Marii Murteessaa

  • Home
  • Marii Murteessaa

Marii Murteessaa Falmataa Bilisummaa

16/11/2023
14/10/2023

WBOn duratti❤️💚❤️

06/09/2023

Top 7 Lessons learned From The Book "The 7 Habits Of Highly Effective People"

Habit 1: Be Proactive

Stephen Covey refers to proactivity as simply taking responsibility for your life.

Those who think proactively tend to focus their efforts on what they can do something about. They think in terms of, “I can”, “I will”, “I prefer”.

Habit 2: Begin With The End In Mind

What is your end goal and what can you do to reach it?

Build a Personal Mission Statement to help you keep on track.
Having a mission statement is something that can help you focus on your goals and what you can do to meet them.

Habit 3: Put First Things First

Prioritize.
Covey states, “Putting first things first means living and being driven by the principles you value most, not by the agendas and forces surrounding you.”

It allows us to access a more balanced life.

Habit 4: Think Win-Win

Putting your attention less on competition and more on collaboration.

When you take the time to look at what benefits both parties, it shows respect, maturity, integrity, and confidence.

It can positively affect your character and improve relationships.

Habit 5: Seek First To Understand, Then To Be Understood

Communication, specifically listening, is the basis for this habit.

Do not listen with the intent to reply, listen to understand.

Doing this is another great way to improving the relationship.

Habit 6: Synergize

Synergy refers to teamwork.

Take the time to truly accept the other person’s differences. Then use that understanding to feed off of each other and gain new insight into your situation.

Next time you’re in a difficult situation, try out the path to synergy.

Habit 7: Sharpen The Saw

Focus on the most important thing you have, YOU. When you ‘sharpen the saw’, you are taking the time you need for self-renewal.

So many times we are ‘too busy’ to make time for what we may need..

Follow us on Instagram
https://www.instagram.com/mr_pawan234/

Follow us on Facebook profile https://www. facebook.com/pawan.baral.3133

Join our Facebook group - https://www.facebook.com/groups/142183005483173/?ref=share

For more visit here -

22/03/2023

What famous scientists teach students? A look at motivational life lessons we can learn from scientists.

22/03/2023

Albert Einstein is known for creating the theory of relativity. Why is Einstein called a genius 50 year after death?

22/03/2023

The positively charged particle at the heart of the atom is an object of unspeakable complexity, one that changes its appearance depending on how it is probed. We’ve attempted to connect the proton’s many faces to form the most complete picture yet.

22/03/2023
Share it🙏❗
22/03/2023

Share it🙏❗

22/03/2023

TOP 10 MILLION DOLLAR HABITS YOU SHOULD PRACTICE

1. BE THE BEST AT WHAT YOU DO

In life, the most important long-term vision you can have for your life is “be the best”. Without this commitment to excellence, you will automatically default to mediocre or merely satisfactory performance.

2. OVERCOME YOUR FEARS

The way you develop the habit of courage is by acting courageously whenever courage is called for. Ralph Waldo Emerson once wrote that the most important lesson he learned as a young man was, “In every situation do the thing you fear.” He concluded, “If you do the thing you fear, the death of fear is certain.”

3. TAKE CHARGE OF YOUR EMOTIONS

Make it a habit to continually repeat to yourself, “I am responsible!” Whenever you feel angry or frustrated about something, immediately cancel out this feeling by saying, “I am responsible!”

4. DECIDE WHAT YOU STAND FOR

Living in truth means that you live consistently with the highest values you know. This requires that you develop the habit of thinking through who you are and what you believe in. You must continually clarify what you stand for and what you will not stand for. Once you have decided that you are going to build your life around certain values, you must refuse to compromise those values for anything.

5. LOYALTY IS ESSENTIAL

The habit of loyalty seems to be a quality of the very best people in our society. Disloyalty is a major reason for failure in business. Deciding from the outset that you will be completely loyal to the people who expect and deserve your loyalty enables you to remain clear and focused in the face of short-term successes and reversals.

6. DEVELOP YOUR OWN CHARACTER

Aristotle, probably the greatest philosopher and thinker of all time, said you can take charge of the development of your own character. There is a simple method that can help if you wish to learn a virtue later in life: Simply practice the virtue in every situation in which it is required.

