Irbuu Media

Irbuu Media Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Irbuu Media, Media/News Company, .

Waan qawween barbaadan Mariin argannaan Qawween maal abbaashii
02/05/2023

Waan qawween barbaadan
Mariin argannaan
Qawween maal abbaashii

25/01/2023
28/08/2022
Bilisummaan lafa jaalalaa jiraJaalalli lafa dhugaa jiraDhugaan hiyyeessa bila jira Lafa nagaa buli WBO
23/08/2022

Bilisummaan lafa jaalalaa jira
Jaalalli lafa dhugaa jira
Dhugaan hiyyeessa bila jira

Lafa nagaa buli WBO

WBO Yoon siif lole kabaja hin argatuYoo dhiise ammoo atis gamrummaan natti hadhaawe nahuquse jettee bu'ufii wacuu hin dh...
13/07/2022

WBO Yoon siif lole kabaja hin argatu
Yoo dhiise ammoo atis gamrummaan natti hadhaawe nahuquse jettee bu'ufii wacuu hin dhiistu
Yokaa karaa nagahaa gabrummaatti jiraachuf walii gali
Yokaa Isa sibilisomsuf hirriba dhabu
Aarsufii mufachiisuu dhiisii waliin hiriirii
Hidhannoo isaas jabeessi

Ed mubaarkAll Muslim
09/07/2022

Ed mubaark
All Muslim

Maal koo siif haata'u lammii kooAkka laggaasaa wagii Du'ee siif fanni famuu ?Akka nadhii gammadaa Asbuuten siif dhabamuu...
08/07/2022

Maal koo siif haata'u lammii koo

Akka laggaasaa wagii
Du'ee siif fanni famuu ?
Akka nadhii gammadaa
Asbuuten siif dhabamuu ?
Akka ebbisaa addunyaa lafarra
Siif harkifamuu?
Akka maammoo muzammir
Guyyaan siif fannifamuu ?

Moo,,,
Akka abbabaa biqilaa
Miila duwwaa siif fiigu ?
Akka badhoo dilgasaa
Gurmuu diinotaa diigu ?
Akka goobana daachee
Diina lammiitti firoomuu ?
Akka qadidaa wannabe
Lammii gurguree duroomuu ?

Akka agarij tulluu
Qawwedhan dadhabamuu ?
Moo akka abishee garbaa
Jaarsummaadhan siif sobamu ?
Akka baalchaa saafoo
Lolee diina dachaasuu?
Akka kamaal hebboo
Goota jaarraa kanaa siif ta'uu ?

05/07/2022

Akkas jedhe Gootni dhaloota kanaa;

~Du'a sodaaf jennee ulfinna ajjeefnee dhaloota dirree salphinnaatti taaziyaa taa'u jiraadhee rabbiin na agarsiisurra du'uu naaf woyya !!

~Waaqoo guutuutti maal hima?
Taaddasaa birruutti maal hima?
Jaarraa abbaa gadaatti maal hima?
Haylee fidaa fii fakkaattota isaatti maal hima? Deebii naaf qopheessaa! yoo osoo bilisummaa oromoo hin argin deeme akkas jedhee itti hima " gabrummaan du'uuf zakraa gubbaa jirti, oromoon bilisoomuuf cidha gubbaa jirti, cidha sana isinitti himuu dhufe jedhaan " jedhe...

Dhalatee osoo waggaa 30 hin guutin addunyarraa godaane..

Qabbana RAHMATA isaa keessa RABBIIN si haa ciibsu yaa lafee koo....

