The Oromo Patriot

  • Home
  • The Oromo Patriot

The Oromo Patriot Always there

" "Addisaabaa shaggar baanaKaachamaalleen kaachaaDhugaan dhigaa kunNama maraachaaDarbee laalla.Nataqayamtee laataaDarbee...
10/04/2021

"
"Addisaabaa shaggar baana
Kaachamaalleen kaachaa
Dhugaan dhigaa kun
Nama maraachaa
Darbee laalla.
Nataqayamtee laataa
Darbee laalla
Xaafooti marimaarti
Miccayoon xaafooti marimaarti
Akkamitaan ciisaa
Ergamtee narratti tamaartii
.
Kooratti rarraati
Hudeelaan koorattii rarraati
Buusii Fardakoorraa
Waan daboon waan daba dabaatii"
ምን ትፈልጋለህ
Galatoomi Andu

Our political prophecy from April came true.Reposted
23/09/2020

Our political prophecy from April came true.
Reposted

Never put a good crisis to waste, Crises are a time-tested means of subverting democracy. From Getúlio Vargas and other better-known dictators in the 1930s to Indira Gandhi and Ferdinand Marcos in the 1970s and on to Vladimir Putin and Recep Tayyip Erdogan more recently, autocratic-minded leaders h...

By Girma Gutema
12/08/2020

By Girma Gutema

After the killing of Hachalu Hundessa, Addis Ababa was awash with violence and rumors. The authorities responded with a crackdown on the opposition.

12/08/2020

A total of 20 nations from Latin America, the Middle East, and Asia have already requested doses of Russia’s breakthrough coronavirus vaccine, which was confirmed to be registered on Tuesday by Russian President Vladimir Putin.

11/08/2020

One of his daughters has already been inoculated

11/08/2020

At least 10 people died in clashes between protesters and security forces in Ethiopia’s southern region on Monday, health officials said, the latest violence as myriad ethnic groups clamour for more autonomy.

"To be" or "Not to be"Reposted article
10/08/2020

"To be" or "Not to be"
Reposted article

The fact that Oromia needs a major change in its Party alliances is indisputable, and Lemma Megersa has made a career promoting the idea that “tokkumma oromoo”(oromo unity) is the only way forward for both the nation and the state. As the new neo-unitarist Prosperity Party’s plan of concentrat...

Exclusive: Vladimir Putin gives us a new comprehensive look at the legacy of World War 2 on a new lengthy article
21/06/2020

Exclusive: Vladimir Putin gives us a new comprehensive look at the legacy of World War 2 on a new lengthy article

The Russian president offers a comprehensive assessment of the legacy of World War II, arguing that "Today, European politicians, and Polish leaders in particular, wish to sweep the Munich Betrayal under the carpet

Guyyaa boruu yeroo murtaaweef aduun baatiidhaan golgamti jechaa jiru. Waan kana ija qullaadhaan laaluun agartuu keessan ...
20/06/2020

Guyyaa boruu yeroo murtaaweef aduun baatiidhaan golgamti jechaa jiru. Waan kana ija qullaadhaan laaluun agartuu keessan hanga jaamsuutti miidhuu danda'a. Naaduraa ifa aduu ittisu yoo qabaattan malee ija qullaadhaan hin laalinaa. Dhaamsa kana waliif daddabarsaa.

Sidaamu daga baalanti hawalle tashshi yii'neCongratulations to sidama people's
18/06/2020

Sidaamu daga baalanti hawalle tashshi yii'ne
Congratulations to sidama people's

17/06/2020

Since the end of the Cold War, the United States has achieved a position of global hegemony, acting as a kind of world police. Washington has constructed a new world order and its militaries travel the world in wars and operations to inspect the “correct” functioning of this order and its confor...

17/06/2020

The Wall Street Journal said that the U.S. is preparing tariffs against a range of trading partners unless they back off proposals to impose taxes that would fall heavily on major American internet companies. The threat of tariffs is against many countries, including the entirety of the European Uni...

16/06/2020

By Bileh Jelan Addis Abeba, June 16/2020 – In a statement released late this afternoon on the officials page Tigray People’s Liberation Front (TPLF), Tigray Regional State vice president Debretsion G/Michael (PhD) is quoted as saying that “if there is a need to have a plat...

Oduu aagaa 😃
16/06/2020

Oduu aagaa 😃

Qorichi baay'ee rakasa ta'eefi salphaatti argamuu danda'u 'dexamethasone' jedhamu dhukkubsattoota Covid-19 haala yaaddessaa keessa jiran lubbuu baraaruu danda'a.