7. PRACTICE MODERATION IN ALL THINGS

Develop the habit of temperance, or “moderation in all things.” Just as you should eat less than your stomach can hold, you should also apply the principle of temperance to other things you consume, especially alcohol.

8. GET REGULAR CHECKUPS

Develop the habit of getting regular physical and dental checkups. Today, we have the most advanced medical technology and the best doctors in the history of the world to enable us to live well and live longer. But none of these advantages will do you any good if you do not get regular checkups.

9. CREATE QUALITY TIME WITH YOUR FAMILY

Spouses should spend at least one full hour each day talking together about subjects that have nothing to do with their work. If you are not careful, you will slip into the habit of talking about your work as soon as you get home, and once you begin, like starting an engine, that will be the topic of conversation throughout the evening. As a result, there will never be any talk about the family or other matters.

10. EVERYBODY LIKES A COMPLIMENT

As Abraham Lincoln wrote, “Every one likes a compliment.” Make it a habit to admire the traits, qualities, or possessions of other people. Compliment them when they are punctual. Praise them for their achievements. Admire their car or clothes or briefcase. When you go to someone’s home, compliment her on the home in general and on the different rooms, furniture, and decorations.

Admire people’s accomplishments, such as their awards or diplomas. Flatter their children and spouses. Compliment their offices and businesses. Praise the waiter when he serves you quickly: “You certainly are fast today!”

Whenever you compliment a person on anything, especially appearance or an article of clothing, his self-esteem goes up. He feels more valuable, more important, and happier. And because of the “boomerang effect,” you feel happier and more positive yourself. Your self-esteem goes up in equal measure.

our facebook community: Personal Development Forum with Darlingson

me across the social media platforms:
Instagram:
https://www.instagram.com/darlingson_ernest/

Twitter: https://twitter.com/iam_Darlingson

Linkin: https://www.linkedin.com/in/darlingson-ernest-esq-0b5362103/

To join our Telegram community and download free PDF copies of books posted here, follow this link: https://t.me/readershubwithdarlingsonernest

15/10/2022

Breaking news

Godina Wallagga bahaa aanaa Kiiramuu gandoota akka Naccinoo, Guddina Jireenyaa fi Birbirsa gutaa akkasumas godina horro guduruu Wallaggaa aanaa Amuruu ganda siiddan keessatti maanguddoota baqachuu hin dandeenye dabalatee namoonni hedduun har'a finxaaleyyii Amaaraan lafa irraa duguugamaa oolaniiru.😭 Kan hedduu nama aarsu garuu qaama biyya bulchaa jiru irraas ta'e qaama biraa irraa kan birmateef hin jiru. Uummanni keenya akka baalaatti harca'aa jira. Uumaanis maaf akka nutti callise hin beeku!😭

10/09/2022

Jechoota hayyuu Oromoo Dr. Gammachuu Magarsaa

"Bakka dhugaan hinjirre nagaan hinjiru"

"Rakkoon Oromoo Itoophiyaadha; rakkoon Itoophiyaa Oromoodha"

"Jaarsa miti dhugaatu nama araarsa!"

"Namni Waaqa hin sodaanne waan sodaatu hinqabu"

"Oromoon ni wareere malee, ammayyuu hin dammaqne"

"Jalqabuma iyyuu Itoophiyaa sobduutu ijaare.

"Oromoon yoo keessa hin jiraatin, Itoophiyaan gaagura kanniisa hinqabnedha"

"Hanga cufataniitti danqaratu"

"Nan jibbinaa, an dhugaan dubbadha, jiruunkoo dhugaa dubbachuudha"

"Akkuma bineensi Saalaan gaanfa waliin dhalatu Haacaaluun Hundeessaa qaroomina waliin dhalate"

"Ani meeshaa manaa miti kanaan qannasamee dammaramu. Yoo dammaruus ta'e eenyuun hir'isanii eenyuun ida'uu?"

"ABO'n ilma hin duunetu Oromoof dhalate"

"Warri Oromoo ni balleessina jedhu ni badu yoomiyyuu"

"Kiyya waan ta'eef an Oromoo baay'een jaalladha. Isiinis kan keessan jaalladhaa!"

