Oduu 11/20/2024
www.africanlightbookandcoffeeshop.com
-Ajeechaa ummata Oromoo irra gahu mormii gudda kaase
-Barsiisonni yuniversiitii ari'amuuf
-Waajjir walii galtee fi ragaa cufame
-Markaatoon diigamuuf
-Abdi Ille irratti yaaliin ajeecha raawwate
-Abdirahman Mohamed Abdullahi injifate
-Qoondaalonni Amerikaa rakkoo biyyatti karaa nagaan akka dhumu gaafatan
-Yukireen meeshaa Amerikaan Raashaa haleelte
-Abdirahman Mohamed Abdullahi
Oduu 11/18/2024
www.africanlightbookandcoffeeshop.com
-Hara'as ibdi Markatotti ka'e
-MOTUMMAAN %15 qofaa bankii liqeefata
-Norwee fi Siwidiin nama ergu egalle jetti Mufiriyaat
-Labsiin Real state mormii kaase
-Bideen Yukireen Rashaa akka rukuttu eyyamte
-Jorjiyaatti namni moo'atame qalama gurrachaa itti gaafatama filannootti naqe
Simbirtuu Sanbataa
Hookaraan horuu
Eenyutu waraana kana irra buufata jira?
Oduu 11/17/2024
isponsara
www.africanlightbookandcoffeeshop.com
-Helekooptari PP caccabde/ balaalinsi dhaabate
-Gaafin qaraxa hojatoota irra citu hiri'isuu deebii hin arganne
-Getachoon humni nageenya Tigiray tarkaanfi akka fudhatu gaafate
-Kaasahuun goofee daldaltoota adabne jedha
-Manni Natiniyaahuu bombiin rukutame
ፕፕ እና የሰላም መንገድ
ፕፕ እና የሰላም መንገድ
Oduu 11/16/2024
Isponsara
www.africanlightbookandcoffeeshop.com
-Maatiin Battee Urgeessa Amerikaa galani
-Jawari fi Shimallis atakarootti jiru
-Baankonni biyya alaa akka nu too'atani hin eyyamnu jedha qondaalli PP
-Ministeerri Suudanii Itoophiyaa ni waraanna jedhe
-Nama kuma 87 hojii biyya alaatti argamsiisne jetti Mufriyaat
-Tirampi Jeneraalota heddu ari'uf
-Olif Shulis Putin dubbise
Oduu 11/15/2024
Isponsara
www.africanlightbookandcoffeeshop.com
-PP araara diddee hiriira araara baasisa jirti
-Bishooftuun gurgurama jirti
-Qaraxni konkolaata dabale
-Bankiin tarkaanfi fudhadha jedhe
-Finfinneen hanqina galii na qunname jette
-Raashan Isiraa'el akeekkachiiste
Oduu 11/14/2024
www.africanlightbookandcoffeeshop.com
-Ummanni Oromoo shawa kaabaa akka malee rakkachuu himacha jira
-Ilmaan ummata injifannoo arganne jedhan
-Markaatotti garee 58 ta'an ramadaman
-Gatiin manaa gadi bu'e. Mana ijaara fudhadha jedha PPni
-Muudamni Tiraampi itti fufe, mormii kaasa jira
Oduu 11/13/2024
Isponsara
www.africanlightbookandcoffeeshop.com
-PP lafa Oromoo Sumaleef kennuf
-Nama humnaan aggatuun Shashamanne gahe jira
-Kaan araarfachaan jira kaan kan wajjin dubadhuun dhabe
-Seera haaraa Birood kastii mormii qunname
-Warqiin Abiy odeese mormii horate
-Sumalee Landiin filannoo gaggeessa jirti
-Muudamni Tiraampi kenna jiru sodaa guddaa uume
Oduu 11/12/2024
www.africanlightbookandcoffeeshop.com
-Adaamaa namni agatamee gara leenji waraanatti ergama jira
-Hojatoonni daballi mindaa turuu morman
-Waldaan barsiisotaa gaafii barsiisota motummaf dhiyeese jedhe
-Qaama kamu ofirraa qolachuuf qophiidha jedhe Biraanun
-Eritiraa sossoba jiru
-Kamalaan akka presidantii taatu gaafatame
Oduu 11/11/2024
Isponsara
www.africanlightbookandcoffeeshop.com
-Waraanni Oromiyaa keessa itti fufee jira'
-PP Guraagee Oromo irratti kakaasa jirti
-Eritiraa wajjin akkuma duriitti jirra jedhe PP
-Gareen Dabra Tsiyoon Getachoo garagarchuuf
-Ingiliiziin Tigiray m 22 kennite
-Naannoleen Amerikaa motummaa Tirampi mormuuf qophiidha jedhan
Simbirtuu Sanbataa
Falaasama PP fi abummaa EZEMA