Shaggar Koo

Shaggar Koo Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Shaggar Koo, Digital creator, .

24/05/2024
14/05/2024

Sagantaan ashaaraa magariisaa biyyi keenya hojii irra oolchaa jirtu magariisummaa dabaluun madaala qilleensaa eegee rakkoo faalama qilleensaa kaansarii addunyaa ta'e furuudhaan gamatti imala gara badhaadhinaatti eegalle fiixaan baasuu keessatti iddoo guddaa qaba.

Sagantaa kanaan biqiltuu firiin isaanii nyaataaf oolu kumatamaan dhaabuun xiyyeeffannoo kan argate ta'uu isaatiin wabii nyaata mirkaneessuu keessatti gumachaa olaanaa agarsiisee; milkaa'ina dachaas nu gonfachiiseera.

Ummanni keenyas aadaa biqiltuu dhaabuufi kunuunsuu abboota irraa dhaaleefi duudhaa ganamaatti deebi'uun waamicha mootummaan isaa taasise gammachuun simachauun injifannoon Ashaaraa magariisaatiin galmeesseen boruu keenya har’a ijaaruu akka dandeenyu mirkaneesseera.

Milkaa’ina keenya kana caalmaan cimsuun sagantaan ashaaraa magariisaa yeroo hundaa akka milkaahuuf hojjachuun murteessaadha.

Boruu keenya har'a wayita dhaabnu har'a dafqinee boru boqonna; jijjiirama qilleensaa damdamannee biyya keenya magariisa uwwifna.

Kanaaf hojii boonsaa waggootan darban keessatti raawwanne daran cimsuun faayidaa damdaneessa mirkaneessuuf lammiin hunduu gahee isaa habachuu qaba.

14/05/2024

Ajandaan keenya Misoomaafi Badhaadhina hundagaleessa lammii hunda fayyadamaa taasisu mirkaneessuudha

09/05/2024
11/11/2023
11/11/2023

Address


Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Shaggar Koo posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

  • Address
  • Alerts
  • Claim ownership or report listing
  • Want your business to be the top-listed Media Company?

Share