Oromiyaa biyaa

  • Home
  • Oromiyaa biyaa

Oromiyaa biyaa Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Oromiyaa biyaa, Digital creator, .

31/05/2023
31/05/2023
17/05/2023
03/05/2023

Kutannoon fi qophaa'ummaan mootummaa Itoophiyaa marii araaraa fi nageenyaaf agarsiise jalqabbiin hundeeffama isaa fi bu'uurri karoora isaa nageenya akka ta'e murtoo dhugoomse dha!

27/04/2023
27/04/2023
27/04/2023

ስልጣንን ያለ አግባብ ለግል ጥቅም ለመጠቀም በመፈለግ ሲያጭበረብሩ የነበሩ እሱ ሲታወቅባቸው ህዝብን መንግስት ላይ ለማስነሳት የውዠምብር እና የሴራ አስተሳሰብ ለመርጨት በማሰብ የተሳሳተ መረጃ ማስተላለፍ ሽብርተኝነት ነው።መንግስት የዜጎችን ሰላም እና ደህንንነት የመጠበቅ ግዴታ አለበት።አንድ ሰው እንደፈለገው እየተነሳ በማናለብኝነት ወንጀል ሲሰራ እያዩ ዝም ማለት በራሱ ወንጀል ነው።አቶ አንጋሳ ምንም እንኩዋን የምክር ቤት አባል ቢሆን ህዝብን ለማሳሳት ያልተጠራና የሀስት መረጃ ማስተላለፈ አይችልም። ማንም ሰው ቢሆን በህግ ፊት እኩል ነው አቶ አንጋሳ ከአንድ ምክርቤት አባል የማይጠበቅና ህዝብና መንግስትን ሚያቃቅር ሀሰተኛ መረጃ በመስጠት በግልፅ ህግን ተላልፎ ወንጀል ሰርቷል ። ይህ ተግባር በርካታ ሁከቶችን የሚፈጥር ብቻ ሳይሆን ወንጀለኛ እንዳይገኝ ለመደበቅ ሆን ተብሎ የተሰራ ተግባር በመሆኑ ትልቅ ወንጀል ነው።በሌላ ላይ የሚሰራ ህግ በአቶ አንጋሳ ላይ የማይሰራበት ምንም ምክንያት የለም።ይህ ሰው በዚህ የአመራር ግድያ ላይ በተዘዋዋሪም ቢሆን እጁ ያለበት መሆኑን እራሱ አሳውቅዋል።አቶ አንገሳ ወንጀለኛ በመሆኑ ሳይውል ሳያድር በቁጥጥር ስር መዋል አለበት።

Waraanni filannoo fi furmaata rakkoo fi wal-dhibdee kamiyyuu ta'ee hin beeku! Ta'uus hin danda'u! Wal- waraansi biyya to...
27/04/2023

Waraanni filannoo fi furmaata rakkoo fi wal-dhibdee kamiyyuu ta'ee hin beeku! Ta'uus hin danda'u! Wal- waraansi biyya tokko keessatti gaggeeffamu mallattoo boodatti hafummaa fi qaroomuu dhabuuti. Nageenyi biyyaa fi uummata keenyaaf!!

የግርማ የሺጥላ ዓይነቱን የሀገር- የህዝብና የወገን አለኝታ የሆነ ምሁር ፖለቲከኛ በእንዲህ ዓይነት መልኩ በፅንፈኞች ጥቃት ማጣት በሀዘን ልብ ይሰብራል።

ወንድሜ! ያረፈብህ የፈሪዎች ዱላ ጽንፈኝነትን አምርረን መታገልና ማክሰም ግዜ የማይሰጠው ተግባር እንደሆነ አሳይቶናል።

ነፍስህ በሰላም ትረፍ!

21/04/2023

ሀገራችን ኢትዮጵያ ብሩህ ተስፋዋ እየፈነጠቀ ነዉ!

