Tulluu Yerer

Tulluu Yerer Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Tulluu Yerer, Digital creator, .

Dubbiin Oromoo marii gaaddisa jalaatiin malee   hin hiikamu Warri waamicha nageenyaaf owwaatan, garaagarummaan siyaasaa ...
30/11/2024

Dubbiin Oromoo marii gaaddisa jalaatiin malee hin hiikamu

Warri waamicha nageenyaaf owwaatan, garaagarummaan siyaasaa dubbiin malee afaan qawweetiin akka hin furamne fudhatanii daandii nagaatti dhuftan Oromoo biraa galata guddaa qabdu.
Osoo qawween dubbii hiikee waggoottan jahan darbe falli ni argama ture.

30/11/2024



Bu'uurri waliigaltee mootummaa WBO waamicha nagaa ummataa.fudhatee Garaagarummaan_siyaasaa_afaan_qawweetiin_hin_hiikamu kan jedhu. Osoo qawween rakkoo garaagarummaa siyaasaa hiikee waggaa jahan darbe kana falli ni argama ture. Warri garaagarummaan siyaasaa Afaan qawweetiin hin hiikamu jettanii nagaaf of kennitan ummata Oromoorraa galata guddaa qabdu.
Garaagarummaan_siyaasaa_afaan_qawweetiin_hin_hiikamu

30/11/2024
30/11/2024
30/11/2024
11/10/2024
04/09/2024
04/09/2024


Kabajmtoota tajaajilamtoota manneen hojii Bulchiinsa Magaalaa Shaggar kenna tajaajilaa irratti rakkoon yoo isin qunname bilbila bilisaa lakkoofsa gabaabaa #9980 irratti bilbiluun eeruu kennuu akka dandeessan quba qabduu?

04/09/2024

Address


Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Tulluu Yerer posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Videos

Shortcuts

  • Address
  • Alerts
  • Videos
  • Claim ownership or report listing
  • Want your business to be the top-listed Media Company?

Share