FIB Afaan Oromoo

  • Home
  • FIB Afaan Oromoo

FIB Afaan Oromoo Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from FIB Afaan Oromoo, News & Media Website, .
(1)

Dr Gammachuu Magarsaa
20/01/2024

Dr Gammachuu Magarsaa

Amma Waaqa duwwaatu Beeka!Haasaa Dr Gammachuu Magarsaa, Sirna Badhaasa Ogbarruu Gaaddisaa irratti 2022

20/01/2024
Arja
20/01/2024

Arja

በአነስተኛ የማስታወቂያ ዋጋ ምርትና አገልግሎትዎን ያስተዋውቁ! 📞 0900056767
በዲጂታል ማስታወቂያ ልዩነት ይፍጠሩ!!
*************
👉በማህበራዊ ሚዲያዎች ንግድዎን ያስተዋውቁ
👉በአነስተኛ ክፍያ ለሚሊዮኖች ተደራሽ ይሁኑ
👉በመረጡት ከተማ ወይም ሀገር ተደራሽ ይሁኑ
👉በዲጂታል ማርኬቲንግ የገበያ አማራጮችን ያሳድጉ
🌐ዌብሳይት ዲዛይን እናደርጋለን
ዛሬውን ይደውሉ!📞 090 005 6767

𝐖𝐞 𝐜𝐚𝐧 𝐚𝐬𝐬𝐢𝐬𝐭 𝐲𝐨𝐮 𝐢𝐧 𝐩𝐫𝐨𝐦𝐨𝐭𝐢𝐧𝐠 𝐲𝐨𝐮𝐫 𝐛𝐮𝐬𝐢𝐧𝐞𝐬𝐬 𝐚𝐧𝐝 𝐫𝐞𝐚𝐜𝐡𝐢𝐧𝐠 𝐦𝐨𝐫𝐞 𝐩𝐨𝐭𝐞𝐧𝐭𝐢𝐚𝐥 𝐜𝐮𝐬𝐭𝐨𝐦𝐞𝐫𝐬.

Jawar Mohammed
12/05/2023

Jawar Mohammed

Baga Dhalatte! Jawar Mohammed
===========================

Arja
08/03/2023

Arja

12/11/2022
28/10/2022

Girma Tefera

21/10/2022

Tadele Gemechu
Arja

21/10/2022

Kamuzu Kasa
Arja

02/09/2022

Arja

Arja
01/09/2022

Arja

17/04/2022
Arja
22/10/2021

Arja

Our Company Arja®, is a leading, highly innovative software house, systems integrator, and technology provider established to provide cutting-edge intelligent technical solutions and consulting services to businesses, governmental and non-governmental organizations in areas such as Network installation, Video Production, LIVE streaming events on satellite TVs and social media platforms to allow efficient and effective secure access and communication with various heterogeneous information resources and services, anytime and anywhere.

Arja
11/10/2021

Arja

Our Company Arja®, is a leading, highly innovative software house, systems integrator, and technology provider established to provide cutting-edge intelligent technical solutions and consulting services to businesses, governmental and non-governmental organizations in areas such as Network installation, Video Production, LIVE streaming events on satellite TVs and social media platforms to allow efficient and effective secure access and communication with various heterogeneous information resources and services, anytime and anywhere

FIB: (Caam. 28, 2020) Finfinnee Lammiileen Itiyoophiyaa 333 Liibaanus; Beeruutii gara biyyaatti deebi'an. Lammiileen gar...
28/05/2020

FIB: (Caam. 28, 2020) Finfinnee
Lammiileen Itiyoophiyaa 333 Liibaanus; Beeruutii gara biyyaatti deebi'an.

Lammiileen gara biyya isaaniitti deeb'an kunniin haala jireenyaa rakkisaa keessaa walta'insa Ministeerri Dhimma Alaa FDRI fi Ministeerri Nageenyaa hojjechetaniin gara biyyaa akka deebi'an taasifameera.

Lammiileen gara biyyaa deebi'an kunniin tursa addaa keessa kan turan ta'a.

Of eeggannoof FIB: (Caam. 28, 2020) Finfinnee Magaalaa sabbataatti Gamoon ijaarsarra jiru jigeMagaalaa sabbataatti gamoo...
28/05/2020

Of eeggannoof
FIB: (Caam. 28, 2020) Finfinnee
Magaalaa sabbataatti Gamoon ijaarsarra jiru jige

Magaalaa sabbataatti gamoon ijaarsarra jiru kaleessa jiguu isaa odeeffanneerra. Ta'us namoota irraan Miidhaa kan hin qaqqabsiifne ta'uu Waajjira kommunikeeshinii Magaalichaa irraa Odeeffanneerra.

Ogeessonni gamoo ijaaranis xiyyeeffannoo fi qulqullinaan hojjechuu fi hodorfuu akka qaban, namoonni ijaarsa irra hojjetanillee nageenya isaaniif of eeggannoo gochuu akka qaban agarsiisa.