14/06/2020

Campaigners want statues of King Leopold II, who killed millions in Central Africa, to be removed.

Itoophiyaatti namoota haaraa 179 irratti koronaavaayirasiin argame==================Itoophiyaatti sa'aatii 24 darban kee...
14/06/2020

Itoophiyaatti namoota haaraa 179 irratti koronaavaayirasiin argame
==================
Itoophiyaatti sa'aatii 24 darban keessatti qorannoo namoota 4,845'f taasifameen haaraa 179 irratti koronaavaayirasiin argameera.

Kan har'aa kana dabalatee waliigalatti namoonni vaayirasichaan qabaman 3,345 qaqqabe.

Umuriin namoota Covid-19 irratti argame kanneenis, daa'ima ganna lamaa hanga maanguddoo ganna 80 gidduu namoota jiranidha akka Ministirri Fayyaa Dr. Liyaa Taaddeseen ibsanitti.

Kan har'aa keessaa namoonni 111 jiraattoota magaalaa Finfinneeti, 15 immoo Oromiyaa keessatti galmaa’e.

Namoonni sababa vaayirasichaan du’aniis 57 ol dabale.

Kaleessa namoonni 50’n vaayirasicharra bayyanachuun, lakkoofsi namoota bayyanatanii waliigalaa 545 qaqqabeera.

Har'a Itoophiyaatti duunis ta'e lakkoofsi namoota qabamanii guddaatu galmaa'eMinisteerri Fayyaa akka ibsetti namoonni 8 ...
13/06/2020

Har'a Itoophiyaatti duunis ta'e lakkoofsi namoota qabamanii guddaatu galmaa'e

Ministeerri Fayyaa akka ibsetti namoonni 8 yoo du'an 268 irrattimoo vaayirasichi argameera.

8 du'an keessaa 4 isaanii reeffi erga qoratamee booda vaayirasichaan du'uun isaanii kan barame.
Duuni saddeettanuu Finfinneetti galmaa'e.

Namoota haaraa 268 qabamuun isaanii qoratamee barame keessaa 232 Finfinneeti yoo ta'an 12 Oromiyaa, 8 Amaara, 6 tigraay, 5 haraarii, 2 naannoo uummattoota kibbaa, 2 affaar, 1 gumuz irraati.

 : Protests held in  's   zone,   city. Police have used tear gas to disperse protestors who closed roads. It followed t...
13/06/2020

: Protests held in 's zone, city. Police have used tear gas to disperse protestors who closed roads. It followed the killing on Monday of Sadik Haji Hibro, a truck driver.

A few days ago, Bale zone administration said 2 police officers & 10 Dinsho park rangers were arrested suspected of the killing.

በባሌ ዞን ዲንሾ ከተማ የተቃውሞ ሰልፍ ተደረገ። ተቃዋሚዎቹ መንገዶችን የዘጉ ሲሆን፣ ፖሊስ አስለቃሽ ጭስ ተኩሷል። ባሳለፍነው ሰኞ ሳዲቅ ሃጂ ኢብሮን የተባሉ የጭነት መኪና አሽከርካሪ በአካባቢው መገደላቸውን ተከትሎ ቅሬታ ተፈጥሯል። በአሽከርካሪው ግድያ የተጠረጠሩ 2ፖሊሶች እና 10 የዲንሾ ፓርክ የጥበቃ አባላት በቁጥጥር ስር መዋላቸውን የባሌ ዞን አስተዳደር ከቀናት በፊት መግለጹ ይታወሳል።

Pics and info source: ELU

12/06/2020

Manni maree bakka bu'oota uummataa Naannoo Tigraay filannoon sadarkaa naannootti akka gaggeeffamu murteesse.

Har'a Itoophiyaatti duunis ta'e lakkoofsi namoota qabamanii guddaatu galmaa'eMinisteerri Fayyaa akka ibsetti namoonni 7 ...
12/06/2020

Har'a Itoophiyaatti duunis ta'e lakkoofsi namoota qabamanii guddaatu galmaa'e

Ministeerri Fayyaa akka ibsetti namoonni 7 yoo du'an 245 irrattimoo vaayirasichi argameera.

Torban du'an keessaa dubartii umrii 21 dabalatee jahan isaanii reeffi erga qoratamee booda vaayirasichaan du'uun isaanii kan barame.
Duuni torbanuu Finfinneetti galmaa'e.

Namoota haaraa 245 qabamuun isaanii qoratamee barame keessaa 190 Finfinneeti yoo ta'an 17 Oromiyaa irraati.

