Anaaf Multimedia

  • Home
  • Anaaf Multimedia

Anaaf Multimedia Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Anaaf Multimedia, News & Media Website, .

Anaaf Multimedia is an independent, nonprofit whose mission is to produce original news, education, and technology to the Oromo the largest and most populous people in east Africa

Galatoonaa warri OSFNAWarra OROMUMMAA hinqabneef ammayyuu OROMUMMAAn haahiramu. Iskindir Nega fi Birhanu Nega'fis haaken...
17/07/2024

Galatoonaa warri OSFNA

Warra OROMUMMAA hinqabneef ammayyuu OROMUMMAAn haahiramu. Iskindir Nega fi Birhanu Nega'fis haakennamu.

Galanni keessan WMOA🤣

11/07/2024

Afoosha Ganda Gandaan ijaartee dhimmi ati itti dantaa waloo OROMOO eegdu hinjiru. Afooshaan Marroo, Afooshaan Baqatttoota Keeniyaafi Minesotafi Bushaanqiree hundi diigamee MANNI OROMOON MARTI keessaatti wal argu ijaaramuu qaba. Sanammoo anatu godha. Arguuf jirta!!

የኦሮሚያ ክልል ፕሬዘዳንት Shimelis Abdisa (  ኦቦ ሽመልስ አብዲሳ) ነቀምቴ ላይ ለተከበሩ ደጃዝማች ኩምሳ ሞሮዳ መታሰቢያ የተገነባውን ሃውልት ሄጄ አልመርቅም አሻፈረኝ አሉ የሚል ...
07/07/2024

የኦሮሚያ ክልል ፕሬዘዳንት Shimelis Abdisa ( ኦቦ ሽመልስ አብዲሳ) ነቀምቴ ላይ ለተከበሩ ደጃዝማች ኩምሳ ሞሮዳ መታሰቢያ የተገነባውን ሃውልት ሄጄ አልመርቅም አሻፈረኝ አሉ የሚል ወሬ እየተናፈሰ ይገኛል::

ለመሆኑ ወለጋን ደፍሮ የረገጠና እንደ መሪ በነፃነት ሳይፈራ በእግሩ የተራመደባት አንድ የአገሪቷ አገረ ገዢ በታሪክ ተሰምቶ ያውቃል? ባልሳሳት አባዱላ ትንሽ ሞክሮ ተሳክቶለት ነበር:: በተቀረ ንጉሱ ኃ/ስላሴ ሆማ ደርሶ እግሬ አውጪኝ ብሎ ሸሽቶ ከተመለሰ ቦሃላ ሁሉም መሪ ወለጋን የረገጠ እርም ይሁንበት ብሎ ትቷል:: ወንዳታ ነው ያገሬ ሰው::

መንግስቱ ኃ/ማሪያም በኤሊኮፕተር ወለጋ እርሻን ጎብኝቷል:: አንድ ጊዜ ደግሞ ከፊደል ካስትሮ ጋር እንደ 90 ደቂቃ በእንቴቤ በሽፍን መኪና ብቅ ጥልቅ ብሎ ገብቶ ወቷል:: መለስ ዜናዊ, የኦሮሚያ ፕሬዘዳንቶችና ሌሎችም ወለጋን መርገጥ ናይትሜር ሆኖባቸው አልፈዋል::

እውን የወለጋ ህዝብ እንዲህ እንደሚፈሩት ክፉና አስፈሪ ሆኖ ይመስላችኇል አንባቢዎቼ? አይደለም:: የወለጋ ህዝብ የሚሰራውንና የሚያደርገውን የሚያውቅ እንዲሁም ታዛቢ ነው:: ሁሉንም ያሳደዳቸው በወለጋ ላይ የሰሩት ግፍና ሃጢያታቸው ብቻ ነው:: ኦቦ ሽመልስም እምቢ ያሉትም ከእኒሁ ተደምረው ነው መሰለኝ::

በተጨማሪ ለተቺዎች

የወቅቱ ተጨባጭ ሁኔታ የገባው ሃቅን ሳይክድ ይናገራል:: የሌቃው ደጃች ኩምሳ ባይኖር ወለጋ የሚባል ስምም አይኖርም ነበር:: ይሄኔ እንደነ አዳማ ብሾፍቱ አምቦና ፊንፊኔ ሌላ ስም ይወጣለት ነበር:: ኩምሳ ሞረዳ የራሱን ስም ቀይሮ የወለጋን ስም ከመቀየር ያዳነ ሰው ነው:: ሃይማኖትን መቀየር ደግሞ ያለ ነው:: መብትም ነው:: ኩምሳ ከሞተ ቦሃላ ሃይማኖቱን በውዴታው ወደ አሻው የቀየረ ሁሉስ ምን ሊል ነው? ኩምሳ አሳሳተኝ ሊል እንዳይሆን?