Dirree Sheekhuseen Makkaa Xiqqoo Itiyoophiyaa.FIB: (Caam. 20, 2020) Finfinnee Dirreen shek huseen kibba baha itoophiyaa ...
20/05/2020

Dirree Sheekhuseen Makkaa Xiqqoo Itiyoophiyaa.

FIB: (Caam. 20, 2020) Finfinnee

Dirreen shek huseen kibba baha itoophiyaa naannoo oromiyaa kan miilana hundaa’e Godina Baalee Bahaa Aanaa Gololchaatti argama.

Dirreen shek Huseen jaarraa 10ffaa keessa iddoo amantaa islaamaa ta’uun akka eegalame ragaaleen argaa dhageettiitu mullisa.

Bakki seenaa qabeessi kun Dirree shek huseen ykn Aanaajinaa jedhamuunis ni baakkama. Hordoftoonni amntaa islaamaa kutaalee biyyaattii hunda irraa walitti dhufan waggaatti si’a lama gara dirree sheekhuseen dhaquun muuda geggeessu. kunis ‘’Hajiif zaaraa’’ jedhama.

Warri dirree shek huseen dhaqan lammiilee itoophiyaa qofa otoo hin taane biyyoota olla gaanfa Afrikaa fi baha giddugaleessa irrayyis waggaatti si’a lama gama dirree sheek huseen dhaquun ziyaaru ykn muudu.

Dirreen shek huseen ijaarsa gamoolee babbareedoo , mallattoolee qarooma ijaarsa gamoolee uummata naannichaa kan waggaa 1000 duraaf ragaadha. Iddoon kun barsiisaa amntaa islaamaa Shek Nur Huseen jedhamaniin jaarraa 12ffaa keessa abbuurrame ykn argame. Shek Nur Huseen barsiisota amantaa islaamaa bebbekkamoo 7 sawud arabiyaa irraa gara itoophiyaa jaarraa sana dhufan keessaa isaan tokko.

Iddoon seenaa qabeessi kun Itiyoophiyaaf carraa hawwataa turizimii guddaadha. Dhiheenya kana lammiileen biyyoota alaas dhufanii daaw’achaa jiru.

Akka ragaaleen mul’isanitti dirreen shekhuseen hambaa seenaa Adunyaa kan yeroo irrati galmahaa jira. Iddoo kana misoomsanii kunuunsuun yoo beeksisan akkuma imala hajji guddicha gara makkaa madiinaa taasifamu namoonni miliyoonaan lakkaahaman qooda fudhatan ,dirree shek huseen makkaa itiyoophiyaa taasisuun ni danda’ama. Seenaa dirree sheekhuseen muraasa isiniif qoonne.
Ed-mubarak.

Ramadaanni Kennaa rabbi biraa dhufe guddaadha!
20/05/2020

Ramadaanni Kennaa rabbi biraa dhufe guddaadha!

Ramadaanni kennaa rabbii biraa dhufe gudda!

FIB: (Caam. 20, 2020) Finfinnee Namoonni dabalataa 24 Vaayiresii koronaan qabaman.Qorannoo sa'aatii 24 darban keessatti ...
20/05/2020

FIB: (Caam. 20, 2020) Finfinnee
Namoonni dabalataa 24 Vaayiresii koronaan qabaman.

Qorannoo sa'aatii 24 darban keessatti namoota 3460f taasifameen namoonni dabalataa 24 vaairesichaan qabamuu Ministerri fayyaa Itiyoophiyaa beeksise.

Namoonni Vaayiresichaan qabaman jedhame dhiirota 18 fi dubartoota 6 yoo ta'an hundumti isaanii lammiilee Itiyoophiyaa umuriin isaanii 4 - 57 ta'uu jedhame.

Teessoon isaanii: namoonni 9 Finfinnee, 7 Tigiraayi, 8 Naannoo Amaaraa irraa yoo ta'an, namoonni 12 seenaa imala alaa kan qaban, namoonni 8 tuttuqqaa nama dhibamee wajjiin kan qaban, 4 seenaa imalaas ta'e Tuttuqqaa kan hin qabne dhaa jedhame.

Qorannoo hanga ammaatti namoota 65,760 taasifameen namoonni 389 vaayiresichaan qabamuun Mirkanaa'eera. Har'a namoota haaraa 2 dandamatan dabalatee, namoonni hanga ammaatti dandamatan 122 gahaniiru. Namoonni 260 yaaliirra kan jiran ta'uu Ministirri Ministera Fayyaa Itiyoophiyaa Dr.Liyaa Taaddasee fuula face bookii isaanii irratti beeksisaniiru.

Riphuun du'uu mit!Koronaa fi daguu namaa!
20/05/2020

Riphuun du'uu mit!

Koronaa fi daguu namaa!

Riphuun du'uu miti!

Address


Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when FIB Afaan Oromoo posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Videos

Shortcuts

  • Address
  • Alerts
  • Videos
  • Claim ownership or report listing
  • Want your business to be the top-listed Media Company?

Share