 : News Alert: The Council of Tigray Regional State passed decision to go ahead with regional election as planned, Getac...
12/06/2020

: News Alert: The Council of Tigray Regional State passed decision to go ahead with regional election as planned, Getachew Reda, Executive member of , the party governing the region, confirmed to .

The Council has also extended regional State of Emergency ( ) by two and half months (75 days).

The details of the regional election, including the precise date and the role, if any, of National Electoral Board of Ethiopia ( ), are not clear yet.

The Council's decision this morning followed earlier decisions both by 's Executive Committee (EC), & its Central Committee (CC) to hold the election.

Pic: Debretsion G.Michael, President of Tigray Regional State.

Archive/agencies

12/06/2020

The move comes after elections scheduled for August were postponed in light of the coronavirus pandemic.

11/06/2020

Sochiin Biyyaalessaa Amaaraa (ABIN) aangoo mootummaa isa dheerate akka deeggaru ibse

Paartileen mormituu lama, ABO fi KFO murtee kana mormuun guyyaa kaleessaa ibsa baasanii turan.

Itti - aanaan paartii Sochii Biyyaalessaa Amaaraa (ABIN) Obbo Yuusuuf Ibraahim BBC'tti akka himanitti furmaanni siyaasaa barbaachisuus murtee Manni Maree Federeeshinii hiikkaa heeraa bu'uura godhachuun murteesse jedhe akka paartiin isaanii deeggaru ibsan.

Sababni paartiin isaanii dhiheesse maali?
↪️↪️ https://bbc.in/3dUtKZY

Itoophiyaatti duuti Covid-19 haaraan 5 galmaa'eQorannoo koronaavaayirasii sa'aatii 24 darban keessa namoota 6630f taasif...
11/06/2020

Itoophiyaatti duuti Covid-19 haaraan 5 galmaa'e

Qorannoo koronaavaayirasii sa'aatii 24 darban keessa namoota 6630f taasifameen dabalataan namoota 164 irratti vaayirasichi argamuu Ministeerri Fayyaa beeksise.

Kunis walumaagalatti namoota akka biyyaatti vaayirasichaan qabamanii 2670n gahee jira.

Sa'aatii 24 darbe kana keessa namni shan dabalataan lubbuu yoo dhabu, lakkoofsi namoota vaayirasichaan du'anii 40 gaheera.

Kanneen haaraa vaayirasichi irratti argame 164 keessaa 117 dhiira yoo ta'an 47 ammoo dhalaadha. Umuriin isaanii ganna 1 hanga 92 jidduu jira.

Nama tokkorraan kan hafe hunduu lammilee Itoophiyaati

ABOfi KFO'n murtee aangoon mootummaa dheerachuu akka morman ibsanDhaabbileen siyaasaa lamaan waloon ibsa baasaniin murte...
10/06/2020

ABOfi KFO'n murtee aangoon mootummaa dheerachuu akka morman ibsan

Dhaabbileen siyaasaa lamaan waloon ibsa baasaniin murteen aangoo mootummaa dheeressuu bu’uura seeraa hin qabu heera biyyattiis kan faallessudha jechuun himataniiru.

‘’Heera faallessuu qofa osoo hin taane nagaafi tasgabbii biyyattiis rakkoo keessa galcha,’’ jedhaniiru paartileen lamaan durumaa filannoo gaggeessuun waan hin danda'amneef furmaata siyaasaa gaafataa turan.

Dabalanis, murteen har'aa ‘waadaa bulchiinsi amma aangoorra jiru hojiirra oolchuu dhabeen komii ummanni durumaa qabu daran hammeessa,’ jedheera.

Manni Maree Federeeshinii guyyaa har’aa hanga weerarri koronaavaayirasii yaaddoo ta'ee itti fufetti aangoon mootummaa akka dheeratu erga murteessee booda ibsa baasaniin mootummaa qeeqaniiru.

10/06/2020

Boordichi sababa weerara koronaavaayirasiitiin gabatee yeroo filannoo qophaa'ee ture haquufi qophii filannoof taasisaa jiru adda kutuu beeksisee ture.

10/06/2020

Manni Maree Federeeshinii Itoophiyaa hanga weerarri koronaavaayirasii yaaddoo ta'ee itti fufetti aangoon mootummaa akka dheeratu murteessuu isaa beeksise.

Itoophiyaatti dabalataan namni 170 koronaavaayirasiin qabameQorannoo sa'aatii 24 darban namoota 6187f taasifameen namoot...
10/06/2020

Itoophiyaatti dabalataan namni 170 koronaavaayirasiin qabame

Qorannoo sa'aatii 24 darban namoota 6187f taasifameen namoota 170 irratti koronaavaayirasiin argamuu Ministeerri Fayyaa beeksisee jira.