Jaal kamaal hebboo du'a isaatin walqabtee Namonnii xinxalaa xiinxaltoota siyaasa ufgodhanii narratti duulan jiru Kuni ma...
05/07/2022

Jaal kamaal hebboo du'a isaatin walqabtee
Namonnii xinxalaa xiinxaltoota siyaasa ufgodhanii narratti duulan jiru
Kuni maalif barbaachise Yoon Kan dhugaa beeytan taate dubbii qabatamaa nuuf himaa
Yokin waanta ummata oromoo Adda facaasu irraa uf eegadhaa
Hin qoosinaa

Sinyaadu seetee bar hedduun siyaadaaHardha qofaaf mitii boruuf sibarbaadaa Halkan waarii ka'een Bilbila koo dararaaText ...
18/06/2022

Sinyaadu seetee
bar hedduun siyaadaa

Hardha qofaaf mitii
boruuf sibarbaadaa

Halkan waarii ka'een
Bilbila koo dararaa

Text kee arguun Hawwee
Naaf koottukaa hadaraa

Bilbila lafa hinkaa'uu
Naaf dawwaltaan eegaa

Akkan jiraachaa jiru
Anaaf rabbiitu beekaa

Hardha sidhabus uf cinaa
Nan eega guyyaan jiraa

Essa badde jedhaatoo
Naaf barbaadaa yaafiraa

Dhugaadha nin dhuftaa
Abdiidhan si'eegaa

Sin jaaladha lubbuu koo
Oneen keetuu beekaa

Jechoota mimmiidhagoo
Yoon feetan
Irbuu Media like Gochuun hordofaa

16/06/2022

Gaarummaan Hacalu Hundesa
Suuraa kana Ilaalaa mee.Finfinnee Naannoo Bisrat
Gabraa'eelii Namni Deddeebi'ee beekuu Saaykilii
kana Osoo hin argin Hin deebi'u.
Duba Guyyaa Tokko Namni tokko Gara Bisrat
Gabreelii Yeroo deemu Saaykilii kana argee Mucaa
xiqqaa tokko yaamee Saaykiliin kun kan eenyuuti
jedhee gaafate.mucaaniis dhufee Saaykiliin kan
kooti jedhe.
Seenaan isaa Akkana. Duraan Hacaaluun
Hundeessaa yeroo iddoo kana dhufu Konkolaataa
isaa anaatu eegaaf ture Konkolaataa isaa iddoo kana
dhaabee Walk godhee deebi'a.Yeroo hunda
konkolaataa isaa waanan eeguuf Guyyaa tokko
akkana naan jedhe. # MAAL_SI_HAA_GARGAARU ?.
Jechuun na gaafate.Aniis Hacuu Koo Saaykilii tokko
osoo naaf bittee Natti tola jedheen.Haacaaluuniis
saaykilii naaf bitee Osoo Hin turin Budootan Of
biraa dhabne.
Kanaafu kennaan Hacaaluu ittiin yaadadhu guddaan
isa kana. kanaafin saaykilii koo Iddoo Haacaaluun
jaalatu kana kaa'a jechuun deebiseef.
Hacaaluu Nama Gaarii, Ofii isaa caalaa
Gammachuun Nama Biraa isaa gammachiiftu, Kan
Ofiisaatiif osoo homaa Hin Hambifanne Waan
qabuun Nama rakkate Deemee Gargaaru, Ummanni
kiyya Gammadee jiraatuu qaba jedhee nama
Halkanii guyyaa yaadu ture.Gootni Qaamaan Du'uus
Maqaafi Hojiin isaa Dhaloota duubaan dhufuuf
# Sinqii ta'uun tajaajila.Hojiin Hacaaluun kun
Fakkeenya Guddaa Nuuf ta'uu qaba.Hundi keenya Of
haa ilaalluu Waan irra jirru.
# HacaaluHundessaa
Maxxansa kan qoodaa, kan hin beekne haa baruu
Gaaroommina Haceedhaa.

