kan nagaa, jaalalaafi milkaainaa, akka nuuf taun hawwa.

Ayyaana Gaarii!
Oromiyaa ni ijaarra!
Itoophiyaa ni utubna!
Gaanfa Afrikaa ni tasgabbeessina!
Waaqayyos nu gargaara!
Shimallis Abdiisaa, Pirezidaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaa
Fulbaana, 2016
Finfinnee

26/09/2023
ኢዜማ የኔ አመራር ነው የሚላቸው ዶ/ር ጫኔ ከበደ የህቡዕ አደረጃጀት መሪ ሆነው በመገኘታቸው ቁጥጥር ስር ውለዋልግለሰቡ የኢዜማን ህጋዊ ሽፋን በመጠቀም "የኢትዮጵያ አንድነት ግንባር" የተባለ...
26/09/2023

ኢዜማ የኔ አመራር ነው የሚላቸው ዶ/ር ጫኔ ከበደ የህቡዕ አደረጃጀት መሪ ሆነው በመገኘታቸው ቁጥጥር ስር ውለዋል

ግለሰቡ የኢዜማን ህጋዊ ሽፋን በመጠቀም "የኢትዮጵያ አንድነት ግንባር" የተባለ የህቡዕ አደረጃጀት ሲያደራጅ ቆይቷል። ከዚህም ባለፍ ግለሰቡ ከዚህ ቀደም ከነ ዶ/ር ወንድወሰን አሰፋ ጋር በቅርበት ሲሰራ እንደነበር እና የሰነድ ዝግጅቶችንም ሲያደርግ ቆይቷል። የህቡዕ አደረጃጀቱን ከከተማ እስከ ወረዳ እና ቀበሌ ድርስ በቀጠና ሲያደራጅ እንደቆየ እና በአዲስ አበባ ከተማ ውስጥ ገዳይ ቡድኖች ሲያደራጅ ቆይቷል። በኢዜማ ሽፋን ይንቀሳቀስ የነበረው ዶ/ር ጫኔ ከበደ ከጃውሳው ጋር ቀጥተኛ ግንኙነት ያለው ብቻ ሳይሆን በአዲስ አበባ ውስጥ የሚገደሉ ሰዎች ስም ዝርዝር ይዞ ነው በቁጥጥር ስር የዋለው። አንዱ እቅድ የመስቀል ደመራ በዓል ሲከበር የመለመላቸውን ገዳይ ቡድኖች የኃይማኖት አገልጋዮች በማስመሰል እና ኃይማኖታዊ ልብስ በማስለበስ ግድያዎች ሲያቀናጅ ተደርሶበት ታስሯል።

Address


Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Dhugaan Humna posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Videos

Shortcuts

  • Address
  • Alerts
  • Videos
  • Claim ownership or report listing
  • Want your business to be the top-listed Media Company?

Share