"Duraanuu ONEG naan jedhu anis waakkadhee hin beeku. Oromummaa koos akkan waakkadhu barbaadan, nan dide"

"Biyya rakkoon siyaasaa hin hiikaminitti waa'ee misoomaa haasawuun maraattummaadha"

"Lafti kee Waaqa irra jedhanii lafa keenya nu saamu. Kan asii iyyuu dhabnee dhuguma Waaqa irraa argannaa?"

"Laftoo saamamee dhumee, misooma, aadaa fi Oromiyaan qilleensa keessatti ijaaramamoo?"

"Mootummaan uummatadha waan ta'eef, "Mootummaa keenya nurra bulchi; nuun ammoo jala bulchi!" hin jedhinaa! Mootummaa nu jalatti bulchi nuun ammoo irra nu bluchi jedhaa!"

"Taatoo asoosama kitaabaaf fiilmii keessatti illee ga'ee Oromoon Itoophiyaa keessatti qabu zabanyaadha"

"Tokkummaan Oromoo lafee fi lafa Oromoo sagalee tokkoon tiksuun mirkanaawa, quba qabaadhaa"

"Oromoon oolaantummaa osoo hin taane wal-qixxummaadha kan barbaadu"

Kan hafe isin itti dabalaa! Jechoota hayyuu dorgomaaf gita hinqabnee Dr. Gammachuu Magarsaa kanneen kana anatu kanaan dhaga'eef dhaggeeffadhe keessaa muraasa kana walitti qabe malee, jechoonni hayyuu kanaa tokko tokkittiin hundi isaatu kitaaba guddaa tokkodha.

Egeree OromiyaaWaardiyaa biyyaaBuli qeerroo♥💚♥❗
08/09/2022

Egeree Oromiyaa
Waardiyaa biyyaa
Buli qeerroo♥💚♥❗

06/09/2022

Buunnoo Beddellee
W3On maal kajeelee❓❗

W3O  Wabii Sabaa💪
03/09/2022

W3O Wabii Sabaa💪

💪
20/08/2022

💪

Duraa gori!
18/07/2022

Duraa gori!

Humna haaraa WBO kaaba Oromiyaatti eebbifame!
06/07/2022

Humna haaraa WBO kaaba Oromiyaatti eebbifame!

16/05/2022

Jajjabee loltuu bilisummaa❤💚❤

Yaa carraa saba Oromoo , Duulli duguuggaa sanyii ummata nagaa Oromoo irratti waraanni W**rartuu shif*aa PP raawwataa jir...
03/05/2022

Yaa carraa saba Oromoo
,

Duulli duguuggaa sanyii ummata nagaa Oromoo irratti waraanni W**rartuu shif*aa PP raawwataa jiru daraan hammaatera.Tibbana gochaan haala wal fakkaataadhan giddugaleessa Oromiyaatti ta'aa guyyaadhaa gara guyyaatti hammaataa dhufeera.

Kunneen Qonnaan Bultootaafi dargaggoota nagaa warra Warra jaarsootti Ajjeeffani.
3deen Kophaa jira kana Ganda jamjam Meelaa 15 walitti tuuta'anii jiran kun immoo Ganda AWwaree goljee bakka jedhamu. Iddoon itti Ajjeeffama Qarree Gohaa toora Alaantee jedhamutti hallayyaatti gadi Ajjeessan😥

03/05/2022
Reeffaa moo Madoodha😮?
30/03/2022

Reeffaa moo Madoodha😮?

W30n zoonii Kibbaa gaachanni uummata Oromoo Kontrobaandii pp 47 gara samiitti ol erganii jiru.Kontirobaandii (shiftoonni...
28/03/2022

W30n zoonii Kibbaa gaachanni uummata Oromoo Kontrobaandii pp 47 gara samiitti ol erganii jiru.Kontirobaandii (shiftoonni Pp) jalatti aangoo tiksuuf irriba dhabdu Bakkoota hedduutti akka baalaa harcaafamaa waan jirtuuf abdii kuttee uummata shororkeessaa jiraachuun wal qabatee uummanni aarii hedduu irraa qabuun dhumuushiillee gammachuudhaan ibsachaa jira.