13/06/2022
Ati naaf qaalidha Ati naaf qorichaAti naaf waan hunda kiyya
11/06/2022

Ati naaf qaalidha
Ati naaf qoricha
Ati naaf waan hunda kiyya

07/06/2022
oduu gammchiisaaKaalid bakar guyyaa har'aa international champions irratti hinjifannoo Addaa gamsee jira Akkuma durii ye...
06/06/2022

oduu gammchiisaa
Kaalid bakar guyyaa har'aa international champions irratti hinjifannoo Addaa gamsee jira
Akkuma durii yeroo injifanno isaa Alaabaa ABO qabatuun gammachuu isaa fuuldura midiyaalee Gurgudoo Aduyyatti ibsatee jira
Baga Kenna taate lenca koo

Jecha mimmiidhagaa Yoo                   barbaadde irbuu Media  like follow Gochuun hordofi~Nama cimaa tahi jechuun hin ...
31/05/2022

Jecha mimmiidhagaa Yoo barbaadde irbuu Media like follow Gochuun hordofi

~Nama cimaa tahi jechuun hin kufin jechuu mti kuftee ka'uu Bari jechuudha malee

~ Caldhisi jechuun hin dubbatin jechuu miti
Dhageefachuuf gurralaadhu jechuudha malee

~ hin lolin jechuun miira hin qabaatin jechuu miti dafii aarii irraa debi'i jechuudha malee

Dhiifama godhi jechuun hin miidhamne jechuu miti dubbii garatti baachun miidhaa sirraan gaha jechuudha malee

Jechoota HayyootaaJibbiinsi dhagaa caala waan ulfaatufJaalalaan HaajiraannuuMilkaa'inni adeemsa dheeraafii bu'aa ba'iiGu...
28/05/2022

Jechoota Hayyootaa
Jibbiinsi dhagaa caala waan ulfaatuf
Jaalalaan Haajiraannuu

Milkaa'inni adeemsa dheeraafii bu'aa ba'ii
Guddaa booda argama

Bareeduma qaamaa caala bareeduma
Samuuf dhama'i

Ufiin jaalalatti kuftee harkisa dachii hin komatin

Fulli ifaan daandii jalqaba gara jaalalatti geesudha

Hiriyyaa gaarii waliin haasa'uu waggaa tokkoo asoo hin taane gocha sa'aatii tokkoon hubatta

Gammachuun wanti yaadani fi dubbatan raawwatan Yoon walfaana raawwatee muldhateedha

Namni beekan uf dhoksa namni wallaalan uf beeksisa

Mallaqni hin dubbatu garuu soba dhugaa fakkeessa

Jechoota babbareedoo onnee namatti Horan argachuu Yoon feetan
Irbuu Media follow Gochuun hordofaa

Jechoota mimmiidhagooFiOduu haara'a Argatuuf irbuu Media likeFollow Gochuun hordofaa
27/05/2022

Jechoota mimmiidhagoo
Fi
Oduu haara'a Argatuuf irbuu Media like
Follow Gochuun hordofaa

Bulloon omn irraa garmaamaa jiraaDeemaa dawadhaa
26/05/2022

Bulloon omn irraa garmaamaa jiraa
Deemaa dawadhaa

Ajaa'iba Tanzaaniyatti miseensi parlamaaBiyyattii tokko naannoo kennatti daandiinNuuf hin hojjatamne jedhee Harka isaatt...
25/05/2022

Ajaa'iba

Tanzaaniyatti miseensi parlamaa
Biyyattii tokko naannoo kennatti daandiin
Nuuf hin hojjatamne jedhee Harka isaattiin
Dhaabbachuttiin yaada ibsachuun isaa gidduu kana dubbii ijoo ta'eera

Koloneel  Gammachuu Baga nagahaan Mana hidhaa dukkanaatii Rabbiin sibaase
25/05/2022

Koloneel Gammachuu
Baga nagahaan Mana hidhaa dukkanaatii
Rabbiin sibaase

25/05/2022

Irbuu Media invite follow Gochuun odeeffanno harawaa akka isaan dhaqqabuuf.

Address


Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Irbuu Media posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

  • Address
  • Alerts
  • Claim ownership or report listing
  • Want your business to be the top-listed Media Company?

Share