የሰሜኑ ጦርነት በሰላም ስምምነት መስመር እየያዘ ነዉ፡፡ በተለያዩ የሀገሪቱ ክፍሎች በትጥቅ ሲንቀሳቀሱ የነበሩ ቡድኖች ወደ ሰላማዊ ህይወት እየተመለሱ ነዉ፡፡ በድርቅ የተጎዱ አካባቢዎች ፈጣሪ ታርቆን የሰማዩ መስኮት ተከፍቶ በዝናብ በረከት እየረሰረሱ ነዉ፡፡ በሰዉ ሰራሽ እና በተፈጥሮ አደጋዎች ዉስጥ የከረመዉ የሀገራችን ኢኮኖሚ ችግሮችን ተቋቁሞ ተስፋ ሰጪ ዉጤቶችን እያሳየ ነዉ፡፡ ፖለቲካችን በሂደት ከጥላቻ ከስሜታዊነት እና ከ”...እንዋጋ በለው...” ወደ ሀሳብ፣ ዕውቀት እና ስክነት መጓዙ አይቀሬ ነዉ፡፡

የአሁን አሁን የደፈረሰዉ እየጠራ፣ ጨለማዉ በብርሃን እየተተካ፣ የተረበሸዉ እየተረጋጋ፣ ከመስመር የወጣዉ ወደ መስመር እየተመለሰ እየመጣ ያለ ይመስላል፡፡ ሁሉ ነገር ተስፋ ሰጪ በሆነ መንገድ እየሄደ ነዉ፡፡

ጉዞአችን በፈተናዎች የተሞላ ነው። ፈተናዎች ግን ግዜያዊ ናቸው። በአንድነት ስንቆም ተራራ የሚያካክሉ ችግሮች እንደ ጠዋት ጤዛ ይረግፋሉ፣ እንደ ጉም ይበናሉ! በአንድነት ስንቆም የኢትዮጵያን የብልጽግና ጉዞ የሚያቆም ምድራዊ ሀይል አይኖርም።

በሀገራችን መፈንጠቅ የጀመረዉ የሠላም፣ የፍቅር ፣ የአንድነት ተስፋ ብርሃን የበለጠ እንዲደምቅ ሁሉም ኢትዮጵያ ዛሬም እንደ ትናንቱ በሙሉ አቅሙ ከሀገሩ ጎን መቆም የውዴታ ግዴታ ነው!

መልካም ምሽት!

20/04/2023

Ciid Wanaagsan/ Iid Mubaarak!

Rabbiin kadhata keessan dhagaheera ; Waamicha kadhataafi yaad-qalbii keessan irraa fagoo hin jiru. Balballi samii kadhata keessaniin banamaa jira. Rabbiin bokkaa roobsee, dachee magarsee, lubbu-qabeeyyiif soora gahaa kenneera; Horii beelaafi dheebuu baaseera.

Jaallatamtoota hordoftoota amantaa Isilaamaa Itoophiyaa, sagandniifi du'aayiin keessan firii godhatee, rakkoon nageenyaa Kaaba Itoophiyaa daandii furmaata nagaa qabateera. Humnoonni adda addaa hidhatanii bosona jiranis daandii nagaa filachuun misiraachoo nagaa dabalataa nu gonfachiisuuf mariirra jiru; Calqabbii imala nagaarratti argamu.

Balballi samii kallattii adda addaatiin nutti cufamee oongeedhaan nu watwaachisaa ture, yeroo ammaa kana Kaabaafi Kibbaan, Bahaafi Lixaan karra eebbaa saaqamee nuuf roobsuu eegaluu isaanitiin qe'een Itoophiyaanotaa gammachuu dachaa gonfachaa jira. Loon dheebuun qooqanii turan arga bahaniiru; Jabbiloonni dheebuu bahan burraaqaa jiru. Margi biqilee bakkeen magariisa uffateera; Daa'imman burraaqanii taphatu; Biyyi quufaafi gabbinaan guuteera.

Waan taheefis, hordoftoonni amantaa Isilaamaa guutuu Itoophiyaafi addunyaa Ramadaanni kun gaaffiiwwan keessan hundaaf deebii qabatee waan dhufeef baga gammaddan, baga gammanne jechuun fedha.

Baatiin Ramadaanaa guyyaa isa xumuraarra gaheera. Ammas du'aafi sagada keessaniin gaaffiin nuuf hin deebine tokkollee akka hin jirre amantaa guutuu qabna.