Basaastuu gurra hootuu ijibaachiste   Tamasgeen Bayyanaa jedhamtu guyyaa kaleessaa risaan lafarra harkiste. Magaalaa Naq...
26/03/2022

Basaastuu gurra hootuu ijibaachiste Tamasgeen Bayyanaa jedhamtu guyyaa kaleessaa risaan lafarra harkiste.
Magaalaa Naqamtee keessaa nyaappa Qeerroo qabsoo bilisummaa Oromoo hiisisaa ajjeechisaa ture keessaa tokko kan taate yeroo dheeraaf ija risaa jalaa miliqxus kaleessa akka hin deebinetti boolla ofiif qottetti seenteetti!

12/03/2022


Saaj. Margaa (itti gaafatamaa poolisii aanaa Amboo) fi Abdiisaa, (itti gaafatamaa dhimma nageenyaa aanaa Amboo) yeroo ammaa kana humna dabalaa fudhatanii gara waddeessaa deemuuf milishaa waajira poolisii fuulduratti walitti qabataa jiru.
Kana dura lola yeroo darbe waayellan isaa rukutan irratti Saaj. Margaan bilbila abbaa qarshii 12000, qarshii callaa 2000 fi jakkeettii isaa gatee baqatee galuun ni beekama. Har'ammoo lubbuu kee dhabda jetteetti jajjabeen.

Irraa kaasi dhukkee
22/02/2022

Irraa kaasi dhukkee

27/01/2022
22/01/2022
03/12/2021

የኤክሳይስ ታክስ ደረሰኝ አሰጣጥ
=======================
ከግብር አከፋፈልና አተረጓጎም ጋር በተያያዘ ከግብር ከፋዮች በኩል በርካታ ጥያቄዎች ሲቀርቡ እንደነበር ይታወቃል፡፡አንዳንድ የግብር ሕግጋት ወጥነት ባለው ሁኔታ የማይሠራባቸው ናቸው በሚልም በግብር ከፋዩና በግብር ሰብሳቢው መካከል አለምግባባቶችን ሲፈጥሩም ነበር፡፡በተለይ ደግሞ በከፍተኛ ግብር ከፋዮች በኩል ሲነሱ የነበሩ አለመግባባቶችን እና ቅሬታዎችን ሊፈቱ የሚችሉ ከግብር ጋር ተያይዞ አፈጻጸም ላይ አሉ የሚባሉ ችግሮችንና ጥያቄዎችን በማሰባሰብ ወጥ በሆነ መንገድ እንዲሠራባቸውም ገንዘብ ሚኒስቴር ያዘጋጀውን ሰነድ ለገቢዎች ሚኒስቴር በቅርቡ ልኳል፡፡ ሰነዱ ከ40 በላይ ለሚሆኑ ጉዳዮች ማብራሪያ የተሰጠበት ሲሆን ለዛሬ የኤክሳይስ ታክስ ደረሰኝ አሰጣጥ በተመለከተ የሠጠውን ማብራሪያ እነሆ ብለናል፡፡

