The Oromia

The Oromia Latest News, Analysis On Politics And Interesting Stories From The Oromia

   Gochi suukessaan Dambidoolloo keessatti raawwatu cimee itti fufe Caamsaa 11,2021Guyyaa har'aa Dambidoolloo magaalaa w...
11/05/2021



Gochi suukessaan Dambidoolloo keessatti raawwatu cimee itti fufe

Caamsaa 11,2021

Guyyaa har'aa Dambidoolloo magaalaa walakkaatti, bakka addababayiitti dargaggoo Gammachuu Wandummuu jedhamu qaamoleen mootummaa haala suuraan mul'atu kanaan Shugguxii morma isaatti rarraasuun Abbaa torbee qabanne jechuun rasaasaa itti roobsanii ajjeesuutu himame.

The Anti- Terrorism Bill Proposed by Ethiopian Council of Ministers is aDeliberate Move to Block Peaceful Process. (OLF ...
03/05/2021

The Anti- Terrorism Bill Proposed by Ethiopian Council of Ministers is a
Deliberate Move to Block Peaceful Process.

(OLF Press Statement, May 3, 2021)

The Ethiopian Council of Ministers’ Anti- Terrorism Law proposal issued on May 1, 2021 to categorize the TPLF & ‘’Shene’’ as terrorist organizations is a deliberate move to armed entities in the political Dialogue and to sabotage political dialogue in general. Although we do not understand how the word ‘Shene’ is used in the proposed bill, we guess they would mean ‘‘Shane’’ as they associate this word to any citizen of Oromia that does not support the Prosperity Party. However, the word ‘‘Shane’’ is a sacred word in Gada System and its administrative and cultural structures defining a wide concept of Oromo culture and traditions. Using this name for this evil purpose in “anti-terrorism” bill is an abuse of the word and degrading the Oromo language and culture.

Whatever word is used this proposal is intentionally designed to obstruct the peaceful resolution to the political crises in the country. Particularly, at this critical time, when internal forces and international bodies such as the US and European Union are trying the peaceful resolution of multi-layer security and political crises that is devastating the country, it is evil act to introduce such damaging law to enhance conflict.

It is obvious that the Ethiopian ruling group is governing the country illegally as its tenure ended on October 05, 2020. Both the Council of Ministers, the Parliament and the whole Government Officials has lost their mandate to rule the country and they have no constitutional and legal rights to declare laws and implement them. Since Ethiopia is already in constitutional crises, this anti-terrorism law, even if approved by the parliament, is illegal as the Parliament itself is illegal to approve laws or to conduct national election.

Also declaring this anti- terrorism law by this unmandated illegal body is a clear sign of the ruling group to continue with further war, conflict, and human rights violations. It would bring significant escalation to explosive political and humanitarian crisis already facing Ethiopia. We would like to note that this anti- terrorism law is a replica of the notorious anti-terrorism proclamation of the 2009 (Proc. 652/2009) that was used by EPRDF to justify repressive practices in the country by delegitimizing political adversaries including OLF, ONLF, Ginbot 7 and misleading the international community in the name of fighting terrorism in the horn of Africa, mainly the Al-Shabab. The 2009 anti-terrorism law was effectively used by the EPRDF to silence dissent, and harass members, leaders, and supporters of political opposition groups. The same strategy is proposed by the current ruling group to legitimize further atrocities. Declaring this horrifying anti -terrorism law again is to justify the already prevalent atrocities and other murderous measures against opposition groups and to intensify the harassment of citizens once more.

We would like to inform the Ethiopian peoples and the international community that this anti -terrorism bill is particularly targeting the Oromia citizens, Benishangul – Gumuz, the Southern Nations and Peoples and the Tigrayan people who are struggling for freedom and democracy. So, we caution the Oromia citizens, other Ethiopian peoples to be vigilant of this danger and demand for peaceful political dialogue rather than war and conflict that had already devastated citizens lives and living. Also, this anti -terrorism bill is another evidence that here will not be safe election, if it exists at all, as weapon of control, as the ruling group is going to use this horrifying law to sabotage the election.

Also, we would like to inform the international communities that the sabotage of this ruling group is a complete denial of peaceful process and indicate that the ruling group chose applying unlawful and fake labelling of opposition groups to hellbent to power as an absolute dictator. Particularly, we ask the AU, UNSC, EU, and all concerned parties to denounce this anti- terrorism law that is intended to avoid oppositions and to block peaceful political dialogue. Also, we demand to put maximum pressure on the ruling group to end its military campaign and work seriously to avert an impending crisis that will be difficult to stop if it continues with war and conflict as the ruling group is planning. Also, we call up on and alert the international community not to turn blind eye again when authoritarian regimes like Ethiopia jump on the anti-terrorism bandwagon to deal with their internal political foes and create huge peace and security problems in the region and to our world.

Finally, we would like to inform the Ethiopian peoples and the international community that the ruling group is creating conflict after conflict both internally and externally to stay in power. But this is significantly damaging the country leading to the final collapse. We believe that this leads to ultimate tragedy and would be the last resort to damage Ethiopia as a country. Therefore, the Ethiopian peoples and the international community must take urgent action before things even get worst.

