Nageya - Tokkummaa - Bilisummaa

  • Home
  • Nageya - Tokkummaa - Bilisummaa

Nageya - Tokkummaa - Bilisummaa Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Nageya - Tokkummaa - Bilisummaa, Media/News Company, Oromia, .

Irraa hin hafamu hin hafinaa.
05/07/2024

Irraa hin hafamu hin hafinaa.

02/06/2024
31/05/2024

Yakkamaa haadhasaa gar-jabummaan ijjeese murtiin du'aa itti murame. Manni murtii Olaanaa Magaalaa Adaamaa namicha gara-jabinaan haadhasaa ijjeese murtii du'aa itti mure. Himatamaa Maqaansaa Fiqiruu Ashannaafii jedhamu gaafa Ebla 21, bara 2016 Magaalaa Adaamaa Naannoo Dhakaa Adii jedhamutti haadhasaa haala suukkanneessaan haaduu qara qabuun waraanee ijjeese irratti manni murtii murtii du'aa muruu OBS gabaassee jira.

24/05/2024
07/05/2024
04/03/2024

“Daandii namaarra-n-deemin
Xurree teeti eeggadhu
Gabalaa namaa seentee
Tasa duutaa beekkadhu!

Handaqaa gaara yaabee
Burku labuun mudhattii
Hiriyyaa gadhee laalee
Laalaan natta mudhatti!

Silaa laalaa fayyisaa
Amma wayii lakkisaa
Gaafa dabartee deemte
Gadhee luka faccisa!

Harreen himaansa beettuu
Dhiittaaf ulee malee
Afaan narraa qabadhuu
Abboo hiriyyaa gadhee!”

Jedala Robe tiin.

01/03/2024
18/02/2024

Address

Oromia

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Nageya - Tokkummaa - Bilisummaa posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Videos

Shortcuts

  • Address
  • Alerts
  • Videos
  • Claim ownership or report listing
  • Want your business to be the top-listed Media Company?

Share