Lakkoofsi waliigalaa namoota vaayirasichaan qabamanii 2506 gaheera.

Dabalataan namoonni sadi yoo lubbuu dhaban, lakkoofsi namoota du'anii 35 gahee jira.

Kanneen du'an lamaan Finfinnee irraa tokko ammoo naannoo Oromiyaa irraa yoo ta'u vaayirasichaan qabamanuun isaanii kan mirkanaa'ee erga du'anii booda.

Namoonni 22 ammoo haaraa vaayirasicharraa bayyanatanii jiru.

09/06/2020

Move by London mayor follows toppling of Colston statue by Black Lives Matter protesters in Bristol

09/06/2020

A coalition of Ethiopian Civil Society Organizations and their global allies have launched a campaign against the cultivation of Genetically Modified

 : 5 more people died of   as   sees yet another spike in 24 hrs with 190 people who tested positive for the virus. **Im...
09/06/2020

: 5 more people died of as sees yet another spike in 24 hrs with 190 people who tested positive for the virus.

**Important notice: Total number of people reported yesterday's report revised to 126 from 136 after lab results for 10 patients were found to be follow up tests.

*Therefore the total number of confirmed cases is now 2,336.

* : 18 people have recovered, which brings the total recovery number to 379.

The number of patients in severe condition also remains 32, similar to yesterday, but the highest so far.

** The results of the 190 new infections are out of 4, 599, laboratory tests, down from the 4, 775 laboratory tests registered yesterday



**There is no index on travel history abroad, or contact trace in today’s report, but the Ministry of Health said there was a rapid presence of .

**Of the 190, 135 are men and 55 are women aged between 1 to 89 year olds.

**All 190 are

**Of the 190, 153 are identified in city; 16 are from ; 10 are from ; 3 each from , , and (total 9), 2 are from regional states respectively.


**Ethiopia has so far conducted 152, 334 laboratory tests, and has 1,923 active cases or patients at various treatment/isolation centers, including Millennium Hall repurposed field Hospital. AS

Itoophiyaatti sa'atii 24 darbe keessatti namoota 4,599 koronaavaayirasiif qorataman keessaa namoota 190 irratti vaayiras...
09/06/2020

Itoophiyaatti sa'atii 24 darbe keessatti namoota 4,599 koronaavaayirasiif qorataman keessaa namoota 190 irratti vaayirasichi argamuu Ministeerri Fayyaa biyyattii beeksiseera.

Kunis lakkoofsa namoota biyyattii keessatti hanga ammaatti vaayirasichaan qabamanii 2,336 irraan ga'eera.

Namoota qabaman kunneen keessaa 135 dhiira yoo ta'an, dhalaan ammoo 55.

Namoota haaraa qabaman kunneen hunduu lammiilee Itoophiyaa umriinsaani daa'ima waggaa tokkoo hanga waggaa 89 gidduu jiraniidha.

Namoonni haaraa qabaman kunneen 153 magaalaa Finfinnee, 16 Oromiyaa, 10 Amaaraa, 2 Tigraay, 3 Hararii, 3 naannoo Somaalee fi 3 naannoo Uummattoota Kibbaarraati.

Namoota vaayirasichaan qabaman keessaa namoota haaraa 18 dandamatan dabalatee hanga ammaatti namoonni 379 vaayirasicharraa dandamataniiru.

Itoophiyaa keessatti Namoota vaayirasichaan guyyaa harraa du'aan 5 yoo ta'u hanga ammaatti walumaa galatti namoonni 32 koronaavaayirasiin du'aniiru.

09/06/2020

North Korea said Tuesday it will cut off all communication channels with South Korea as it escalates its pressure on the South for failing to stop activists from floating anti-Pyongyang leaflets across their tense border.

09/06/2020

Deutsche Bank, one of Europe’s largest banks, recently asked hundreds of its managers to voluntarily renounce receiving their monthly salaries, complying with the bank’s program to try to reduce losses.

Itoophiyaatti sa'atii 24 darbe keessatti namoota 4775 koronaavaayirasiif qorataman keessaa namoota 136 irratti vaayirasi...
08/06/2020

Itoophiyaatti sa'atii 24 darbe keessatti namoota 4775 koronaavaayirasiif qorataman keessaa namoota 136 irratti vaayirasichi argamuu Ministeerri Fayyaa biyyattii beeksiseera.

Kunis lakkoofsa namoota biyyattii keessatti hanga ammaatti vaayirasichaan qabamanii 2156 irraan ga'eera.

Namoota qabaman kunneen keessaa 85 dhiira yoo ta'an, dhalaan ammoo 51.