The OLF always believes that a sustainable and permanent solution to Ethiopia’s complex political problems could only be attained with an all-Inclusive democratic process and participation of all representative political forces for political dialogue. To this effect, OLF is willing to work with all stakeholders in paving the way for political dialogue, consensus building on peaceful resolution of political differences and formation of true democratic country.

Victory to the masses!

Oromo Liberation Front

May 3, 2021

Finfinnee (Addis Ababa)

Visit OromiaIlu Abba Bor
03/05/2021

Visit Oromia

Ilu Abba Bor

03/05/2021

Dr. dhan

Dubbii sobaa Bilxiginnaan olii gadi ooftu qalbafeedhaa!

“Filannoo kanaan “Jarri” Finfinnee dhunfachuuf deemti waan ta’eef, Bilxiginnaa filachuudhaan Finfinnee haa oolchinu” jechuun olola eegaltee jirti warri Bilxiginnaa!

Dhaggeeffadhu!

Qabsoon Oromoo Finfinnee irratti eegalame! Finfinnee irratti xumura argata! Kun ammoo gaafa Oromoon akka waliigalaatti hiree isaa murteeffate malee gaafa Bilxiginnaa filate miti.

Bilxiginnaan kaansarii ummmata Oromooti malee furmaata siyaasaa miti. Dandeettii ittiin furmaata taatu illee hinqabdu. Mooralii isaas hinqabdu. Naamusa barbaachisus hinqabdu.

Furmaatni biyya saniif argamuu kan danda’u yoo sabni Oromoo hiree ofii murteeffate qofa. Akka sabaatti Osoo hiree ofii hinmurteeffatin filannoo waanni jedhu faayidaa tokko illee hinqabu.

Baga guyyaa ayyaana du’aa ka’uutiin isin gahe! Guyyaa muraasa booda ammoo Rabbi nagayaan Iidaan nu haa gahu!

   Raayyaan Ittiissaa Biyyaa EYYU CUFA Irratti Galme Addabbii Banuuf Jedhe.Raayyaan Ittiissaa Biyyaa karaa Fulaa Isaani ...
03/05/2021



Raayyaan Ittiissaa Biyyaa EYYU CUFA Irratti Galme Addabbii Banuuf Jedhe.
Raayyaan Ittiissaa Biyyaa karaa Fulaa Isaani Facebook Ibbasinii Jiruu.

 Rastaw Baggaa Si Yaadattekaa
03/05/2021



Rastaw Baggaa Si Yaadattekaa

 Addunyaa Suraadhan 😟😟😟
02/05/2021



Addunyaa Suraadhan 😟😟😟

 Ummata keenya kamisee dhaa haala kan ummata keenya wal faxaruuf qophii irraa jiru mashaa Allahሽርጣሞቹ አልተቻሉም የጎዳና ላይ እፍጢረ...
02/05/2021


Ummata keenya kamisee dhaa haala kan ummata keenya wal faxaruuf qophii irraa jiru mashaa Allah
ሽርጣሞቹ አልተቻሉም የጎዳና ላይ እፍጢረ በዉቢቷ ከሚሴ ከተማ እንዲህ እየ ተዘጋጁ ነው😍

 Balaa Rooba guddaa Diree Dhawaatti mudateen lubbuun nama sagalii bahuu fi Sumaaleetti Hoolonni du'uu ibsamee jira.Nagaa...
02/05/2021



Balaa Rooba guddaa Diree Dhawaatti mudateen lubbuun nama sagalii bahuu fi Sumaaleetti Hoolonni du'uu ibsamee jira.Nagaa buusi Rabbi

Suuraan: Gaalii Abbaa boor

02/05/2021



Du'aatti Dar.

    Fulla kenyaa Telegram Irratti Gaffii "Enyuttu Shororkeessaadha" Jedhuu Gaffii Gaffaane Jiraa Debbii keessaan Filachu...
01/05/2021



Fulla kenyaa Telegram Irratti Gaffii
"Enyuttu Shororkeessaadha" Jedhuu Gaffii Gaffaane Jiraa Debbii keessaan Filachuun Nuf Kennaa ⬇️
https://t.me/Theoromia/36

     "Filannoon Itoophiyaan gaggeessuuf jirtu haala amma jiruun 'ulaagaa idiladdunyaa hin guutu' jedhan Senaataronni USS...
01/05/2021





"Filannoon Itoophiyaan gaggeessuuf jirtu haala amma jiruun 'ulaagaa idiladdunyaa hin guutu' jedhan Senaataronni US
Seenaataroonni Ameerikaa shan filmaatni Itoophiyaan torbanoota booda gaggeessuuf deemtu, haala amma jiruun ulaagaalee idil addnuyaa hin guutu jechuun xalayaa Ambaasaaddar Jofrii Feltamaaniif barreessaniin beeksisan.