Serawit T Deressa 👆👆

Lencho Bedada 🤣😜🤣
07/07/2024

Lencho Bedada 🤣😜🤣

Jaarmiyaa Hawaasaa Haaraa: TICO!🌹🌹🌷👇👇👇~Ijaarsa Tuulamaa-TUULAMAA INTERNATIONAL CIVIC ORGANIZATION (TICO)  Waraabbii dhee...
06/07/2024

Jaarmiyaa Hawaasaa Haaraa: TICO!🌹🌹🌷👇👇👇
~
Ijaarsa Tuulamaa-TUULAMAA INTERNATIONAL CIVIC ORGANIZATION (TICO) Waraabbii dheeraa kutaa gurguddoo lama qaban haala kanaa gaditti waraabnee siniif dhaamneerra. Marii kana keessaatti mata dureewwan hinxuxxuqamiin tokkollee hinjiran. Marii gadi fagoo taasisfame. Dr. Girmaa Ayyaaneefi hundeessitoota TICO f galata guddaan qaba. Dhimma TICO ilaalchisee mariin jalqabaafi dhumaa ani gamakoon qabu kunoo kanuma. Gaaffiin kana keessaatti hinxuxxuqamiin tokkollee hinjiru. Daawwattoonni keenya obsa keessaniif galatoomaa!!

Kutaa 1ffaa: https://www.youtube.com/live/TbZF8OrWeRs?si=efILQWcFck0q_lVP

Kutaa 2ffaa: https://www.youtube.com/live/VQHrbHwfN78?si=QHq7fik12usEOm0o

Looret Beekan Erena

CC ed

Orosity
BBC News Afaan Oromoo
OBN Afaan Oromoo
Shimelis Abdisa
Abiy Ahmed Ali
Oromo Liberation Front-OLF/ABO
Oromo University
Sagalee Bilisummaa Oromoo
Sagalee Haqaa
Diinqa Oromoo Media-DOM
Oromo Studies Association/Waldaa Qorannoo Oromoo

IJAARSA TUULAMAA-TICO-Dr. Girma Ayyaaneefi Obbo Bookkisaa (General) maal jedhu?

Ijaarsa Tuulamaa-TUULAMAA INTERNATIONAL CIVIC ORGANIZATION (TICO) kunoo kan kanaa gadiiti! Baga gammaddan!!
06/07/2024

Ijaarsa Tuulamaa-TUULAMAA INTERNATIONAL CIVIC ORGANIZATION (TICO) kunoo kan kanaa gadiiti! Baga gammaddan!!

05/07/2024

IJAARSA TUULAMAA-TICO-Dr. Girma Ayyaaneefi Obbo Bookkisaa (General) maal jedhu? -Uummanni Maal gaafate?-Ijaarsi kun maal giddu galeessa godhae? Maal galmaan gaha? Marii banaadha-Gaaffii gaafachuun muldhataniiti!

Ijoolleen PP keessaan dhufanii waa dubbatanii waa hamaa waan isin dubbachiisaniif of eeggadhaa! PPn miira keessa nama ga...
21/06/2024

Ijoolleen PP keessaan dhufanii waa dubbatanii waa hamaa waan isin dubbachiisaniif of eeggadhaa! PPn miira keessa nama galchiti. Soyaasni Obsa barbaada🤣

Muu...eenyu qalmaaf qopeessemmoo?🤪
21/06/2024

Muu...eenyu qalmaaf qopeessemmoo?🤪

Namootni Ardha guyyaa Abbaa kabajaa jirtanu Abbootiin teessan baguma isiniif jiraatan... Me ammoo daa'immaan guyyaa tokk...
17/06/2024

Namootni Ardha guyyaa Abbaa kabajaa jirtanu Abbootiin teessan baguma isiniif jiraatan... Me ammoo daa'immaan guyyaa tokkootti haadhaaf Abbaa dhabde tanalle harkuma saniin gargaaraa...!

Jalo Gemeda
(በአንድ ቀን እናት አባታቸውን ያጡ ህጻናት እንርዳ)
Account Gargaarsaa Maqaa
Kabbadaa Sallii,
Gadaa Halakee, Iyyaasuu Adulaa tiin baname.
CBE: 1000633959033
CBO: 01320115941610

  horodofaa. Miidiyaa Qabsoo.
10/06/2024

horodofaa. Miidiyaa Qabsoo.

