Oduu

Oduu Of jalaachuun hundaa oli
(1)

Today photography 📸
21/01/2025

Today photography 📸

10/07/2024
07/06/2024
05/05/2024

BIG DATA BEEKTUU?
▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬

Big Data yeroo jedhamu dhageessanii beektuu? Yeroo dheeraan dura odeeffannoo tokko galmeessuu yoo barbaadne data bifa walfakkaataa qabu yookaan immoo data bifa "row" fi "column" ta'een qindaa'e gabatee keessatti kuufamu kan nuti "Structured database" jennuun ta'a. Ammas iddoo danuutti itti fayyadamna. Yeroo har'aa kana database beekamaan wordpress itti fayyadamu MySQL gartuu "Structured database" jalatti ramadama.

Social median addunyaa keenyarraa kun "content" fayyadamtoonni irratti fe'an akkaataa kamiin toora qabsiisanii ol kaa'uu? Furmaata: Big Data

Gara gosoota data addunyaa keenyaatti yoo deebinu odeeffannoon hunduu bifa walfakkaataa hin qabu. Odeeffannoon gariin viidiyoodha, gariin suuraadha, gariin sagaleedha. Karaa biraa immoo isaanumtuu walkeessa makamoo fi kan hin qindoofnedha. Isaan kunneen akkaataa kamiin toora qabsiifamanii kuufamuu? Keessumaa yeroo ammaa kana saffisa datan ittiin dabalaa jiru to'achuun baay'ee ulfaataadha. Data "variety" baayyee qabuu fi "Velocity" guddaan dabalaa jiru kana kuusuudhaaf yaadrimee "Big Data" jedhu fayyadamna. Yeroo ammaa Kaampaaniiwwan gurguddoon akka Amazon, Netflix, Spotify, Google, IBM, Microsoft, Facebook, TeraData, Instagram fi kkf Big data fayyadamu.

Akkaataan hooggansa Big Data kunis xaxamaa kan ta'ee fi 'ecosystem' mataasaa danda'e kan qabudha. Keessumaa teeknooloojiin "Hadoop" jedhamu hooggansa 'Big Data' keessatti iddoo guddaa qaba, yookaan immoo hundee warra kaawwan hundaati.

Addunyaa Data Science keessatti mindaa guddaan kan kaffalamuuf namoota beekumsa hooggansa Big Data qabaniifidha. Ameerikaa keessatti ogeessa ijaarsa Big data tokkoof giddugaleessaan mindaa $156,790 waggaatti ni kaffalamaaf. Akka muuxannoo isaaniitti sanaa olis ni kaffalama.

➲ Hundi keessan "What is Big Data"? jettanii google irra seenuun dubbiftanii akka hubannoo keessan gabbifattanin isin jajjabeessa.

▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬

Maxxansaalee akkasii yeroo yerootti argachuuf page keenya Follow taasisaa. Namoota jaalattaniifis qoodaa!

20/04/2024

Shout out to my newest followers! Excited to have you onboard! As As, Faami Siraji, Keliil Keranso, Mummee Umar, Caliyee Lovii, Ethiopia Ethiopia, Sulxaan Abdulqadiir, Nasrii Mamuu, Ayub Mustefa, Lelo Mamad, Yaasin Abdallaa, አልሃምዱሊላህ አላኩሊሀል, AhimedHashu Korosso, Fu Ado MahaMad Usmaal, Jamiila Nasee, Abraar Awwal, Ahmad Arsii Jajjuu, Sanyi Moti, Amina Wlooll, Dhugaf Kayyoo, Misraa Abdurzqa, Aslli Ofii, Badhasa Yusuf, Sh Ke Ca Di, Oneetiya Kesajiraa, Abush Hirko

20/04/2024
19/02/2024

09/02/2024

Address

Haramaya University
Alemaya

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Oduu posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Videos

Share

Category