Gamteessaa Gaarii

  • Home
  • Gamteessaa Gaarii

Gamteessaa Gaarii Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Gamteessaa Gaarii, News & Media Website, .

ሰበር የድል ዜና።።።የጀግኖቻቸን የግንባር ውሎ፦ የጠላት ሀይል በራያ አለማጣ ወረዳ ሰሌን ውሃ ቀበሌ በአማራ ክልል በራያ ቆቦ ወረዳ ዞብል አዋሳኝ በራማ ኪዳነ ምህረት እና በአፋር ክልል ያሎ...
24/08/2022

ሰበር የድል ዜና
።።።
የጀግኖቻቸን የግንባር ውሎ፦
የጠላት ሀይል በራያ አለማጣ ወረዳ ሰሌን ውሃ ቀበሌ በአማራ ክልል በራያ ቆቦ ወረዳ ዞብል አዋሳኝ በራማ ኪዳነ ምህረት እና በአፋር ክልል ያሎ ወረዳ በዱባል እንዲሁም ቦዲቲ በሚባሉ ቦታዎች ቆርጦ ለመግባት የነበረውን ምኞች ከንቱ የሚያስቀጥር ምት እንዳጋጠመው ምንጮች እየገለጹ፤ ዞብል የሚገኘውን የወገን ሀይል በከባደ መሳሪያ ጭምር ጠላትን አንገት የሚያስደፋ እርምጃ መውሰዱን በቀጠናው የሚገኙ ምንጮች እየገለጹ ነው፤ በአላማጣ የሚገኙ የቡድኑ አመራሮች በመንግስት አካላት ክትትል ውስጥ መግባታቸውን፤ ምናልባት በጥቂት ደቂቃዎች በላይነች አመዴ ብስራት ይዛ ብቅ ልትል ትችላልች የሚል ወሬ ሰምተናል። ጦርነቱ ሳይጀመር መጨረስ ይሉሃል ይሄ ነው። ያዝ እንግዲህ‼️

04/04/2022

!!

👉 Shakkamaan meeshaalee waraanaa Shaneef dabarsuuf ture to’atame

Godina Shawaa Kaabaa magaalaa Dabra Seenaatti Shakkamaan meeshaalee waraanaa Shaneef dabarsuuf ture to’atamuu ibsameera.

Tajaajila odeeffaannoo fi nageenya biyyaalessaa waliin ta’uun hordoffii taasiifamaa tureen shakkamaan meeshaalee waraanaa fe’ee Godina Walloo Kaabaa ka’uun Raayyaa Qobboon gara Finfinnee imalaa ture magaalaa Dabra Seenaatti to’atamuu himameera.

Yeroo ammaa shakkamaan kun to’annoo jala ooluun dhimmichi qoratamaa jiraachuu itti gaafatamaan Poolisii magaalichaa Inispeektar Olaanaan Wandawasan Jamaanahiin ibsaniiru.

05/01/2022

Maal Haabaasuuf Dhama Raasuu?

25/12/2021

,
,
injifannoo eeggachuun doofummaadha!!!!!!!!

Haleellaan Raayyaa Ittisa Biyyaa Wayyaanee Qufaasise, Shaneetti Xannee Gadi Lakkiseera! “Safuu Yaa Isa Rafuu!!!!!!” Jett...
30/11/2021

Haleellaan Raayyaa Ittisa Biyyaa Wayyaanee Qufaasise, Shaneetti Xannee Gadi Lakkiseera!
“Safuu Yaa Isa Rafuu!!!!!!” Jette Antuutni Adurree of Cinaatti Agartee.

24/11/2021

ኢትዮጵያ አራት የአየርላንድ ዲፕሎማቶችን አባረረች
***********************

ኢትዮጵያ አራት የአየርላንድ ዲፕሎማቶችን አባረረች፡፡

ዲፕሎማቶቹ በአዲስ አበባ አየርላንድ ኤምባሲ ይሰሩ የነበሩ ሲሆን፣ ኢትዮጵያን በሳምንት ውስጥ ለቀው እንዲወጡ መወሰኑን ከውጭ ጉዳይ ሚኒስቴር ያገኘነው መረጃ ያመለክታል፡፡

የቪዲዮ መረጃዎቻችንን ለማግኘት ትክክለኛውን የዩቲዩብ ቻናላችንን ሰብስክራይብ ያድርጉ
https://www.youtube.com/c/EBCworld/
የመዝናኛ ቻናላችን የቪዲዮ መረጃዎችን ለማግኘት የዩቲዩብ የመዝናኛ ቻናላችንን ሰብስክራይብ ያድርጉ
https://www.youtube.com/channel/UCp9pS23Vw1n8WpcpZBDJNmA
በምስል የሚገኙ መረጃዎችን ለማግኘት ትክክለኛውን የኢንስታግራም ገፃችንን ይከተሉ
https://www.instagram.com/ebcnews1/
አጫጭርና ፈጣን መረጃዎችን ለማግኘት የትዊተር ገፃችንን ይከተሉ
https://twitter.com/ebczena
ፈጣን መረጃዎችን ለማግኘት ትክክለኛውን የቴሌግራም ቻናላችንን ይቀላቀሉ
https://t.me/EBCNEWSNOW