Duriif amma maaf "Background" n adda gale jedhe Mardaasaan. Jennaan, WMOA' n tarii Mangiftiitu hinfeene ta'a jedhe😊
08/06/2024

Duriif amma maaf "Background" n adda gale jedhe Mardaasaan. Jennaan, WMOA' n tarii Mangiftiitu hinfeene ta'a jedhe😊

07/06/2024

Guyyaan Buna malee ooluufi nama utuu hinqeeqiin oolu akkanumaan na hamuummachiisa! Mee ka'een qajeela😊

30/05/2024

Allah qaamni jedhamu Namicha Nabiyyuu Mohammadaariyaa booda kan mogga'edha. Uumaariyaa miti. Kalas::

Jireenya baqataa biyya Keeniyaa ajajaa warra Shororkeessaa Jawar Mohammed   fi Girrisootasaa bifa suuraa Millaacciin akk...
20/05/2024

Jireenya baqataa biyya Keeniyaa ajajaa warra Shororkeessaa Jawar Mohammed fi Girrisootasaa bifa suuraa Millaacciin akka kanaa gadiin ibsama!👇👇

Abbaan Geggeessaa Walfaana geggeesse. Mootonni kun warra Lubbuu namaatti faradaa turan. Maqaa Shariyaan warra nama fanni...
20/05/2024

Abbaan Geggeessaa Walfaana geggeesse. Mootonni kun warra Lubbuu namaatti faradaa turan. Maqaa Shariyaan warra nama fannisaa turan. Waaqayyo Helekoofterii filatamtuu isaan ittiin hojiif bobba'aniin obbaafachiise. Warri OPDO/PP kanarraa waa baradhaa. Saba keenya hinfixiinaa. Guyyaan Firdii Waaqayyoo nidhufa. Haaduu nama qalchiifteen Qalamta jedhe Mardaasaan.

Utuu ati OROMOOn jirtuu Ilmi "Hagos' fi Difaabachew' obboleessakee mo'achuu hinqabu. Daa'ima xiqqoo kanaaf maallaqa utuu...
17/05/2024

Utuu ati OROMOOn jirtuu Ilmi "Hagos' fi Difaabachew' obboleessakee mo'achuu hinqabu. Daa'ima xiqqoo kanaaf maallaqa utuu hintaane, Like' sakoondii 2 qofa kenniif. Amma 2ffaarra jira. Namumti 1K Like itti naqnaan ilma keenya 1ffaa taasifna. Waliif qoqqoodaa!
Link kanaa gadii xuquun iddoo Raajan Waggaarii itti yaada kennaterra dhaqxanii 'Like' gootaniifi hiriyoota keessaniifis qooddu.

https://www.facebook.com/vijai.naiker/posts/pfbid028AFHRBc9TPa2usWeEJRWdhMvPT24c3TwFN2SRH3v7iJ1A2DEDRQivB6m3aHaqi8Hl

13/05/2024

የኢትዮጵያ ኢምፓየር የመኖር ህልውና ኦሮሚያና ህዝቦቿ ናቸው:: በተለይም የወለጋ ምድርና ህዝቦችዋ:: የረሃብ ጊዜ ከረሃብ መሸሻና ማገገሚያ; የችግር ጊዜ መጠጊያና ሰው ገድለው ሲመጡባት እንኳ የማትገፋ የማናቸውም መደበቂያ የነበረች የሁሉም እናት ወለጋ::

ኢትዮጵያ የቁልቁለት መንገድ መጏዝ የጀመረችው የወለጋን ምሁራን መጥላትና መብላት የጀመረች ጊዜ ነው:: ዛሬብቻ አይደለም ጥንትም::

ዛሬም ቢሆን ያቺ ኢምፓየር የወለጋ ተወላጅ የሆኑ ምሁራንን ወደዳር እየገፋች እያገለለችና እያንገላታች እንዲሁም እያሰረችና እየገደለች የምትበለፅግ ኢትዮጵያ ልትኖር ይቅርና እንደ አገር የምትኖር ኢትዮጵያም እስከወዲያኛው ላትኖር ትጠፋለች::

12/05/2024

Orosity-Ani Biyya Kanaa hinba'u (Garuu Ba'eera), Abiy AHmed dura anatu du'a; OPDOtti aangoo kennuun keenya beekneeti. Ammas biyyi kan OPDOti-Kolfaan Du'a. Iccitaan biy Ahmed faana mariyadheera. Diyaasfooraa beekeetuman sobe. I am a political Scientist. Abiy Ahmed na ajjeesisuuf hojjete. Marsame jedhee nama 198 fixuukoof dhiifama gaafadha; OPDOn Goota- Jawar Mohammed, 2018 dubbate keessaa!