Miseensonni Senetii Ameerikaa kunniin kana kan barreessanii kennan Jofrii Feltimaan dhiyeenya kana bulchiinsi Joo Baayidaniin ergamaa addaa Gaanfa Afrikaa gochuun muudamee waan jiruuf gara isaatti barreessuu akka dirqaman beekuun dandahameera.

Senaataroonni Amerikaa shanan Filannoon Itiyoophiyaan gaggeessuuf jirtu ulaagaa Idil Addunyaa hin guutu jechuun xalayaa barreessan kunneen Benjaamin Kaardin, Jaakii Roosan, Tim Kaine, Koorii Buukar fi Edwaard Maarkii kanneen jedhaman yoo tahu jarri kun xalayaa isaanii keessatti waa'ee filannoo biyaalessaa itiyoophiyaa, rakkoolee nageenyaa naannoo Tigraayifi iddoowwan garagaraa impaayera Itiyoophiyaa keessatti ajjeechaa fi walitti bu’insa adeemsifamaa jiru kaasaniiru.

Jefrii Feltmaan Gaanfa Afrikaatti ergamaa addaa US tahuun muudamanii yeroo hojii isaanii eegaluuf qophii irra jiranitti, senaaterootni Ameerikaa shanan kunneen dhimmoota Itoophiyaa keessaa xiyyeeffannoo barbaadan irratti hojjechuu qabda jechuun akka irratti hojjetaniif eeruun xalayaa barreessanii baasaniin gaafataniiru.

Seneetaroonni Amerikaa shanan xalayaa kana yeroo barreesanitti akka sababaatti kan eeran ammoo hoggantoota paartilee siyaasaa fi deeggartootni isaanii hedduun mana hidhaa jiraachuu fi paartileen siyaasaa tokko tokko gamanumaan filannicha keessaa bahuu isaaniitiin wal qabatee tahuus ibsaniiru.

   Oromiyaa bal'oon bakki hunduu amma ejjeta faana miilaa WBOti, Oromoon ammoo hirkoo isaati! "JAL MARROO" FULLAA Facebo...
01/05/2021



Oromiyaa bal'oon bakki hunduu amma ejjeta faana miilaa WBOti, Oromoon ammoo hirkoo isaati! "JAL MARROO"

FULLAA Facebook Marroo Dirrbaa Lammeessaa irraa Kan fudhatame

NITURRE MALEE HIN HAFNE!

Haalli danqaan hedduun umamee wal dhaqqabuun yeroo fudhatus, gufuu fi gufata dabarree siniin baaneerra; galaanni Oromiyaa bal'oo irraa nu ittisu hin jiru. Biyya Leenjisoo Diigaa Olollii yeroo dheeraaf itti afuufamee ilmaan Sikkoo Mandoo hambaa Aanolee kaleessa meeshaa dhaba gabroome har'as meeshaa dhaba qeheesaatti akka dhaanamu taasfames qoosaa hin turre. Burjaajiin sun amma dhadhaa abidda buute. Arsoomin qorsooma, qaanqee sin keessatti mul'atte akkatti jabeeffattan sinuu beektu, namni siniifin himu. Oromiyaa bal'oon bakki hunduu amma ejjeta faana miilaa WBOti, Oromoon ammoo hirkoo isaati!
Finfinneen handhuuraa, handhuura ciniinamne jedhee ilmi warra lolaa! Hanga silmii handhuura nuciniinte sana buqqifnutti duuba deebiin hin jiru! Jabaadhaa!!

 :     update❗Loltootni   Lixaa Gondar karaa Alfaashqaa waraana banuun lafa dabalataa qabatanii jiran. Qabeenyaan qotee ...
01/05/2021

: update❗

Loltootni Lixaa Gondar karaa Alfaashqaa waraana banuun lafa dabalataa qabatanii jiran. Qabeenyaan qotee bultoota Itoophiyaa hedduun gubachuun kumaatamni buqqa'ee jira. Lolli kun yeroo xiixaltootni Egypt lafti Beenishaangul Gumuz kan Sudaanidha jechaa jiranitti tahuun xiyyeeffannoo addunyaa guddaa argateera.

via: Qeerroo Intellingence Group

01/05/2021
Jarrii Senaa Biraa Keessaa Jiruu 😂😂🤭😂😂
01/05/2021

Jarrii Senaa Biraa Keessaa Jiruu 😂😂🤭😂😂

BREAKING NEWS
01/05/2021

BREAKING NEWS

Haala Itoophiyaan keessa jirtuuf mariin biyyaalessaa barbaachisaadha' - Dr Awwal Aloo - BBC News Afaan Oromo
01/05/2021

Haala Itoophiyaan keessa jirtuuf mariin biyyaalessaa barbaachisaadha' - Dr Awwal Aloo - BBC News Afaan Oromo

01/05/2021

Address


Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when The Oromia posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Videos

Shortcuts

  • Address
  • Alerts
  • Videos
  • Claim ownership or report listing
  • Want your business to be the top-listed Media Company?

Share