13/11/2021

በአለም አቀፍ ተቋም ስም የሚፈጸሙ ወንጀሎችን መንግስት አይታገስም - ቢልለኔ ስዩም

አዲስ አበባ፣ህዳር 4፣2014 (ኤፍ ቢ ሲ) ተመድ ሰራተኞቼ ያለ አግባብ እየታሰሩብኝ ነው የሚለው ክስ ምሰረተ ቢስ ነው ሲሉ የጠቅላይ ሚኒስትር ጽ/ቤት ፕሬስ ሴክሬታሪ ሃላፊ ቢልለኔ ስዩም ገለጹ።

ሀላፊዋ ከሲጂቲኤን አፍሪካ ጋር በነበራቸው ቆይታ፣ የተባበሩት መንግስታት ድርጅት ሰራተኞቼ እየታሰሩብኝ ነው ብሎ መንግስትን ይከሳል፤ የእርሶ ምላሽ ምንድንነው ተብለው ለተጠየቁት ጥያቄ፥ ለኢትዮጵያ አጋር ከሚባሉ ተቋማት አንዱ የተመድ ነው ያሉት ቢልለኔ ስዩም በአሰቸኳይ ጊዜ አዋጅ ውስጥ ተጠርጣሪን ጠርተህ ታናግራለህ፣ትመረምራለህ ይህ ነው የተደረገው ሲሉ አብራርተዋል።

በተቋሙ ውስጥ የሚደነቅ ስራ የሚሰሩት እንዳሉ ሁሉ በአፍራሽ ተግባር ውስጥ በመሳተፍ የአሸባሪው ህውሃትን ተልዕኮ የሚያሰፍጽሙ ተገኝተዋል ያሉት ቢልለኔ ስዩም መንግስት የሀገርን ሰላም እና አንድነት ለአደጋ የሚያጋልጡትን አይታገስም ብለዋል።

የቀድሞው የናይጄሪያ ፕሬዚደንት እና በአፍሪካ ቀንድ የፍሪካ ህብረት ልዩ መልክተኛ ኦሊሴንጎ ኦባሳንጆ ወደ ኢትዮጵያ መምጣትን መንግስት እንዴት ይመለከተዋል? ተብለው ለተጠየቁት ጥያቄ፥ የአፍሪካን ህብረት ጥረት፣ ለአፍሪካ ችግር አፍሪካዊ መፍትሄ የሚለው እና የህብረቱን ውሳኔ በሚገባ እናከብራለን ብለዋል።

አካባቢዎን ይጠብቁ!
ወደ ግንባር ይዝመቱ!
መከላከያን ይደግፉ!

ወቅታዊ፣ትኩስ እና የተሟሉ መረጃዎችን ለማግኘት፡-
ድረ ገጽ፦ https://www.fanabc.com/
ፌስቡክ፡- https://www.facebook.com/fanabroadcasting
ዩትዩብ፦ https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
ቴሌግራም፦ https://t.me/fanatelevision
ትዊተር፦ https://twitter.com/fanatelevision በመወዳጀት ይከታተሉን፡፡
ዘወትር፦ ከእኛ ጋር ስላሉ እናመሰግናለን

13/11/2021

በኢትዮጵያ የተቃጣውን የስነ- ልቦና ጦርነት ጠንክሮ መመከት ይገባል - ጋዜጠኛ ሄርሜላ አረጋዊ

አዲስ አበባ ፣ ህዳር 4 ፣ 2014 (ኤፍ ቢ ሲ) በኢትዮጵያ ህዝብ እና በአፍሪካ ቀንድ የተቃጣውን የስነ- ልቦና ጦርነት ጠንክሮ መመከት እንደሚገባ ትውልደ ኢትዮጵያዊቷ ጋዜጠኛ ሄርሜላ አረጋዊ ገለጸች።

ሄርሜላ በትዊተር ገጿ ባስተላለፈችው መልዕክት “አፍሪካውያን እንደማንኛውም የዓለም ህዝብ የፈለጉትን መሪ የመምረጥ እና ሰላማቸውን የመጠበቅ መብት አላቸው” ብላለች።

ይህ እንደሚሆንም እምነቴ ነው ብላለች ባሰፈረችው ጽሁፍ።

አካባቢህን ጠብቅ
አካባቢዎን ይጠብቁ!
ወደ ግንባር ይዝመቱ!
መከላከያን ይደግፉ!

ወቅታዊ፣ትኩስ እና የተሟሉ መረጃዎችን ለማግኘት፡-
ድረ ገጽ፦ https://www.fanabc.com/
ፌስቡክ፡- https://www.facebook.com/fanabroadcasting
ዩትዩብ፦ https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
ቴሌግራም፦ https://t.me/fanatelevision
ትዊተር፦ https://twitter.com/fanatelevision በመወዳጀት ይከታተሉን፡፡
ዘወትር፦ ከእኛ ጋር ስላሉ እናመሰግናለን

Diinni ololaan tarkaanfachuuf yaalus, madda kutuu akka hin dandeenye mirkana'aa jira.
12/11/2021

Diinni ololaan tarkaanfachuuf yaalus, madda kutuu akka hin dandeenye mirkana'aa jira.