Irra deebiin baga geessan, baga waliin geenye!

Ciid Wanaagsan/ Iid Mubaarak!

Oduu ammee!Mootummaan Sudaan Itoophiyaan daangaa ishee akka cuftuuf gaafatte!Odeeffannoon miliqee arganne akka agarsiisu...
20/04/2023

Oduu ammee!

Mootummaan Sudaan Itoophiyaan daangaa ishee akka cuftuuf gaafatte!

Odeeffannoon miliqee arganne akka agarsiisutti mootummaan Sudaan Itoophiyaaf gaaffii kana kan dhiyeesse humnoonni hidhattoota dafee qaqqabaa karaa daangaatiin gara biyyoota ollaatti miliqanii bahuu danda'u sodaa jedhurraa kan madde dha.

Humnoota raayyaa ittisaa fi hidhattoota dafee qaqqabaa Sudaan gidduutti walitti bu'insi uumame torban tokko guutuuf dha.

Bu'uuruma kanaan mootummaan Itoophiyaa uummatni sudaan gara nageenyaatti akka deebi'anii fi garaagarummaa isaaniis mariidhaan akka hiikaniif deeggarsa akka godhu ibsuun isaa ni yaadatama.

Biyyootni tokko tokko walitti bu'iinsa Sudaan gidduu- seenuun faayidaa isaanii kabachiifachuuf yaalaa akka jiran immoo gareen sudaan lamaan amma wal-falman himachaa akka turan ni yaadatama.

Biyyootni loltoota isaanii gidduu sudaan keessatti qubachiisanii jiran immoo shira gidduu-seentummaa isaanii haguuguuf, Itoophiyaas gara shira hamaa isaaniitti harkisanii galchuu fi maqaa ishee xureessuuf (cileessuuf) oduu saangaan dhalee isaanii hafarsuu eegalaniiru.

08/04/2023

ህብረ ብሄራዊ ወንድማማችነትን አስመልክቶ ጠቅላይ ሚንስትር ዶ/ር አብይ አህመድ በመደመር መፅሐፋቸው እንደሚከተለው አብራርተዋል

‹‹በዘመናዊ የፖለቲካ ታሪካችን ዉስጥ እጅግ ዝቅተኛ ይዞታ ያለዉና በአግባቡ ያልዳበረዉ የዘመናት ዕሴት ወንድማማችነት ነዉ፡፡ ወንድማማችነት ማለት የሰዉ ልጆች ሥጋዊ ዝምድና፣ አካባቢያዊ ማንነት ወይም ሌላ አጥር ሳይገድባቸዉ እርስ በርስ የሚደጋገፉበትና አንዱ የሌላዉ ችግር እንዲገደዉ የሚያደርገዉ ዕሴት ነዉ፡፡ ይህ ዕሴት የሰዉ ልጆችን የሞራል ማህበር ያሰፋና እኛና እሱ ከሚል ክፍፍል ወጥቶ ሁሉም የሰዉ ልጆች ‹‹እኛ ›› በሚል የሞራል ማህበረሰብ ዉስጥ እንዲታቀፉ የሚያደርግ ነዉ፡፡ ይህ የሰዉ ልጆች የሞራል ማህበር እየሰፋ መምጣት ቀድሞ ከዘመድ እና አካባቢ ዉጭ ለለ ሰዉ ብዙ አዘኔታና ርህራሄ የሌለዉን ሰዉ ለሁሉም የሰዉ ልጆች የሚገደዉ ሰብዓዊ ፍጡር እንዲሆን አድርጎታል፡፡ ስለ አንድ አካባቢ ስለ አንድ ማህበረሰብ መጨነቅ በዚያ ማህበረሰብ ዉስጥ መፈጠርን የግድ የማያደርግ አስተሳሰብን የሚፈጥር ነዉ፡፡››