Namoonni haaraa qabaman kunneen lammiilee Itoophiyaa 124 fi lammiilee biyya alaa 12 umriinsaani daa'ima waggaa tokkoo hanga waggaa 97 gidduu jiraniidha.

Namoonni haaraa qabaman kunneen 115 magaalaa Finfinnee, sagal Oromiyaa, torba Tigraay, lama Hararii, lama naannoo Somaalee fi tokko naannoo Uummattoota Kibbaarraati.

Namoota vaayirasichaan qabaman keessaa namoota haaraa 17 dandamatan dabalatee hanga ammaatti namoonni 361 vaayirasicharraa dandamataniiru.

Itoophiyaa keessatti hanga ammaatti walumaa galatti namoonni 27 koronaavaayirasiin du'aniiru.

  Daily Dispatch June 08/2020 *136 more people tested positive for   in 24 hrs, bringing the total number to 2,156. * : ...
08/06/2020

Daily Dispatch June 08/2020

*136 more people tested positive for in 24 hrs, bringing the total number to 2,156.

* : 17 people have recovered, which brings the total recovery number to 361.

The number of patients in severe condition remains 32, similar to yesterday, but the highest so far.

** The results of the 136 new infections are out of 4, 775, laboratory tests, down from the 6, 092 laboratory tests registered yesterday

** :
**17 more people have recovered in the last 24 hrs, bringing total recovered number to 361. 8 of those who recovered are from Addis Abeba; 5 are from ; and 2 each from Afar and regional states.



**There is no index on travel history abroad, or contact trace in today’s report, but the Ministry of Health said there was a rapid presence of .

**Of the 136, 85 are men and 51 are women aged between 1 to 97 year olds.

**124 are and the other 12 are citizens of other countries (the names of the foreign countries are not mentioned in today’s report.)

**Of the 136, 115 are identified in city; 9 are from ; 7 are from ; 2 are from ; 2 from ; and 1 is from .

**Ethiopia has so far conducted 147, 735 laboratory tests, and has 1,766 active cases or patients at various treatment/isolation centers, including Millennium Hall repurposed field Hospital. AS

  June 07/2020 daily dispatch  hits yet another new high as 68 tested positive for   in the last 24 hrs, out of 6,092 la...
07/06/2020

June 07/2020 daily dispatch

hits yet another new high as 68 tested positive for in the last 24 hrs, out of 6,092 laboratory tests.

*This brings total confirmed number to 2,020

* 7 more patient has also died, bringing the total death toll to 27.

* : 63 patients have recovered in the last 24 hrs, bringing total number of patients who recovered to 344.

This story is developing & will be updated!

Itoophiyaatti namootni haaraan 86 Covid-19’n qabaman, lubbuun tokkos darbe.********************Sa’aatii 24 darban keessa...
07/06/2020

Itoophiyaatti namootni haaraan 86 Covid-19’n qabaman, lubbuun tokkos darbe.
********************
Sa’aatii 24 darban keessatti saamuda namoota 6,092 qoratame keessaa namootni 86 Covid-19’n qabamuu Ministeerri Fayyaa fi Inistitiyuutiin Fayyaa hawaasaa ibsa waloon beeksisaniiru.
Kuniis lakkoofsa namoota hanga ammaatti qabamanii 2,020 gaheera.
Qorannoo kanaan kanneen vaayirasichi keessaatti argame keessaa dhiirri 51 dubartiin ammoo 35
Akka gabaasa kanaatti daa’ima ganna 7 irraa kaasee hanga manguddoon ganna 82 vaayirasichaan qabamaniiru.
Hunduu lammiilee Itoophiyaati.
Namoota haaraa qabaman kana keessaa 66 Finfinnee, 7 Oromiyaa, 1 Amaaraa, 1 Dirree Dawaa, 1 Gaambeela, 7 Tigraay fi 4 Naannoo Ummata Kibbaa

  June 06/2020 daily dispatch  hits yet another new high as 129 tested positive for   in the last 24 hrs, out of 5,500 l...
06/06/2020

June 06/2020 daily dispatch

hits yet another new high as 129 tested positive for in the last 24 hrs, out of 5,500 laboratory tests.

*This brings total confirmed number to 1,934

*One more patient has also died, bringing the total death toll to 20.

* : 16 patients have recovered in the last 24 hrs, bringing total number of patients who recovered to 281.

This story is developing & will be updated!

Address


Alerts

Be the first to know and let us send you an email when The Oromo Patriot posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

  • Address
  • Alerts
  • Contact The Business
  • Claim ownership or report listing
  • Want your business to be the top-listed Media Company?

Share