12/05/2024

Orosity-Ani Biyya Kanaa hinba'u (Garuu Ba'eera), Abiy AHmed dura anatu du'a; OPDOtti aangoo kennuun keenya beekneeti. Ammas biyyi kan OPDOti-Kolfaan Du'a. Iccitaan biy Ahmed faana mariyadheera. Diyaasfooraa beekeetuman sobe. I am a political Scientist. Abiy Ahmed na ajjeesisuuf hojjete. Marsame jedhee nama 198 fixuukoof dhiifama gaafadha; OPDOn Goota- Jawar Mohammed, 2018 dubbate keessaa!

Inbox👇👇👇"Mucaan kun Abdu Ismael jedhama. Kaleessa kan Kaffaaloo qabe kana. Tika pp isa hamaadha. Daariktera GPS aratkiil...
09/05/2024

Inbox
👇👇👇
"Mucaan kun Abdu Ismael jedhama. Kaleessa kan Kaffaaloo qabe kana. Tika pp isa hamaadha. Daariktera GPS aratkiiloo dha. Isilaama Arsiidha. Quuqama Oromummaa qabaattee osoo hin taane gandummaafi Amantiidhaan Leencoo Baatii fa'a ijaaranii achi galchani.

Tujubaa Tolchaa isa hidhame sanaafi Eebbisaa Galaayee nama jedhu waliin ta'uun ilmaan Oromoo adamsee funaanaa turedha. Arsiifi Isilaamaan ala Oromoo kaan ijaan arguu nama hin feenedha."

Quraana suuraa An-Naml 27:91 irratti, Ani Waaqa magaalaa Makkaa jiru qofa akkan Waaqessun abboomame jedha Muhaammad. Mak...
09/05/2024

Quraana suuraa An-Naml 27:91 irratti, Ani Waaqa magaalaa Makkaa jiru qofa akkan Waaqessun abboomame jedha Muhaammad. Makkaatti garagalanii sagaduun kan argisiisu Waaqni Islaamaa achi qofa jiraachuusaati.

Megersa Boshe ☝️👆

Koree Hiisistuuf ajjeeftuu keessaa tokko Gannaqaa Show Roottichadha😀
07/05/2024

Koree Hiisistuuf ajjeeftuu keessaa tokko Gannaqaa Show Roottichadha😀

Finfinneen akkamiin oolte har'a? Ayyaanni akkami? Hidhamtootaafi Rakkattoota gaafattani?   Urgeessaa Tuujjooti🤣
05/05/2024

Finfinneen akkamiin oolte har'a? Ayyaanni akkami? Hidhamtootaafi Rakkattoota gaafattani?

Urgeessaa Tuujjooti🤣

26/04/2024

ውሃ ቅዳ ዉሃ መልስ jetti amaarri yaroo waa waljala daddarbu. Wayiifan jedhe. WBOn 100 booji’a waraanni PP shan booji’e jetti. WBOtti RIB 100tu harka kennata. Waraana PPtti hidhataa shanituutu harka kennata. RIB 100tu WBOtti gala keessaa secca’amee ija shantu waraana PPtti booji’amee deebi’a. Adeemsa kanaan eenyutu badaa jira jettu? Waraana PPmoo WBO dha?

Address


Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Anaaf Multimedia posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Anaaf Multimedia:

Videos

Shortcuts

  • Address
  • Alerts
  • Contact The Business
  • Videos
  • Claim ownership or report listing
  • Want your business to be the top-listed Media Company?

Share

Anaaf Multimedia (AM Inc.)

Anaaf Multimedia Incorporation (AM Inc.) is a Massachusetts based of independent & nonprofit corporation, full-service digital media production focused on storytelling, education, digital technology & Community service to the Oromo the largest and most populous people in east Africa and diaspora Oromo. AM shall be operated exclusively for educational, scientific, and charitable purposes within the meaning of Section 501 (c)(3) of the Internal Revenue Code of 1986, or the corresponding section of any future Federal tax code. AM envisioned the future to foster a new era across all nations and nationalities to bring eternal peace, rule of law, equality, solidarity, and development. Implementing these theoretical novel ideas into practice will demand enormous knowledge, energy, time, and economical capacity to challenge all hurdles.