Oro social

Oro social Hi wel come to my page. my page is about social life

20/12/2024

Your complete resource for understanding stairs. Guides on stair parts, remodel projects, design inspiration, and finding the best vendors.

📸 Markaatootti manneen daldalaa gariin cufamanii jiruBulchiinsi magaalaa   qajeelfama daldalaa nagahee irratti hundaa'e ...
18/11/2024

📸 Markaatootti manneen daldalaa gariin cufamanii jiru

Bulchiinsi magaalaa qajeelfama daldalaa nagahee irratti hundaa'e hojiirra oolchuu hordofee daldaltoonni gabaa torban tokko oliif manneen daldalaa isaanii cufaniiru.

Cufamuun manneen daldalaa kun sochii daldalaa idilee gabaa keessa jiru haalaan danquun dhaabbilee daldalaa fi fayyadamtoota irratti dhiibbaa uumeera.

Bulchiinsi magaalichaa olola "qabeenyi daldaltoota qajeelfama kana hin kabajne ni dhaalama" jedhu daldaltoota burjaajessuuf kan yaadame ta'uu ibseera. Qajeelfamni kun daldala seera qabeessaa ta’e akka eegamu mirkaneessuuf kan bahe ta’uu eere.

https://youtu.be/5qkjy0BhZLs?si=J1RtQqPL4pI6slID

08/09/2024

"Fano Forces Seize Control of Gonder, Shifting the Balance in Amhara Region Conflict"Amhara FanoAmhara conflictEthiopian conflictlatest Ethiopian newsmy view...

01/08/2024

Enjoy the videos and music that you love, upload original content and share it all with friends, family and the world on YouTube.

Hogganaan Hamaas Ismaa'el Haaniyeeh ajjeefameHogganaan garee Hamaas Ismaa'el Haaniyeeh Iraan Magaalaa Tehraan Mana isaar...
31/07/2024

Hogganaan Hamaas Ismaa'el Haaniyeeh ajjeefame

Hogganaan garee Hamaas Ismaa'el Haaniyeeh Iraan Magaalaa Tehraan Mana isaarratt haleellaa gaggeeffameen ajjeefame.

Gareen Hamaas haleellaan qondaala isaanirratti raawwatameef Israa'eliin ta'uu ibseera.

Ismaa'el Haaniyeeh kibxata darbe sirna muudamaa pireezdaantii Iraan haararratti eega argamiin booda ajjeefamuu garee Hamaas ibseera.

Mootummaan Iraanis qondaaltichi eegdota isaa tokko waliin ajjeefamuu mirkaneeffachuu ibseera.

Haleellaa xiyyaaraa Ebla darbe Israa'el gaazatti raawwatteen ijoolleen Ismaa'el Haaniyeeh sadiifi ilmaan ilmaan isaanii afur ajjeefamuun ni yaadatamaa.

BBC wabeeffanne
Namoomsaa Baalliitiin

31/07/2024

መለስ ዜናዊ በኢትዮጵያ ህዝብ ላይ የሰራው ግፍ እና ወንጀል አንዱ አስብን መሸጡ ነው

30/07/2024



Lammiileen biyyoota Arabaa Ameerikaa jiraataan fillannoo Bara kana irratti Kamalaa Haaris akka filatan ibsan.

30/07/2024

bbC_afaan_oromoo_radio abel birhanu,abel birhanuabel birhanu የወይኗ ልጅ,abiy ahmed news today,amharic news,awash medi...

IMF Itiyoophiyaf liqii Doolaara biiliyoona 3.4 raggaasise  Boordiin Dhaabbata Maallaqaa Addunyaa (IMF), Itiyoophiyaaf dh...
29/07/2024

IMF Itiyoophiyaf liqii Doolaara biiliyoona 3.4 raggaasise

Boordiin Dhaabbata Maallaqaa Addunyaa (IMF), Itiyoophiyaaf dhiyeessii liqii Doolaara biiliyoona 3.4 raggaasisee Jira.

Daandiin Qilleensaa Itoophiyaa bara  bajataa xumurametti galii doolaara biiliyoona 7 ol argachuu beeksiseDaandiin Qillee...
29/07/2024

Daandiin Qilleensaa Itoophiyaa bara bajataa xumurametti galii doolaara biiliyoona 7 ol argachuu beeksise

Daandiin Qilleensaa Itoophiyaa bara bajataa xumurametti imaltoota miiliyoona 17.1 geejjibuun galii doolaara biiliyoona 7 ol argachuu beeksise.

Hojii Raawwachisaa Olaanaan Daandii Qillensa Itoophiyaa Masfin Xaasaw ibsa kennaniin, bakki gahumsaa idil Addunyaa Daandii qillensichaa 139 qaqqabuu eeraniiru.

Balaaliiwwan biyyaa keessaa 22 qaqqabuus ibsaniiru.

25/04/2024

bbc afaan oromoo| bbc afaan oromoo news | bbc afaan oromoo news today | bbc afaan oromoo n...

19/04/2024

abel birhanu,abel birhanuabel birhanu,abel birhanu የወይኗ ልጅ,abiy ahmed news today,amharic n...

Address


Telephone

+254799916351

Website

https://t.me/orosocial

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Oro social posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Oro social:

Shortcuts

  • Address
  • Telephone
  • Alerts
  • Contact The Business
  • Want your business to be the top-listed Media Company?

Share