“በኢትዮጵያ የወንድማማችነት ዕሴት ዝቅተኛ መሆን የእኩልነት እና የነጻነት ጥያቄዎቻችን በዲሞክራሲያዊ መንገድ ለመፍታት የምንችልበትን ዕድል እያወሳሰበ ፖለቲካችን በግጭትና በዉጥረት የተሞላ አድርጎታል፡፡ የእኩልነትና የነጻነት ጥያቄዎችን ተግባብተን ለመፍታትና በመርህ ላይ ተመስርተን ለመጓዝ እንቅፋት የሆነዉ የዚህ መርህ አለመዳበር ነዉ፡፡ በርግርጥ በተማሪዎች ንቅናቄ ወቅት ይህ ዕሴት የመደብም ሆነ የብሄርን ጥያቄዎች ከራሳቸዉ አካባቢ ተሻፈግረዉ የሚመለከቱ ወጣቶችን ማፍራት ችሎ ነበር፡፡… ››

“ዲሞከራሲን ለመገንባት እጅግ አስፈላጊ ከሆኑት ከሦስቱ (ነፃነት፣እኩልነት እና ወድማማችነት)የዘመነዊነት ዕሴቶች አንዱ የሆነውን የወንድማማችነት ዕሴት ደካማ መሆን የዲሞክራሲ ግንባታን እጅግ የሚፈትን ጉዳይ ነው።የወንድማማችነት ዕሴት ከሲቪክ ባህል መዳበር ጋር በእጅጉ የተሳሰረ ነው፡፡ የሲቪክ ባህል የምንለው ከአድማሰ ጠባብ ማኅበረሰባዊ የጥቅም ፉክክሮች ወጥቶ ሀገራዊ ጉዳዮችና ፖሊሲዎችን በንቃት የሚከታተልና የሚሳተፍ ኅብረተሰብ ያለበት ባህል ነው።››

‹‹ይህን የሲቪክ ባህል አለመኖርና በአድማሰ ጠባብ አደረጃጀቶች መካከል የሚፈጠር ውጥረት አርግበው ወደ ዲሞክራሲ መግባት የቻሉ ሀገራት አሉ። ሆኖም እነዚህም ሀገራት አብዛኞቹ ዲሞክራሲያቸው ተቋማዊ መደላድል የሌለውና ወደ አምባገነንነት መቼ እንደሚመለስ ማረጋገጫ በሌለው ሥጋት ውስጥ የሚኖሩ ናቸው። ምንም እንኳን ሂደቱን ለመጀመር ተነሣሽነት ቢያሳዩም ዲሞክራሲው በእግሩ መቆም አቅቶት ሲውተረተርና ሌላ ፖለቲካዊ አለመረጋጋቶች ሲንጡት አስተውለናል። ዲሞከራሲን ዘግይተው ከጀመሩ ሀገራት መካከል በተደጋጋሚ የሚጠቀሱት የደቡብ አሜሪካ ሀገራት ዲሞክራሲያቸው አሁንም ጸንቶ መቆም ስላልቻለ ሀገረ መንግሥቱን ለማስቀጠል በሚያስችል ጊዜያዊ እንክብካቤ እንጂ በተቋማትና በባህል ላይ የቆመና የማይቀለበስ ዲሞክራሲ መገንባት አልቻሉም፡፡ ይኸም ሲቪክ ባህልን ሳይገነቡ ዲሞክራሲን መመሥረትና ማጽናት እጅግ ፈታኝና ስለፈለግን ብቻ የምናሳካው ቀላል ጉዳይ አለመሆኑን የሚጠቁም ነው።››

‹‹ስለሆነም ያለንበትን ነባራዊ ሁኔታ ከግምት ውስጥ ያስገባ፣ ውስብስብ ችግሮቻችንን በየደረጃው የሚፈታ፣ በእኛ ልክና መጠን በጥንቃቄ የምንገነባው ኢትዮጵያዊ ዲሞክራሲ ያስፈልገናል። ይህን ዓይነት ዲሞክራሲ ለመገንባት ደግሞ ዓለም አቀፋዊ ተሞክሮዎችን ግምት ውስጥ ማስገባት፣ ያለንበትን ነባራዊ ሁኔታ ማገናዘብ እንዲሁም የሄድንበትን መንገድ መፈተሽ ያስፈልገናል።››

መደመር,2012፤ ገፅ 94- 96

ህብረ ብሄራዊ ወንድማማችነት የችግራችን ሁሉ መፍትሔ መሰረት ነው! ህብረ ብሄራዊ ወንድማማችነትን እናጎልብት!