14/08/2021

Hattoonni hannaaf gamtoofte, qircannaarratti wal nyaatti!!!!!!!!!

14/08/2021

Harka hamtuu jal'ina oomishtu hunda Waaqni argeera. Yeroo dhiyoo kanatti akka ciruufi dooluutti hambisus dhagaheera. Wanti Waaqayyoof hin danda'amne jiraaree?

19/02/2020
02/12/2019


Ammas kanan jedhu dhugaan injifataa waan ta'eef, ob miireefi ad. Miireen of eeggachaa yoo sirbitan wayya yaada jedhu har'aaf hunadhaa!!!!
Alkan gaarii!

16/11/2019


Callisuun wallaalummaa miti. Obsuun sodaa miti. Waliif yaaduufi Wal kabajuun doofummaa miti. Dhugaan hubachuu dadhabuufi osoo beekanii haqa dabsuufi maqsuutu nu fixaa jira.
"Harka keenyaan Wadarootti of diruu hin qabnu." Ammaan booda humna natu siif beekaan qabeenya, beekamtiifi ulfina hin malle gonfachuuf fiiguun dhaabadhu jechuu qabna. Amantaafi sabaan walitti buusee elmachuufi raasee dhadhaa baafachuuf Kan deemu kun irra keessisaa hedduu dhokataa dha. Keessisaa summii dha. "Harkaan ofitti fuuteekee akkam jirtaa?" akka nutti hin taaneefi booda akka nu hin gaabbisiifneef amma dammaquu qabna!!!!!
Nagaan oolaa!!!!!

 Boqonnaa wacni heddummaatutti dhugaan:* Iddoo hin argatu!* Hordoftoota hin qabaatu!* Dhaggeeffataa hin horatu!* Bulee O...
02/11/2019


Boqonnaa wacni heddummaatutti dhugaan:
* Iddoo hin argatu!
* Hordoftoota hin qabaatu!
* Dhaggeeffataa hin horatu!
* Bulee Oolee garuu gaabbii waliinis ta'u gabaa ni qabaata!!!!!
Dhugaa kana osoo hadhaa'uu hunachuun, osoo jibbisiisuu fudhachuun barbaachisaa dha!!!!!
Amma dhugaan tokko ba'uu olitti waan nama gammachiisu jiraaree? Waanan guyyoota muraasa dura dubbadheef har'a deebii tokko argadheera. Bara lubbuu ofiitti muranii Icciitii Lubbuu Namaa bararu dabarsan sanatti Dr Abiyyi iddoo INSA fakkaatu, ijaafi gurri diinaa sa'a 24 namarra dhaabbatutti Jaal. Laggasaa Wagii oolchuudhaaf Jaal. Daawud Ibsaatiif dhaamsa dabarsuun olitti sabboonummaa jiru natti himaakaa!!!!
Matumaa Osoo wal qusannee gaarii dha. Martinuu har'a dirreee biliisummaa keessa teenyee osoo wal keessa ejjechuu irraa of qusannees gaarii dha jedheen amana. Dhugaa kana ibsa ABOn kaleessa galgala baaserraa akka dubbistanii hubattaniif isin hafeereera.
Guyyaa gaarii isiniif yaa ta'u!!!!

 Namnis Waaqnis nagaa jaallata. Garuu, diinni hojii nagaa jeequu hojjeta. Kan nagaa hin feene yoo diina ta'e, bulee oole...
28/10/2019


Namnis Waaqnis nagaa jaallata. Garuu, diinni hojii nagaa jeequu hojjeta. Kan nagaa hin feene yoo diina ta'e, bulee oolee fuula Facebook Irratti Kan waraana labsu kun Diina(Luusiifer) ta'uu meeqan keenyatu hubate? Warri ergama Luusiifer fudhatanii, afaan isaanii dhiigaan dibatan kun Maqaa Uumaa Waaqaafi Lafaatiin yaa hidhaman! Ameen jedhe! Isinoo?

 Boqonnaa wacni heddummaatutti dhugaan:* Iddoo hin argatu! * Hordoftoota hin qabaatu! * Dhaggeeffataa hin horatu! * Bule...
26/10/2019


Boqonnaa wacni heddummaatutti dhugaan:
* Iddoo hin argatu!
* Hordoftoota hin qabaatu!
* Dhaggeeffataa hin horatu!
* Bulee Oolee garuu gaabbii waliinis ta'u gabaa ni qabaata!!!!!
Dhugaa kana osoo hadhaa'uu hunachuun, osoo jibbisiisuu fudhachuun barbaachisaa dha!!!!!

26/10/2019

Oduu, Odeeffannoofi Ergaa Dhugaa Bu'uureffate argachuuf 'Like', 'Share' fi 'Comment' godhaa!!!!

Address


Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Gamteessaa Gaarii posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

  • Address
  • Alerts
  • Claim ownership or report listing
  • Want your business to be the top-listed Media Company?

Share