የኤክሳይስ ታክስ የሚሰበሰበው በማምረቻ ቦታ ሲሆን፤ ግብይት በሚካሄድበት ጊዜ የተሰበሰበው የኤክሳይስ ታክስ በደረሰኝ ላይ መታየት እንደሚገባው የኤክሳይስ ታክስ አዋጅ ይደነግጋል፡፡ ይሁን እንጂ የኤክሳይስ ታክስ የሚከፈልባቸውን ዕቃዎች የሚያመርቱ አንዳንድ ፋብሪካዎች ምርታቸውን ለገበያ የሚያቀርቡት ከፋብሪካው ርቆ በሚገኝ የመሸጫ መጋዘን ወይም በየደንበኞቻቸው የንግድ ቦታ በመሄድ በመሆኑ አስቀድሞ ደረሰኝ ለመቁረጥ ገዥውን ስለማያውቁ ደረሰኙ በምን መንገድ እንደሚቆረጥ ጥያቄ ያቀርባሉ፡፡ አፈጻጸሙን ግልጽ ለማድረግ ተከታዩ ማብራሪያ ተሰጥቷል፡፡
የኤክሳይስ ታክስ የመክፈል ግዴታ የሚቋቋመው ምርቱ ከፋብሪካ በሚወጣበት ጊዜ ሲሆን የተሰበሰበው ታክስ ለታክሱ ባለስልጣን ገቢ የሚደረገው ምርቱ ከፋብሪካ በወጣ በ30 ቀን ጊዜ ውስጥ ነው፡፡ አምራቹ ምርቱን ለገበያ የሚያቀርበው ከፋብሪካው ርቆ በሚገኝ የመሸጫ መጋዘን ውስጥ ከሆነ ምርቱ ከፋብሪካ ሲወጣ የማስረከቢያ ሰነድ (delivery note) መቁረጥ ያለበት ሲሆን ምርቱ ከፋብሪካው በወጣ በ30 ቀን ውስጥ ምርቱን ለሽያጭ በማዋል ደረሰኝ ቆርጦ የሰበሰበውን ታክስ ለግብር አስገቢው መስሪያ ቤት ገቢ ማድረግ አለበት፡፡
ፋብሪካው ያመረተውን ምርት በየቀኑ ከፋብሪካው በማውጣት በከተማ ውሰጥ በተሸከርካሪ በማዞር ለደንበኞች የሚሸጥ ከሆነ ምርቱ ከፋብሪካው ሲወጣ የማስረከቢያ ሰነድ (delivery note) መቆረጥ ይኖርበታል፡፡ሽያጩ በሚከናወንበት ጊዜም ደረሰኝ መቆረጥ ያለበት ሲሆን በዕለቱ ለሽያጭ ያለዋለው ምርት ወደፋብሪካው ሲመለስ የመረከቢያ ሰነድ (store receiving note) መቆረጥ አለበት፡፡
የኤክሳይስ ታክስ ስሌት መሰረት የፋብሪካ መሸጫ ዋጋ መሆኑ በአዋጁ በግልጽ የተመለከተ ስለሆነ ከዚህ በላይ በተመለከተው ሁኔታ ከፋብሪካ ውጭ የሚሸጡ ምርቶች የኤክሳይስ ታክስ ስሌት መሰረትም የፋብሪካ መሸጫ ዋጋ ነው፡፡
Source:- Ministry of Revenue

Oduu Gaddaa!Godina Shawaa Bahaa Aanaa Fantaalletti Waraanni Bilxiginnaa Abbaa Gadaa ( Abbaa Bokkuu ) Kadiir Hawaas Qoloo...
03/12/2021

Oduu Gaddaa!
Godina Shawaa Bahaa Aanaa Fantaalletti Waraanni Bilxiginnaa Abbaa Gadaa ( Abbaa Bokkuu ) Kadiir Hawaas Qoloo dabalatee namoota 22 ajjeesuu jiraattonni himan.
Tuuta Michillee Waytii ammaa baallii harkaa qabu dabalatee Hawaasa Oromoo Karrayyuu keessaa namoota Waraana Bilxiginnaatin Ajjeefaman kanneen maqaan isaanii nu dhaqqabe,
1. Kadiir Hawaas Boruu (Qoloo) (Abbaa Bokkuu ykn Abbaa Gadaa)
2. Jiloo Diidoo
3. Fantallee Boruu Gaalaasoo fi
4. Ilma Fantaallee Boruu galaasoo (Abbaaf ilma)
5. Bulaa Fantalee fi Ilma isaa (Abbaa fi Ilma)
6. Bulgaa Fantaallee
7. Jiloo Boorrayuu
8. Boruu Godaanaa
9. Jiloo Dhaddoo fi
10. Boruu Fantallee Jiloo Horroo kanneen maqaan isaanii nu dhaqqabeedha.
Namoonni ajjeefaman kunneen warreen sirna Gadaa tuuta Michillee yookaanuu Dilbooo Bookaa jedhamuun waamamu keessa warreen hoggansa Gadaarra jiraniidha.

Address


Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Marii Murteessaa posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

  • Address
  • Alerts
  • Claim ownership or report listing
  • Want your business to be the top-listed Media Company?

Share