መልካም ምሽት!

07/04/2023

Obbolummaan uummattoota Itoophiyaa dhugoomuu badhaadhina biyyaa keenyaaf bu'uura hin sochoonedha! Finxaaleeyyiinifi dhaadhessitootni jibbinsaammo diinoota uummattoota obbolaa biyya keenyaadha!

"Wallaalaan beekaa fakkaatee Raayyaa Ittisa biyyaa waliin wal-waraanaa jedhu uummata Amaaraa bakka hin buune!"Sirba humn...
07/04/2023

"Wallaalaan beekaa fakkaatee Raayyaa Ittisa biyyaa waliin wal-waraanaa jedhu uummata Amaaraa bakka hin buune!"

Sirba humni addaa Oromiyaa naannoo Amaaraa seene jedhu walaloofi yeedaloo isaa eenyuu akka qopheesse isin beekna. Hojiiwwan mootummaan gama kamiinuu hojjetuuf abaarsi uummata tokko akka uummataatti waliin farrajuu kan eenyuu akka ta'e nuuf gala. Yaaliifi carraaqqiin uummata Amaaraa Raayyaa Ittisaa waliin akka dhiiga wal dibuuf taasifamus shira hamaa biyya diigudha. Raayyaan Ittisaa biyyaa humna keenya biyyaaleessaa isa dhumaati. Yeroo kamiifi haala kamiyyuu keessatti cinaa isaa jirra.

Qabeenya namoota dhunfaafi bu'uuraalee misoomaa mootummaa barbadeessuuf qophiin taasifamus gochaa shororkeessitootaa waan ta'eef kunneen shira shiraa jirtan gamanumaan otoo of eegdan isiniif wayya. Ragaa qabatamaa hin taaneen, oduu jibbinsaafi dhiittaa girrisootaan qabeenyi biyyaa kanaan dura barbadaa'e hedduudha. Wanti baay'ee na ajaa'ibsiisummoo namoota dhuunfaa lafa qarreetti bahanii shororkeessummaa lallaban kana humnoota goota godhanii lellisandha. Wallalaan beekaa fakkaatee Raayyaa Ittisaa waliin wal-waraanaa jedhu uummata Amaaraa kan bakka hin buune ta'uusaa uummatni Itoophiyaa sirriitti nuu hubachuu qaba.

06/04/2023

Biyya tokko, qaama nageenyaa tokko!

Sabaaf sablammoonni Itiyoophiyaa akka gargar ba'uu hin dandeenyetti walitti makamaniiru, waliin jiraataniiru. waggoota hedduuf sabaaf sablammoota kanaaf, sirni bulchiinsaa biyyoota alaa irraa waraabameen, waliin jiraachisuuf yaalamus, fala hin hin taane.

Godaannisa kaleessaa hooqee, wal nyaachisuu malee, fala waloof hin dhaabbanne.

Falaasamni ida'amuu, qabeenya, beekumsaa fi humna hawaasa biyyattii keessa jiru, qindeessee badhaadhina waloof oolchuuf karoorfatee hojjechaa jira.
Adeemsa hanga ammaatiin sabaaf sablammoonni biyyattii utubaa tokko jalatti hiriiranii fayyadamoo ta'uu akka danda'an walii galtee irra ga'amaa jira.

Nagaan ba'anii galuuf, hojjetanii jiraachuuf, gaariif yaraa madaalanii adda baasuuf ammoo qaamni nageenyaa hidhatee fi dantaa uummata bal'aa qabu barbaachisaadha. Waggoota hedduuf naannoleen daangaa ofitti daangessuurra darbanii, humna addaa jechuun, humna addaa baay'ee horataniiru. Badhaadhina waloo Itiyoophiyaa mirkaneessuuf garuu humna addaa tokko qofatu barbaachisa.
Kanaaf galma waloof, humna addaa waloo, raayyaa ittisa biyyaa jalatti hiriiruun murteessaadha.

Nagaa waloo waliin haa eegnu! Horaa Bulaa!

Address


Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Oromiyaa biyaa posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

  • Address
  • Alerts
  • Claim ownership or report listing
  • Want your business to be the top-listed Media Company?

Share